Channel address:
Categories:
Telegram
Language: English
Subscribers:
4.63K
Description from channel
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota
☕️ Wangeela Kiristoos
☕️ Amantii
☕️ Faarfannaa Wangeela
☕️ Dinaagdee
☕️ Hawaasummaa
☕️ Siyaasaa
☕️ Fayyaa
☕️ Barnoota Walii galaa
☕️ Bashananaa fi oduu
☕️ Seeraa fi kkf irratti
Yaada fi Gaaffiif
@A
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
2
3 stars
0
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 3
2022-07-03 19:47:54
Uffata yemmuu bittan sirritti ilaala!
Akka kanatti xuraa'umaaf taaphelaa (gabatee beeksiisa) taatu!
1.5K viewsChala Dame, 16:47
2022-06-21 07:05:45
Faarfataan Ortodoksii duraanii Tizitaa Saamu'el tiksuumaa (pastarummaan) muudameera.
190 viewsChala Dame, 04:05
2022-06-19 19:36:51
Faarfannaa ajaa'ibaa roobsaa kan jiru, Daawit Girmaa ammas faarfannaa biroon yeroo dhiyootti na eegaa jechaa Jira!
363 viewsChala Dame, 16:36
2022-06-15 21:25:11
Dhorkii lukkuuwwaan fi bu'aa isaanii
224 viewsChala Dame, edited 18:25
2022-06-14 22:51:40
Suuraan kun Mandara Ortodoksii keessatti ijoo dubbii ta'e! Baay'een suuricha ilaalanii yaada dhoobuu malee barreeffama inni wajjiin post ta'ullee dubbisuuf karaa hin arganne!
234 viewsChala Dame, 19:51
2022-06-11 15:37:58
Qajeelummaan Amantiin
246 viewsChala Dame, 12:37
2022-06-11 15:30:16
Baga yeroo itti Kiristoos qofa nuuf wayya jettan murteeffatan waggaa 8ffaan isin ga'e! Baay'ee isin jaalanna! Barri fuldura keessanis kan caalchiftanii hojii Gooftaan itti hojjetani isinniif Yaa ta'i!
265 viewsChala Dame, 12:30
2022-06-01 07:31:29
42 voters214 viewsChala Dame, 04:31
2022-05-25 10:46:08
Watch "Namni Haala laalee murtoo godha! Far Mangistuu Baqqalaa Afaan Oromoo Gospel Song" on YouTube
261 viewsChala Dame, 07:46
2022-05-22 01:26:59
Oduun faarfatuu Zerfee Kebedee amaantii jijjirtee gara Ortodoksii deebiite jedhamu soba. Guyyaa eebba albama faarfaanna ishee jijiirame malee Zerfeen isaan amanee Gooftaa koo irraa ijaa koo hin buqqifadhu jettee jirti.
@Maranata_Iyyaasuun
205 viewsChala Dame, edited 22:26