Channel address:
Categories:
Telegram
Language: English
Subscribers:
4.63K
Description from channel
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota
☕️ Wangeela Kiristoos
☕️ Amantii
☕️ Faarfannaa Wangeela
☕️ Dinaagdee
☕️ Hawaasummaa
☕️ Siyaasaa
☕️ Fayyaa
☕️ Barnoota Walii galaa
☕️ Bashananaa fi oduu
☕️ Seeraa fi kkf irratti
Yaada fi Gaaffiif
@A
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
2
3 stars
0
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 6
2022-04-16 00:41:32
Kaa'unsiiliin Amantoota Wangeelaa Itoophiyaa callisuu jalaa bahuun akeekachiisa cimaa laate! Wanti
zayitii dibataa,
bishaan dibataa,
uffata dibataa
jedhamun daldaluun amantoota raatessan hin jiru. Galii argachuuf warri dhimmoota Wangeela Kiristoos wajjin wal hin simne odeessitaanis dhaaba jedhe!
93 viewsChala Dame, 21:41
2022-04-10 21:35:22
Rakkinni Koo Kaleessaa Tooftaan Har’a Ittiin Jiraadhu Na Barsiise.
___
Bi
yya lafaa
yeroof keessa jiraannu kana keessa mukti qabattee itti haftu fi na gargaara jettu tokkoyyuu hin jiru.
Wanti ati itti rakkattu kuni hundinuu yeroon isaa yoo gahe akkuma baalatti coolagee iddoo gadhiisa.
Wanti abdatamee bara baraan nama gargaaru aduu gaditti tokkollee hin jiru.
Lal. 1:14
Ani wanta aduu jalatti hojjatamu hundumaa argeera hundumtinuus waa’ee hin baasu.
Galaana amma guutee cehuu si dhoowwu kana yoo barbaadde iyyuu yeroon itti hin argine ni dhufa.
Yaq. 1:3
Amantiin keessan qoramee ilaalamuun isaa obsaan danda'uu akka fidu in beektu.
528 viewsChala Dame, 18:35
2022-04-07 15:31:54
650 viewsChala Dame, 12:31
2022-04-03 23:40:14
Inni (Iyyesuus Kiristoos) Waaqadha, Namadhas.
Maddi kitaaba Ortodoksii
Amantaa Abbootaa fuula 138
869 viewsChala Dame, 20:40
2022-04-03 18:12:17
777 viewsChala Dame, 15:12
2022-04-03 07:30:43
754 viewsChala Dame, 04:30
2022-03-30 23:07:33
903 viewsChala Dame, 20:07
2022-03-27 12:23:01
1.0K viewsChala Dame, 09:23
2022-03-26 00:20:01
Dhugaan kana fakkaatu dhokfamee sobni maalif lallabame!
1.0K viewsChala Dame, edited 21:20
2022-03-23 06:11:52
Isin irraa haa fagaatu!“Hadhaa'ummaan, dheekkamsi, aariin, waci, maqaa wal balleessuun, hamminni hundinuu isin irraa haa fagaatu!”
— Efe. 4:31
@Maranata_Iyyesuus
1.1K viewsChala Dame, edited 03:11