Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 9

2022-01-18 07:41:30
Fazakkir/Yaadachiisi!
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

#Rabbiin [s.w] dhimma kana irra deddeebiin nu yaadachiisee, nu gorse ammallee dubbiin jabduu ta'urraa irra deddeebiin nu dinniine yookaa nu sodaachise.

#Sunis guyyaa guddaa tokkootu dhufuu jira, guyyaa jajjaba, gaafa sana keessa ilmi namaa walirraa dheessa, warra fagoo qofaami, warra duniyaa irratti walii mararfatu kan akkaan walitti dhihoodhaatu walirraa dheessa.

•Guyyaan suni guyyaa Namni ykn obboleessi, obboleessarraa dheysu.

•Kan ilmi haadhaa fi abbaadharraa dheysu.

•Guyyaa saahibni yookaa jaarsi fi jaartiin walirraa dheysu.

•Guyyaa abbaan ilmaan isarraa dheysu.

#Gaafas namni tokko, Nama birootiin maal taate kan hin jenne, maalif? Nama hundaa guyyaa qiyaama san, waan nabsee isaa malee dhimma nama biraa yaadatuu dhoowwutu jira. Yaa Rabbi na baasi malee ykn akkamin tayaa malee nama biraatii hin yaaddawu.

Gaafs fuull warra Rabbitti amanee ni ifa, koflee gammade, Ammoo fuulli warra Rabbitti kafree guyyaa qiyaamaa sana dhukkeen ni hagooydi ni gurraachoma.
558 views04:41
Open / Comment
2022-01-17 08:57:17 ☆Gaaffiif deebii marsaa 106ƒƒαa ☆ Daandii Jijjiramaa-Kutaa 1ffaa ____ [1] Hawwiin hojii malee kayyoo kee galmaan gahuu hin danda’u? #A | Dhugaa #C| Lakki [2] Rabbi nama haa baasu, hundarra badaan kami? #A| Namoota wanta badaa osoo hojjataa  jiranuu…
191 views05:57
Open / Comment
2022-01-16 14:00:16 ☆Gaaffiif deebii marsaa 106ƒƒαa
☆ Daandii Jijjiramaa-Kutaa 1ffaa
____
[1] Hawwiin hojii malee kayyoo kee galmaan gahuu hin danda’u?

#A | Dhugaa #C| Lakki

[2] Rabbi nama haa baasu, hundarra badaan kami?

#A| Namoota wanta badaa osoo hojjataa  jiranuu balaan itti bu’ee ergasii balaa sanirra barnoota fudhachuun jireenya ofii sirreessan. 

#B| Namoota kitaaba wayii dubbisuun ykn dubbii nama tokkootin jireenya ofii foyyeessan.

#C| Namoota osoo balaallen itti bu’ee barnoota fudhate of sirreessu hin feenedha.

#D| Nama osoo beekumsa qabuu kan itti hin fayyadamnee fi hojii irra kan hin oolchineedha. 

[3] Kaayyoon jireenya keenya inni guddaani fi inni dhumaa kan ta'uu qabu.

#A| Jaalala Rabbii argachuu.
#B| Jannata seenudha.
#C| Qabeenya guddaa horachuu.
#D| "C" malee hunduu sirriidha.

[4] Gaafii tami gaafiin namoota hedduu qilee kufaatitti darbitee?

#A| Maal haa hojjadhu?
#B| Akkamitti haa hojjadhu
#C| Maaliif hojjadha?
#D| Yoom hojjedha?

[5] Qur'aanni Kaayyoon ilma namaa maal akka ta’e yoo ibsa?

#A| Akka isa [Allaaha] qofa gabbaran.
#B| Mindaa duniyaa akka argatan
#C| Kallatti qiblaatti garagaluun akka sagadan.
#D| Deebiin hin jiru.

[6] Nama hojii iklaasa hin qabne hojjetu tokko, hojii sana akka dhiisuu gootu moo, maal isa gorsitu?

