🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 41

2021-04-19 12:59:56
Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa
Leenji kutaa 2ffaa keessatti kan ilaallu.

#Akkaataa Qur’aanni Walitti Qabamee Akkuma beekkamu Qur’aanni addaan ciccituun yeroo adda addaa keessatti buufamaa ture.

#Haa ta’uu malee Qur’aanni tartiiba isaa eeggatee walitti qabame jira. Walitti qabama fi tartiiba Qur’aanaa bakka lamatti qoonne ilaalu dandeenya. Isaaniis:

Qur’aana qomatti qabachuu fi barreefamaan walitti qabuudha. inshaa'allaah bal'inaan ilaalla
.

https://sammubani.com

@risalaTube
979 viewsedited  09:59
Open / Comment
2021-04-19 07:46:30 Nashiidaa afaan oromoo Daa'iwwan alaaf keeysaa #Najjaash Mohammedfa

෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 6.1 MB
Daqiiqaa 13:56
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
934 viewsedited  04:46
Open / Comment
2021-04-19 07:42:18 ~~~~~~~~~~~~~ Deebi gaaffi guyyaa har'aaf. ~~~~~~~~~~~~~ 1-》"A" 2-》"D" 3-》"A" 4-》"D" 5-》"A" 6》•Nama soomuf gammachuu lamatu jira. 1.Yeroo soomu hiiku ni gammada. 2.Yeroo Gooftaa isaa qunnamu sababa sooma isaatin ni…
1.0K viewsedited  04:42
Open / Comment
2021-04-18 14:10:53 ☆Gaaffiif deebii marsaa 72ƒƒαa ☆Leenjii, "Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa" jedhu irraa, kutaa 1ffaa. .____________________________ [1] Abjuun Nabiyyiin argu hundii dhugaadha. #A| Dhugaa #B| Lakki hundaa miti [2] Ruuhi amanamaa ta’e isaan…
456 viewsedited  11:10
Open / Comment
2021-04-18 14:00:12 ☆Gaaffiif deebii marsaa 72ƒƒαa
☆Leenjii, "Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa" jedhu irraa, kutaa 1ffaa.
.____________________________
[1] Abjuun Nabiyyiin argu hundii dhugaadha.

#A| Dhugaa #B| Lakki hundaa miti

[2] Ruuhi amanamaa ta’e isaan bu’e (Qur’aana Rabbiin irraa fide). "نَزَلَ بِهِ ٱلرُّوحُ ٱلۡأَمِينُ"
#Suuratu Ash-Shu’araa
Hoggaa jedhu Ruuh eenyu?

#A| Qur'aana #B| Nabiyyicha
#C| Jibriili #D| Hunduu deebiidha.

[3] Qur’aanni waggaa .... keesssatti dhawaata dhawaatan, aayaa aayan (keeyyata keeyyataan), boqonna boqonnaan bu’aa ture.

#A| Lamaa #B| 1442
#C| 23 #D| 10

[4] Osoo Ergamaan Rabbii (SAW) rafan Qur’aanni abjuudhaan isaanitti hin buune. Qur’aanni osoo isaan of beekanii fi hirraba irraa dammaqanii jiranuu isaan irratti bu’a ture. Wanti abjuun isaanitti bu’e Qur’aanan ala wahyii (ergaa) biraati. Fakkeenyaf,

#A| Banamiinsa Makkaa
#B| Ayaa Qur'aanaa gabaabaa
#C| wantoota gara fuunduraatti dhugaan uumaman biroo abjuun argu.

#D| A & C #E| C & B

#F| Deebiin hin jiru.

[5] Malaaykan Jibriil bifa .... gara Ergamaa Rabbii s.a.w dhufuun ergaa itti geessa?

#A| Afuriin #B| jahaan #C| sadiin #D| shaniin

[6] Haaris ibn Hishaam akkana jechuun Ergamaa Rabbii (SAW) gaafate, “Yaa Ergamaa Rabbii! Wahyiin akkamitti sitti dhufaa?” Ergamaan Rabbiis (SAW) ni jedhan:

[7] Wahyii jechuun maal jechuudhaa?

※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
699 viewsedited  11:00
Open / Comment
2021-04-17 20:07:43
#Ibaadaawwan Ramadaana keessaa.

