🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 43

2021-04-10 07:13:34 Sadarkaa soomana akka waliigalaatti.

Qabxiilee
10
1.3K views04:13
Open / Comment
2021-04-07 08:17:20 Waan tokko eegaluuf leenjii barbaachisa, isin hoo leenjii baatii ramadaanif tayu fudhattanii? Inshaa'allaah kitaaba gabaabaa fi haalaan bareedaa kanarraa waa hedduu hubattu.

| 》Maqaan: soomana-ramadaana.

-Heera-sadarkaafii-Naamusa isaa.

| 》Qopheessaan: Sh/Jamaal Sh/Muhammad.

| 》 www.islamhouse.com

| 》Hammi: Fuula 43, MB 2.0

| 》 #Sharebook @kitaaba1
533 viewsedited  05:17
Open / Comment
2021-04-06 05:21:24
#kushuu'a salaata keessaa jechuun?


#Warri milkaaye, warra salaata isaanii keessatti kushuu'a qabu yookaa warra Rabbiif gad je'u, keessafii gubballeen.

salaata keessatti, qaaman, takaayuu gubbaadhan Rabbiif gad je'uun, Adaba salaataa eeggatuu, mimil'atuu dhabuu, akka malee dhaabbatanii, akka malee taa'uu dhabuu, ammoo garaadhan, yookas keesssan salaata keessatti Rabbiif gad jechuun hoggaa salaatan, qalbiidhan guddina Rabbii yaaduu.

Waan qara'an hunda ma'anaa isaa gadi qabee laaluu qalbii yaada addunya'arraa muru.

Salaata nama addunya'arraa dhaammatee godaanuu salaatuu, salaanni utuba diini, namni isii dhaabe diin dhaabe, namni isii dhiise, diin diige.

#Haqa Rabbii irraa gabrichi guyyaa qiyaama jalqaba wanni irraa gaafatamu salaata.

#Salaanni waan Rabbiifii gabricha isaa walitti hidhu, kan mu'mintootallee walitti hidhu.
486 views02:21
Open / Comment
2021-04-05 09:16:07 Kutaa Xumuuraa leenjiichaa.

#Naamusa (Adaba) Yeroo Soomaa Hordofuu Qabanu.

#Faaydaa fi Mindaa sooma bakka lamatti qoonne ilaalu dandeenya.

#Wantoota sooma guutumatti hin balleessine garuu qulqullinna isaa hir’isan.

