Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 48

2021-02-27 00:52:27 #Namni muslimaa tokko yoo musiibaan itti jabaatte du'a ofitti kadhachuun ni taati?
Akkam jedhee kadhata?

Sheikh Dr. Jibriil Qamar

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
daqiiqa 2:35 MB 1 gadi
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
@risalaTube | @risalaTube
1.2K viewsedited  21:52
Open / Comment
2021-02-25 07:42:39
Qur’aana hanga dandeenyeen qomatti haa qabannuu



Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Namni qur’aanarraa waa takkallee haffazee qomaa hin qabne akka mana onee badeeti”

وعن ابن عباس رضي الله عنهما قال ‏:‏ قال رسول الله صلى الله عليه وسلم ‏:‏ ‏ “‏إن الذي ليس في جوفه شيء من القرآن كالبيت الخرب‏”‌‏.‏ ‏(‌‏(‏رواه الترمذي وقال‏:‏ حديث حسن صحيح‏)‌‏)‌‏.‏

Ammas hadiisa biroo keessatti Rasuulli ﷺ akkana jedhan:- “Mana kheeysan qabrii hin godhinaa sheeyxaanni mana suuratul baqaraan kheeysatti qara’amtu irraa baqata”

حَدَّثَنَا قُتَيْبَةُ بْنُ سَعِيدٍ، حَدَّثَنَا يَعْقُوبُ، – وَهُوَ ابْنُ عَبْدِ الرَّحْمَنِ الْقَارِيُّ – عَنْ سُهَيْلٍ، عَنْ أَبِيهِ، عَنْ أَبِي هُرَيْرَةَ، أَنَّ رَسُولَ اللَّهِ صلى الله عليه وسلم قَالَ ‏ “‏ لاَ تَجْعَلُوا بُيُوتَكُمْ مَقَابِرَ إِنَّ الشَّيْطَانَ يَنْفِرُ مِنَ الْبَيْتِ الَّذِي تُقْرَأُ فِيهِ سُورَةُ الْبَقَرَةِ ‏”
Sahih Muslim

Kanaafuu Guyyarraa waan dandeenyu Qur’aana qara’aa hariiroo qur’anaa wajji qabnu haa cimsinuu. Yoo kana goone qur’aanni guyyaa qiyaamaa ragaa nuuf baha.
1.7K views04:42
Open / Comment
2021-02-24 10:26:58
#Sheeyxaanni jinni, namaa fi ibliis qoma namaa keessa seenuun namatti hasaasu.

Ibni Abbaas akkana jedhu:
“Dhalataan tokkos onnee isaa irra waswaas jiraatu malee hin dhalatu. Yeroo inni Rabbiin faarse, ni baqata, yeroo inni dhiise itti hasaasa.”
1.5K views07:26
Open / Comment
2021-02-24 09:53:52 Salaata jum'aa

#barruun gabaabduun tun waa'ee salaata jum'aadhaa waa heddu dubbatti buufadhaa.

#Qophiin : Sheikh Jamaal Baddeysaa

#Qindeessaan : Al-risala-tube

तततततततततततततततततततततत
MB : 1 gadi Fuula 11
तततततततततततततततततततततत
1.4K viewsedited  06:53
Open / Comment
2021-02-23 09:24:21 Kuni kutaa isa xumuuraa Lenjii keenya waa'ee towbaati.

#inshaa'allaah leenji itti aanu isin beeksifna.

Al-Hasan al-Basrin gaafa tokko akkana jechuun gaafatamn”Sila Rabbiin fuunduratti qaana’u hin qabnu yommuu cubbuu (dilii) akka araaramuuf Isa kadhannu? Ammalle itti deebinee hojjanna, ergasiis cubbuu (dilii) akka araaramuuf Isa kadhanna. Ammas ni hojjanna.” Deebisaa Al-Hasan Seenaa ilaalaa.
1.4K viewsedited  06:24
Open / Comment