2021-05-02 07:44:41
Faasikaa - Bira Darbuu▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➛ Abboomamuu diduu biyya lafaatiin dha'ichi hamaan biyyattiitti dhufe. Dha'ichi hamaan kuni saba warra kan Waaqayyoo irra hin geenye.
Warri saba Waaqayyoo ta'an badiisa hamaa bira darbanii
⁃ Ulfinatti,
⁃ Kabajamuutti,
⁃ Gara guddinaatti darban.
Yesuus:-➛ Qooda keenya du'uuf dhalate!
➛️ Jiraachisuuf Du'e!
➛️ Qajeelota taasisuuf du'aa ka’eera!
Fayyini keenya kun tola yoo ta'eeyyu rakasa miti. Dhiigaan bitamne.
➲ Namni maqaa isaatti amanu hundinuu akka jiraatuuf ofii isaa dabarsee nuuf kennuudhaan jaalala du'aa garas jiru nutti argisiise!
"Inni garuu balleessaa keenyaaf in waraaname, sababii yakka keenyaafis reebamee in caccabsame; nuyi nagaa akka argannuuf inni in adabame, madaa'uu isaatiinis fayyinni nuuf in argame."
— Isaayaas. 53:5
"Waaqayyo, akkasitti tokkicha ilma isaa hamma kennuufitti biyya lafaa jaallate; kun immoo isatti kan amanu hundinuu jireenya bara baraa haa qabaatuuf malee, haa baduuf miti!"
— Yohannis. 3:16
BAGA GEESSAN
BAGA GAMMADDAN!sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
Join
2.4K viewsGetu Abera✟, edited 04:44