Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 12

2021-12-17 13:47:01 Hassan Al Wajidi

Maashaa'allaah Qur'aana sagalee bareeda kanaan booharaa.

daqiiqaa 6:43

size xiqqaa MB 1.5
540 views10:47
Open / Comment
2021-12-16 15:42:12
Toora fb Ustaz_Jamaal_Aliyyi_Abdullah

#Filannoon_kee_callisuu_yoo_tahee
akkamitti laalama?

•Yeroo milkoofte callisuun ufitti amanuudha.

•Yeroo Aarte callisuun gootummaadha.

•Yeroo hujii irra jirtu callisuun qaroomina.

•Yeroo Namni hamtuu sitti hojjate callisuun hayyummaadha.

•Yeroo si'arrabsan callisuun Injifannoodha.

•Yeroo Namni sigorse yokaa Nasiihaa siif yaade callisuun naamus qabaatuudha.

•Yeroo yaaddofte callisuun obsa qabaachuudha, yookaa Rabbitti himatuudha.

#Kanaafuu Callisuun Ni'imaadha, Ulfina, Kabajaadha, Dawaadha, Haara galfiidha, Nagaya bahuudha, Dubartii fii wallaalaa dhaaf ammoo faaya, yokaa satriidha.

dhiifama naaf godhaa na hoffolchaa nama tokkollee qeequuf osoo hin tahin waan garii tan miidiyaa irratti deemtu irraa usuutu irra caala jadhee waaniin amanuufiin ergaa gabaabduu tana isiniif maxxanse.

#Ustaz_Jamal_Aliyyi
341 views12:42
Open / Comment
2021-12-14 13:33:14
Jecha Hayyoota.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Beekaan Namaa waan wallaaluun tahe ni beeka, innis dur waan wallaalumtii keessa tureef jecha, Namni hin beeknes waan beekuun tahe beekuudhaaf beekaa tayu qaba.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Jiruun lamuma gaafa tokko sii taati, gaaf tokko ammo sitti gargalte sirratti taati, Garuu yoo sii taate boonte, guyyaa sitti gargaltes akka hin gaddine.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Namoonni gaggaariin yeroo tokko tokko ni gowwoomfamu, wallaalanii osoo hin taane, Namni marti waan gaarii yaadu sehaniiti.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
504 views10:33
Open / Comment
2021-12-13 09:46:35 ☆Gaaffiif deebii marsaa 103ƒƒαa ☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 1ffaa ____ [1] Rabbii sodaachun cubbuu irraa fagachu qofa osoo hin ta’iin, waan Inni itti nama ajajee hojjachuu fi kan irraa nama dhowwee irraa fagaachudha. #A| dhugaa #B| lakki …
425 views06:46
Open / Comment
2021-12-12 14:00:09 ☆Gaaffiif deebii marsaa 103ƒƒαa
☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 1ffaa
____
[1] Rabbii sodaachun cubbuu irraa fagachu qofa osoo hin ta’iin, waan Inni itti nama ajajee hojjachuu fi kan irraa nama dhowwee irraa fagaachudha.

#A| dhugaa #B| lakki

[2] Sifaata(Attributes) Allaah beekun barbaachisaadha. Kunii ammoo madda sirrii hin taane kan akka... irraa hin argamu.

#A| filoosofi #B| Qur’aana
#C| Sunnaa Nabiyyi [s.a.w] #D| hunduu

[3] Qalbiin yommuu ...... irraa fagaattu ni goggogdi ni cinqamti. Akkuma garaaf nyaata fi dhugaati barbaachisuu qalbiifis ...... barbaachisa.

#A | sadaqaa #C| tawassula
#B | beekkumsa #D| Zikriii Rabbii

[4] Diina keenya kan ta’ee ...... dubbii walitti darbannee akka hariiron keenya addaan citu barbaada.

#A | adawwiin #C| Sheeyxaanni
#B | Arrabni #D| deebii hin qabu

[5] Kan zikrii keessatti ramadamu.

#A | Qur’aana xiyyeefannon dubbisuu
#B | Salaata sirnaan salaatu.
#C | Arrabaan Rabbiin faarsu.
#D | qalbiin Allaahaa yaadachuu.
#E | hunda

[6] Dubbii baay’isuun akkamiin sammuu nama dhabsiisa?

[7] Nama boqonnaa sammuu barbaaduuf maal dhaamtu?

maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
580 views11:00
Open / Comment
2021-12-10 16:33:19 Ergaa waliigala Hawaasa muslimaatiif Sheekni Tvislaamaa irratti dabarsan.

daqiiqaa 3:01

size xiqqaa MB 1 gadi
773 views13:33
Open / Comment
2021-12-10 06:25:14
#Jecha_hayyuu

#Adeemsa kee hunda keessatti jihaa 4 ilaalaa deemuudha qabda:

︎Mirga kee Miseensa keetiitu jira.

︎Bitaa kee diina keetiitu jira.

︎Duuba kee seenaa keetiitu jira,

︎Fuul dura kee karoora keetiitu jira.

#hunda madaala eegaa deemuutu sirratti jira.
859 views03:25
Open / Comment
2021-12-09 14:29:25 BOQONNAA SAMMUU (PEACE OF MIND)

https://telegra.ph/BOQONNAA-SAMMUU-PEACE-OF-MIND-12-09
902 views11:29
Open / Comment
2021-12-09 14:29:03
Akkuma qaamonni biroo hojii humnaa hojjatanii dadhaban sammuunis ni dadhaba,boqonna isa barbaachisa.

Sammuun karaa adda addaatin boqonnaa ni dhaba,ni hadooda,gammachu dhaba.

Namoonni baay’een yeroo ammaa dhukkuba qaamatiin kan miidhaman osoo hin taane dhukkuba sammuutin reebamaa jiru. 

Bal'ina barruu kanaaf https://t.me/risalaTube/1528
859 viewsedited  11:29
Open / Comment
2021-12-08 12:05:58 | 》Maqaan: Akbar musiibaa [mowtu Nabi s.a.w]

| 》Qopheessaan: Jaafar Bayaan Ahmad

| Qindeessaan : Al-risala-tube

| Hammi: Fuula 12 MB 1 gadi

Link : https://t.me/risalaTube/1525
296 viewsedited  09:05
Open / Comment