Channel address:
Categories:
Telegram
Language: English
Subscribers:
4.63K
Description from channel
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota
☕️ Wangeela Kiristoos
☕️ Amantii
☕️ Faarfannaa Wangeela
☕️ Dinaagdee
☕️ Hawaasummaa
☕️ Siyaasaa
☕️ Fayyaa
☕️ Barnoota Walii galaa
☕️ Bashananaa fi oduu
☕️ Seeraa fi kkf irratti
Yaada fi Gaaffiif
@A
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
1
4 stars
2
3 stars
0
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 5
2022-05-15 10:38:56
𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota
Wangeela Kiristoos
Amantii
Faarfannaa Wangeela
Dinaagdee
Hawaasummaa
Siyaasaa
Fayyaa
Barnoota Walii galaa
Bashananaa fi oduu
Seeraa fi kkf irratti
@Maranata_Iyyesuus
350 viewsChala Dame, edited 07:38
2022-05-15 10:35:13
Hojjettoonni institutii Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa 4 balaa konkolaataatiin lubbuun isaanii darbe
Hojjettoonni dhaabbatichaa duraanii Naannoo Amaaraa godina Debarek naannoo Sanka Ber jedhamutti hojiif osoo deemaa jiruu balaa konkolaataatiin lubbuun isaa darbeera.
Ministeerri Fayyaa Ityoophiyaa du’a kanaan gadda guddaa itti dhaga’ame ibsuun hiriyootaafi maatii isaaniif jajjabina hawwaniiru.
@Maranata_Iyyesuus
376 viewsChala Dame, edited 07:35
2022-05-13 19:48:19
240 viewsChala Dame, 16:48
2022-05-13 15:14:49
Tattaafii namoota muraasan hangana agare.
Namoonni seer-lugaa sirriitti beektanii fi qaamni mootummaan dhimmi kun isin ilaalu hojii hafe xumuruuf dirqamni dachaan isin irra jira.
309 viewsChala Dame, edited 12:14
2022-05-05 22:44:24
Amantiin qoosuma ta’e! Bara namni baay’een Waldaa Kiristaanaa madda galii godhatani.
706 viewsChala Dame, 19:44
2022-05-05 13:08:20
57 voters726 viewsChala Dame, 10:08
2022-05-05 11:37:58
Nagaan Gooftaa isin yaa baay’atu akkam jirtu? Sochiin keenya laafee baay’ee isin irraa fagaanee jira. Kanaan booddee karaa chanaalii kana cimnee wal jajjabeessina.
641 viewsChala Dame, edited 08:37
2022-05-03 12:53:17
የአልበም ኮንሰርት !
"ጸድቄአለሁ" የተሰኘ የመዝሙር አልበምና ኮንሰርት ግንቦት 14/2014 ዓ.ም በቀጠና ሁለት ሙሉ ወንጌል ቤተክርስቲያን ከቀኑ 8:00 ጀምሮ ይመረቃል።
በዕለቱ ወንጌል ይሰበካል የቤተክርስቲያን ራስ የሆነው የጌቻችን የመዳኒታችን ኢየሱስ ክርስቶስ በአካሉ ህዋስ በሆኑ ወንድሞቻችና እህቶች ይመለከታል።
260 viewsChala Dame, 09:53
2022-05-01 23:08:25
45 viewsChala Dame, 20:08
2022-04-25 14:51:55
38 viewsChala Dame, 11:51