[7] Gaafilee sadan sababa kufaati namoota hedduu taate ibsi.

maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
159 views11:00
Open / Comment
2022-01-16 13:38:56 Inshaa'allaah sagntaan gaafiif deebii torbee kanaa sa'aa isaa eeggatee ni dhihaata.
171 views10:38
Open / Comment
2022-01-15 10:00:04 Yaa ergamaa Rabbii [s.a.w] irra caalaan namaa eennyu? jedhanii gaafatan sahaabiin.

daqiiqaa 5:22

size xiqqaa MB 1.1
522 views07:00
Open / Comment
2022-01-13 17:30:07 Daandii Jijjiramaa-Kutaa 1ffaa

Jijjirama yeroo jennu amala tokkorraa gara amala biraatti darbuu jechuudha. Daandii yeroo jennu immoo karaa irra adeemanii bakka ga’uumsa gahaniidha. 

Namni daandii qajeela irra yoo hin deemin kallatiin bakka ga’uumsa waan jalaa baduuf karaa bada, bakka deemu hin beeku. Ilmi namaa amala jijjirama qaba. Badaa irraa gara gaaritti yookin immoo gaarii irraa gara badatti jijjiramutu jira.

Bal'inaan -https://sammubani.com/2015/10/24/dj1/#.YeA2F5WEZzA
252 views14:30
Open / Comment
2022-01-12 09:12:05 | 》Hadiisa filatamoo 80.

Kitaabni hadiisa filatamaa jedhamu kuni irra filatamaa kitaabban waayee hadiisaa keessatti qopheeffame keessa isa tokko.

Abbaan isa qopheesses Muhammad murtadaa Rabbi irraa haajaalatu.

Hiikaan : Shekh Jamaal shekh Muhammad

| 》 www.islamhouse.com

| Hammi: Fuula 80 MB 4.4

| #Sharebook6 @kitaaba1
926 viewsedited  06:12
Open / Comment
2022-01-11 13:38:19
Aadam (عليه السلام) gaafa badii balleeyse ; gama rabbii isaatti deebi'ee araarama gaafate. Rabbinis isaaf araarame isa file.

☆ ☆ ☆

Ibliisimmoo badii isaatif aaraarama gaafachuu didee rabbiin wal morke badii isaa ittuma fufe. Rabbinis isa abaaree rahmata isaarraa isa fageeyse.

《 Badii balleeyseef namni aaraarama gaafate akkuma aadam sanitti isaaf araarama ; ka badiirratti didee goggagees boddeen isaa akka ibiliis taati.》

Ibn teeymiyyah [Fataawaa Juz.8 fuula 243]
#FBmaya
273 views10:38
Open / Comment
2022-01-10 10:59:09
#Dhukkuboota Hamarraa Rabbitti maganfachuu.

Anas ibnu maakil nabiin [s.a.w] akkana jedhaniiti Rabbi kadhatan jedhe “Allaahumma innii a'uuzu bika minal junuuni, waljuzaami, walbarasi,
wasayyi’il asqaam”

hiikkaan “yaa Rabbi maraattummaarraa, qomaaxummaarraa, soomiirraa (barasarraa), dhukkuba fofokkataa biroorraa sitti maganfadha”

Nasaa’ii 5493 fi abuudaawud 1454 odeesse. lafziin kan nasaaiyyiiti, albaaniin sahiiha godhe.

Barnoota hadiisa kanarra argannu.

1.dhukkuboota kanarraa nabiin [s.a.w] nimaganfate waan isiin hamtuu
taateef jecha.

2.fayyaan qananii Rabbii waan taateef Rabbiif galata galchuufii ufirratti jabaatanii eeguu barbaachisa.

3.sababaalee ittiin fayyaan namaa eeggamu kan Rabbiin namaa
godhe hunda eeggachuun gaariidha.

Waan rakkoo dhukkubaa namatti fidurraalle fagaachuun akkasumatti barbaachisaadha.
418 views07:59
Open / Comment
2022-01-10 10:50:49 ☆Gaaffiif deebii marsaa 105ƒƒαa ☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 3ffaa ____ [1] Sheyxaana jala bahuuf isa waliin qabsaa’u osoo hin ta’iin, Rabbiitti isa mangafachuu fi du’aayi gochuudha. #A | Dhugaa #C| Lakki [2] Maaltu sammuu nama jabeessa/qara?…
392 views07:50
Open / Comment