Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 45

2021-03-23 07:00:22
#Wallo

Yaa rabbi obbolaa keenyaa rakkoo keessa jiraniif birmadhu.

Aamiin yaa Allaah.
720 viewsedited  04:00
Open / Comment
2021-03-22 12:06:30 Wantoonni sooma cabsan/balleessan gosa lama. Isaaniis.

A.Wantoota sooma cabsan qadaa kan barbaachisu.

B.Wantoota sooma cabsan qadaa fi kaffaaraa kanneen barbaachisan.

#
instantview gadii keessaa inshaa'allaah waan hedduu hubattu seenaa ilaalaa.

https://telegra.ph/Qophii-Proojektii-Ramadaanaatif-kutaa-4ffaa-03-22
819 viewsedited  09:06
Open / Comment
2021-03-22 07:15:53 ☆Gaaffiif deebii marsaa 68ƒƒαa ☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 3ffaa irraa. ________________________ [1] (nama Musliima hin taanef) soomni isarratti dirqamaa miti. Osoo soomeyyu soomni isaa sirrii hin ta’u warra (Rabbiin gabbaran) keessaa waan hin…
177 viewsedited  04:15
Open / Comment
2021-03-21 14:08:25 ☆Gaaffiif deebii marsaa 68ƒƒαa ☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 3ffaa irraa. ________________________ [1] (nama Musliima hin taanef) soomni isarratti dirqamaa miti. Osoo soomeyyu soomni isaa sirrii hin ta’u warra (Rabbiin gabbaran) keessaa waan hin…
406 views11:08
Open / Comment
2021-03-21 14:00:14 ☆Gaaffiif deebii marsaa 68ƒƒαa
☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 3ffaa irraa.
________________________
[1] (nama Musliima hin taanef) soomni isarratti dirqamaa miti. Osoo soomeyyu soomni isaa sirrii hin ta’u warra (Rabbiin gabbaran) keessaa waan hin taanef. #Haa ta’uu malee ji’a Ramadaanaa keessa Musliima yoo ta’e, guyyoota Ramadaanaa hafan ni sooma, warroota soomni dirqama irratti ta’e irraa waan ta’eef. Garuu guyyoota darban qadaa baasun (bakka buusun) isarratti dirqamaa miti.

#A| Dhugaaa.
#B| Lakkii qadaa baasa.

[2] Aajiz jechuun Nama Qaaman dadhabaa hogguu tayu. ........ ammoo Nama umriin deeme

#A| Al-harim #B| Sabbiyyi
#C| Aajiz #D| A & B

[3] .......... jechuun tooftaa wanta tokko jalaa bahaniin.

#A| wa'ayii #B| uzrii
#C| Tahayyula #D| deebiin hin jiru

[4] Dhimma kanniin keessatti karaa deemaf hayyamni sooma hiiku ni bu’a (ni cita).

#A| Guutu jireenyaa bakka san jiraachu yoo niyyate yookiin yeroo muraasaf yoo ture.
#B| Gara Iddoo jireenya isaatti yoo deebi’e.
#C| tahayyula yoo niyyate.
#D| A & B #E| Hunduu #F| A & C

[5] Hadiisa dabrsine keessatti, waggaan.(...).umrii seeraa gurbaa ykn intala Muslimaati. Dhimmoota amantii fi addunyaa isaa/ishiitiif umrii itti gaafatamummaa horatu/horattuudha. Wanta hojjatu /hojjattu hundaaf ni qabama/qabamti.

#A| 14 #B| 15 #C| 16 #D| 18

[6] Nama karaa deemuf haalota sadiitu jira soomana ilaalchisee. Isaaniis?

[7] Rammaddii Namootaa ramadaana keessaa gabaabinaan ibsi.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
439 views11:00
Open / Comment
2021-03-19 14:41:55
#Mucaa xiqqaa tokko...

#Yeroo inni addunyatti as bahu abbaan duniyarra hin jiru!
Qilleensi yatiimummaa ganamaan jiruu isaatti bubbise !
Harmeen isaallee osoo qaamni isaa jiidha qabu, osoo qeensi
isaa hin jabaatin biraa godaante!

#Akaakayyuun isaa ofitti qabee aduu jiruu irraa ittisee gaaddisa
ruuhii taheefii osoo guddisu biraa du'e!

#Abbeeraatu itti hafee tikfataa ture, innis wantee waraansa
aduwwii irraa ittisu taheefii osoo jiru biraa deeme...

#Booda kooluun isaa lameenuu jalaa cabdee illima jiruu gubbaa
akkatti barrisu dhabe! Erkoon isaa hundi jalaa kuftee nama itti
erkatu dhabe! Booda RABBIIN harka isaa qabee Rahmata
isaatiin waa hundaa taheefi bakka guddaan gahe!

#Eenyu inni ?!

#huwa/inni Muhamed ibnu Abdillaah salallaahu aleeyhi wa-sallam.
459 views11:41
Open / Comment
2021-03-18 04:55:01
Sadarkaa baatii Sha'abaanaa
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Sadarkaa fi gosoota soomana baatii sha'abaana keessaa Afran.