#Muslimoota hundaafuu ji'a kana keessa gosoota ibaadaa kan akka salaata sunnaa, Qur'aana xinxalaafi hubannoo waliin qara'uu, tasbiiha, tahliila, tahmiida, takbiiraa, istighfaara, du'aa'ii sharii'aa.

Gaariitti ajajuu, hamtuu irraa dhorguu, gara Rabbiitti waamuu, dhabeeyyiifi hiyyeeyyii irratti ballisuu.

Haadhaafi Abbaatti tola ooluu
keessatti qabsaa'uu, firooma fufuu, ollaa kabajuu, dhukkubsataa gaafachuufi wantoota biroo gosa khayrii irraa ta'e keessatti qabsaa'uun karaa godhameera.
457 views17:07
Open / Comment
2021-04-16 14:07:50 #Maqaalee rabbii lameen.
#kan osoo namni dilii guddoollee dalage rabbiin isaaf araaramuun. Osoo lola irrallee dheessee.
,෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 1.3 MB
Daqiiqaa 2:43
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
182 views11:07
Open / Comment
2021-04-15 18:27:57
{ Salaata taraawiihaa }

#Salaanni taraawiiha salaata halkan ramadaanaa hunda salaata ishaa'iidhaa booda, witrii dura salaatamu salaanni taraawiihaa dhiirafii dhala'aaf ni barbaadama, nabiin nageenyi isarratti haa jiraatuu akkaan salaatuu ture.

Ammalle nama itti kaasuu ture asaabotaafii warri Sahaaba dhaqqabe hundi jabeessanii salaatuu turan.

Taraawiihni asxaa ramadaana barakaa qabuuti. Isiin nama biratti kabajaa qabdi Rabbi biratti sawaaba guddaa qabdi.

halkan Ramadaanaa maaliin dabarsan.

salaatafii zikri'iin qur'aana qara'uudhan jiraachisudha.

waan Rabbiin je'u dhugo'oomsanii sawaaba Rabbii argatu'uu jecha waan kanniin yoo dalagan diliin cubbuun dabarte namaaf dhiifamti. Akkuma Hadiisaan dabre

"ﻣﻦ ﻗﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﺍﻳﻤﺎﻧﺎ ﻭﺍﺣﺘﺴﺒﺎ ، ﻏﻔﺮ ﻟﻪ ﻣﺎ ﺗﻘﺪﻡ ﻣﻦ ﺫﻧﺒﻪ"
“Namni Ramadaana dhaabbate dhugo'oomsaa abdachaa badiin isaa ta dabarte araarama godhamtiif.’’
978 views15:27
Open / Comment
2021-04-15 10:03:22
Fazakkir / yaadachiisi
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

#Duuti! Kuttuu Qananii Duniyaati.

Bara dheengaddaa jaallan waliin soommanaa baane meeqa if biraa dhabne?.

Duuti saamtuudha. Nama hedduutu biyyee uffatee, Rabbii isaatin wal gahe. Rabbi haa araaramuuf, Jannataan Rabbi haa qananiisu.

Nus gaafa asii godaannu hin beynu. Dawaan du’aa yoo jiraate gaarii hojjechuudha. Gaarii hojjechuun ammoo ji’a Ramadaan keessa galata dachaa qabdi.

Koottaa! Baatii Ramadaan tana ta dhaammannoo haa Soommannu. As booda Ramadaana biraa eeguu keenya Rabbi qofaatu beeka.
Akka nama Ramadaana biroo gahuuf hin jiraannetti Ibaadaa haa saammannu.

Asiin dura mucucaannee lafa geenyus Ramadaana kanatti fayyadamnee haa kaanu. Hamturraa fagaatanii, qulqullummaan gaarii hojjechuu maaltu caala?

Yaa Rabbi warra karaa kee irra jiraatee, karaa kee irratti du’ee Jannata arkatu nu taasisi.
941 views07:03
Open / Comment
2021-04-14 07:53:38 Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa Leenji kutaa 1ffaa.

#ijoo dubbii

•QUR’AANNI AKKAMITTI BUUFAME?

•Wahyii jechuun maal jechuudhaa?

•Wahyiin sadrkaa meeqa qaba?

#inshaa'allaah waan hedduu hubattu
instantview gadii seenuun dubbisaa.

https://telegra.ph/Buufamiinsaa-fi-walitti-qabamiinsa-Quraanaa-Leenji-kutaa-1ffaa-04-14
1.2K views04:53
Open / Comment