Ibsa hedduu argattu inshaa'allah
instantview gadii dubbisaa

https://telegra.ph/Lenjii-Qophii-projektii-Ramadaanaa-kutaa-xumuuraa6-04-05
158 views06:16
Open / Comment
2021-04-05 08:34:12 ~~~~~
Deebi gaaffi guyyaa har'aaf.
~~~~~
1-》"A" 2-》"E" 3-》"E" 4-》"D"
5-》"A"

6》• #Obsi bakka saditti qoodama. Isaanis;

#Rabbiin gabbaruu (ibaadaa Rabbii) irratti obsuu,

#wantoota Rabbiin dhowwe irraa fagaachun obsuu fi

#musiibaa (balaa) namatti bu’e obsaan dabarsu.

7》•# Osoo ibaada yeroo hundaa hojjatameyyuu wantoota sodaachisaa lamatu jira.

#Jalqaba irratti, ibaadan nuti hojjannu Rabbiin gammachisuu fi itti dhiyaachuf yoo hin ta’in, iklaasa keenya miidhaa irraa buusna. Kanaafu ibaada keenya eeguuf iklaasa qabaachu keenya sirritti mirkaneefachu qabna.

#Lamaffaan immoo, ibaadan keenya sunnaah Ergamaa Rabbii (SAW) waliin deemu isa sirritti mirkaneefachu qabna.
_
stats Hanga yeroon xumuuramutti.

Deebii guutuu kan deebisan.

Haliime sultan QAMAR HUSEEN fahadil mahadi Muhammad Abdulqaadir Abdii Mahammad Caalaa Ahamad Furqaan Jamaal Rastam Ibsaa Ertugrul Abdurahman Abduro kasim Chala Adem Muaaz Gaalii Taajuu Usman Sadik Gently bilaal nuuree Ibrahim Ayele Lalistu Abdusabur Mame Ibrahim Salamuddiin Muhamed Saliyaa Samad Ahamad saa Taajuu Aliyyii Ahmed Abrahim Obseeti Faxuma bint isma'il Awwal Husen Urjii bint Muhamed Ibraahim Unsoo Adam Qaasim Naima Mussa Waan ofii ishan Aliyyi A/samad Kadiir Maahi Abiyyaa
_
Deebii 6/7 kan deebisan.

Ibrahim Ayele Kadir Tahir Sumee Tiyya Awwal Husen Nabiya Magrsaa Anwar hus
_
____
Kan dursa guutuu deebisuudhaan injifatan fi yeroo itti deebisan.

1-Haliime sultan 8:03
2-QAMAR HUSEEN 8:03
3-Fahadil mahadi 8:04
4-Muhammad Abdulqaadir 8:05
5-Abdii Mahammad 8:05
____ Maqaafi Lakkofsa nuu ergaa

Hirmaattonni keenya hunduu jazaakumullaahu keeyran.
sponsarri gaafiif deebii har'aa rabbiin isinirraa haa jaalatu. yoo niyyattanii badhaasicha ol guddisuufi waan beeksiffattan kan akka chaanaalaafi biroos qabaannaan nu qunnamaa Jazaakumullaah.

yaadni keessan hedduu hedduu nu fayyada yaadaa nuuf laatuu irraa of hin qusatinaa du'aa'inis nun dagatinaa
.

Yaadaa fi gaafiif. 1-@QILQIL_BOT 2- @Al_risala_tube_bot
196 views05:34
Open / Comment
2021-04-04 14:04:45 ☆Gaaffiif deebii marsaa 70ƒƒαa ☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 5ffaa irraa. ________________________ [1] Rabbiin gabbaruu fi ajaja Isaa bakkaan gahuu jechuun hojii ibaada dirqama sitti ta’e yeroo hundaa sirna isaa eegde iklaasa fi beekumsaan hojjachuudha.…
504 views11:04
Open / Comment
2021-04-04 14:00:10 ☆Gaaffiif deebii marsaa 70ƒƒαa
☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 5ffaa irraa.
________________________

[1] Rabbiin gabbaruu fi ajaja Isaa bakkaan gahuu jechuun hojii ibaada dirqama sitti ta’e yeroo hundaa sirna isaa eegde iklaasa fi beekumsaan hojjachuudha.

#A| Dhugaa #B| iklaasa malees ni hojjetama

[2] Ramadaanni baatii leenjiiti erga jennee, Leenjiin isa keessa cimsannu kan hin taane.

#A| Salaata sirnaan salaatu,
#B| Wanta haraamaa dhaabu,
#C| Qalbiin namaaf rahmata gochuu,
#D| Dallansuu too’achu
#E| Amaloota badaa dhiisuu dhabuu

[3] Dhugumatti ilmi namaa hoongoo (kasaaraa) keessa jira. Isaan maal tayan malee?

#A| Isaan amananii,
#B| hojii gaggaarii dalagan,
#C| haqa walii dhaamanii
#D| obsa walii dhaaman.
#E| Hunduu deebiidha.

[4] namni tokko wayitti bahuu yoo barbaade, hadhaa jireenyaa ....... liqimsuu qaba.

#A| Sabriin #B| Obsaan
#C| Gaddaan #D| A&B

[5] Kaayyoo Ramadaanaa keessaa inni guddaan.

#A| Taqwaa sodaa rabbii horachuu.
#B| Fayyaa qaamaa.
#C| Nyaataa dhugaatii dhiisuuf.
#D| Deebiin hin kennamne.

[6] Obsa iddoo saditti qoonnee ilaaluu dandeenya isaanis?

[7] Osoo ibaada kan yeroo hundaa hojjaennu ta'eeyyuu wantoota sodaachisoo ta'an lama ni jiru. Isaanis?

※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
541 views11:00
Open / Comment
2021-04-03 08:00:12
Qabxiilee tokko tokko ramadaana dura ittiin qophaa'uun, Ramadaana ibaadaafi gammachuun akka dabrsinu nu qarqaaran.

Daqiiqaa 1:22 MB 2.8
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
733 views05:00
Open / Comment
2021-04-01 08:44:16
#Dhiifama waliif haa goonu, #Dhiifamaas wal haa gaafannu

#Nama hin miidhin! Dogongoraan yoo miidhaa nama irra geessite immoo dhiifama gaafatuu hin sodaatin. Rabbiin Gabroottan isaa kan dhiifama waliif godhan ni jaalata.

#Wanti sodaatamuu qabu dhiifama gaafatuu osoo hin taane namtichi miidhame sun dhiifama naaf godha moo hin godhu kan jedhu tahuu qaba.

Imimmaan nama miidhameefi Du’aa’iin nama miidhamee kan lafa hin buune tahuun beekamuu qaba.

Ilma namaa ta’ee kan hin dogoggore hin jiru. Yoo xiqqaadha jettee tuffattee dhiiste malee osoo hin beekin nama miidhuu mala ykn miidhamuun mala, namni sabaaba kee osoo ati hin beekin imimmaan cophse jiraatuu mala, osoo ati quba hin qabaatin namni sii boochisuu mala.

Akkuma miidhamuu jibbinufi miidhaan nurra gahun nu dhukkubsu, nama miidhuu irraa nabsee teenya haa tiksinu.

#Kan nu miidheef dhiifama haa goonu! Kan miidhaa irra geessisne immoo dhiifama gaafatuun dhukkubbii san haa fayyisnu.

#Rabbiin warra dhiifama gaafatu fi Warra dhiifama namaaf godhaniis ni jaalata!
775 views05:44
Open / Comment
2021-04-01 06:03:44
Jecha Hayyoota islaamaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Hay! ilma namaaa "isa qaamaan du'eef ni booyani, ka qalbiin du'etti ammo caluma jedhan.".
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Tola ooltonni addunyaa irratti hedduudha, Garuu kan hanga Ergamtoota rabbii namaaf tola oolan tokkonis hin jiru. "Isaan qaamaa qalbii ilma namaa ibiddarraa baraaruuf warra laffa'ani" itti aansee ulmaa'a.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Kennaan gaariin meeshaa miti, kennaan gaariin jecha gaaridha. Qalbii jecha hamaan cabsite meeshaan suphuu hin dandeettu.

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
551 views03:03
Open / Comment