Video gabaabdu kana irraa argattu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
1:14 2 MB
769 viewsedited  01:55
Open / Comment
2021-03-16 10:46:33 Waa'ee soomana baati Sha'abaan
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Ji'aa ykn batii Sha'abaan rabbiin batii hafaan irraa isii caalchisee, maalin isii caalchise mee waliin haa ilaluu.

⇨ Ji'aan ykn batii Sha'abaan ji'aa rabbiin sadarkaa isii ol fudhee sadarkan isii irraa:-

#Ji'aa ykn batii hojiin gabarrottanii tan amataa/waggaa rabbii irraa fidamtuu.

#Akkumaa Ergaman Rabbii S.A.W jedhan.

#Usmaan binuu affaan irraa odessee (r.a) ni je'e ji'oowwaan ykn batiiwwaan biroo irra, sii hedduu somanuun sii argee batii Sha'abaantirraa maaliif?

ﺫﺍﻙَ ﺷﻬﺮٌ ﻳﻐﻔﻞُ ﺍﻟﻨﺎﺱُ ﻋﻨﻪُ ﺑﻴﻦَ ﺭﺟﺐَ ﻭﺭﻣﻀﺎﻥَ ﻭﻫﻮ ﺷﻬﺮٌ ﻳُﺮﻓﻊُ ﻓﻴﻪِ ﺍﻷﻋﻤﺎﻝُ ﺇﻟﻰ ﺭﺏِّ ﺍﻟﻌﺎﻟﻤﻴﻦَ ﻓﺄُﺣِﺐُّ ﺃﻥ ﻳُﺮﻓﻊَ ﻋﻤﻠﻲ ﻭﺃﻧﺎ ﺻﺎﺋﻢٌ‏)

#Ergaman rabbii S.A.W ni ja'e isiin ykn batiin Sha'abaan isiin taan ilim namaa ji'aa ykn batii Rajaba fi Ramadaan jidduti irraa dagamee, isiin ji'aa ykn batii hojjiin gabarotaa isii keessa gara rabbii ol fuudhaamatu anaa soman qabuu hojjiin tiyyaa akka gara rabbii naaf ol fudhamtuun fedhaa. hadisaa kan nasa'ii odessee.


#ﻋﻦ ﻋﺎﺋﺸﺔ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻬﺎ ﺃﻧﻬﺎ
ﻗﺎﻟﺖ: ﻣﺎ ﺭﺃﻳﺖ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺍﺳﺘﻜﻤﻞ ﺻﻴﺎﻡ ﺷﻬﺮ ﻗﻂ ﺇﻻ ﺭﻣﻀﺎﻥ، ﻭﻣﺎ ﺭﺃﻳﺘﻪ ﻓﻲ ﺷﻬﺮ ﺃﻛﺜﺮ ﺻﻴﺎﻣﺎً ﻣﻨﻪ ﻓﻲ ﺷﻌﺒﺎﻥ .
ﺭﻭﺍﻩ ﺍﻟﺒﺨﺎﺭﻱ ﻭﻣﺴﻠﻢ

Aa'ishaan (R.A) Ergaman Rabbii S.A.W hanga Sha'baan keessa Sooma baay'isan ji'a biroo keessa kan baay'isan hin garre, jette.

Kanaaf Sha'baana Sooma baay'isuun barbaachisaadha

Warri ilmii qabu akki jedhu -:

Soomni sha'abaana keessaa akka Sunnaa duraa soomni bulii jahaa shawwaal ammoo akka sunnaa booda ta'a .

Akka sunnaa Salaataa Rawaatiba duraa fi boodaa jechuuti.

Rabbiin Nama sunnaa soomane Waajibattis dabru nuhaa godhu Aamiin
.
509 views07:46
Open / Comment
2021-03-15 11:42:39 Baati sha'abaan seennee jirra, baatiin kanatti aanu Ramadaana.

#Kutaan kun akkaan barbaachisaadha, Qophii soomanaatiif.

Rammaddii Namootaa ramadaana keessaa iddo hedduutti qooduun ilaaluun ni danda"am, isaanis?

#Umrii ballaguu/Saalfannaa Dhiiraa fi dhalaa hammami, mallattoon ittiin beekn hoo?

#mucaa xiqqaa ykn mucayyoo xiqqoo) hanga umrii saalfannaa gahuutti soomni isa/ishii irratti dirqamaa miti. Garuu soomsisuun hoo akkamiin ilaalam?

#
Deebii kanaafi kan birootiifis instantview gadii seenaa ilaalaa
https://telegra.ph/Qophii-Proojektii-Ramadaanaatif-kutaa-3ffaa-03-15
722 viewsedited  08:42
Open / Comment
2021-03-15 10:31:08 Akkaadaamiin Afrikaa Sagantaa Leenjii Barnoota Diinii Afaan Oromootiin mata duree *"BARNOOTA AQIIDAA SIRRII" jedhuun Qopheessee yoo isinii dhiheessu Gammachuu Guddaatu itti dhagahama.

Kabajamoo SHEEK ALII JIMMAATIIN

garee Akkadaamii Afrikaa Telegramiitti seenuun Akka hordoftan.

@Africa_Academy2
690 viewsedited  07:31
Open / Comment