🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 42

2021-04-13 19:50:07
Salaata halkanii salaatuu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

قال رسول الله || ًمن قام رمضان إميانا ً واحتسابا، غفر له ما تقدم من ذنبه. متفق عليه.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Hadisatti “Namni Ramadaana dhaabbate (salaate) dhugo'oomsaa abdachaa badiin isaa tadabarte araarama godhamtiif.’’
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
(bukhaarii fi muslim)
102 views16:50
Open / Comment
2021-04-13 08:18:04
┏━ • • • ━━━━ • • • ━┓
السلام عليكم ورحمة اللة وبركاته

Leenjii haarawa Mata duureen isaa "Buufamiinsaa fi walitti qabamiinsa Qur'aanaa" jedhu isinii qopheessinee jirra.

#Akkaataa Qur'aanni itti buufamee fi wallitti qabame nu barsiisa.

#Leenjichi torbee 4 keessatti ni xumuurama baatima ramdaan keessatti jechuudha.

#barumsichi torbaanitti guyyaa tokko kennama, bifa gaafiif deebiitiin guyyaa Alhadaa/sunday/Dilbata ni dhihaata.

#badhaasa xiqqoo wahiis namoota dursa deebisaniif ni laanna kan hamileef tayu.

#Namni rabbi isinii laaffise sponsara nuuf tayaa badhaasicha ol nuu guddisaa, badhaafmtoonni osoo baay'atanii hawwii kenya. Akka leenjicha hordoftanis jabeessinee dhaamanna.

#Yaadaa fi gaafii qabdan asirraan nuuf laataa.

@Al_risala_tube_bot / @QILQIL_BOT
408 viewsedited  05:18
Open / Comment
2021-04-12 18:36:42
Baga rabbiin ji'a ramadaanaa kan bara 1442tiin isin gahe.

Islaamaani bahaa dhihaa, kaabaa kibba jirtan hundi ramadaana bara kanaa kan milkiifi jaalala. Kan sodaa rabbii itti dabalannu nuuf haa tayu.

Nama haqa isaa eegee soomnus rabbi nu haa godhu.

Nabiin akkana jedhan “Soomanaa fii qur’aanni guyyaa qiyaamaa saahiba isaaniitiif ni magantaawan. Soomanni akki jedhu yaa Rabbi nama kana naatu nyaataafii fedhii lubbuu isaa bahachuu isa dhoowwee na maganteessi isa keessatti...

: »الصيام والقرآن يشفعان للعبد يوم القيامة، يقول الصيام: أي قال رسول الله s.a.w رب، منعته الطعام والشهوة، فشفعني فيه،
201 viewsedited  15:36
Open / Comment
2021-04-12 09:10:34
Aalimni keenya Guddaan Sheikh Muhammad Haamiddiin,
Barnoota Isaanii kan Doktireetii Xumuruun Eebbifamanii jiru.

Baga Gammaddan jeennan!
Rabbiin Umrii Keessan nuuf haa dherreessuu!
229 views06:10
Open / Comment
2021-04-12 07:37:48 ~~~~~~~~~~~~~
Deebi gaaffi guyyaa har'aaf.
~~~~~~~~~~~~~
1-》"A" 2-》"D" 3-》"A" 4-》"D" 5-》"A"

6》•Nama soomuf gammachuu lamatu jira.

1.Yeroo soomu hiiku ni gammada.
2.Yeroo Gooftaa isaa qunnamu sababa sooma isaatin ni gammada .” ( Sahiih Al-Bukhaari 1904 fi Muslim)

7》• 1-Falaa yarfus ( ﻓَﻼَ ﻳَﺮْﻓُﺚْ ):

#Akka lugaatti ar-rafasu jechuun wal-qunnamti saalaa, wanta fokkuu, waa’ee qaama dhokataa dubbachuu, waa’ee qunnamti saalaa ilaalchisee dubartii waliin haasawu fi wantoota qunnamtii dubartootaa qofaan wal qabatan dubbachuudha. Kanaafu, hiikni falaa yarfus jedhu, “ wanta fokku hin dubbatin, wanta fokku hin hojjatin ” ta’a.

2- #walaa yaskhab ( ﻭَﻻَ ﻳَﺼْﺨَﺐْ ) – kana jechuun sagalee isaa iyya badaan ol hin kaasin.

3- #Namni tokko yoo isa arrabse yookiin loleen, akkana haa jedhu ‘Ani nama soomu.’
Wantoota sadan kanniin irraa of qusachuun soomni nama tokko akka hin bannee ykn mindaan hin hir’anne taasisa.
_____
stats Hanga yeroon xumuuramutti.
_
Deebii guutuu kan deebisan.

Haliime sultan Abdulhaakim Hasan Qamar huseen Kurfaa Muhammad Abdulqaadir Sadiq Gently Fahadil Mahdii Abdiisaa Mame Ibrahim Suruur For ummah Caalaa Ahamad Ertugrul Abdurahman Taajuu usmaan Tuujii Abdurahmaan Sufian Ibrahim Mohamed Sabir Abduro kasim Lalistuu Abdusabur Abdirizack Adam Ibrahim Ayel Amiin Waaree maahii Abbiyyaa Sumee Tiyya Wan ofii من أي بلد تتابعنا Nabiya magarsa Adam Qaasim اللهم صل على محمد
_
Deebii 6/7 kan deebisan.

Bashir Gabyoo Yuusuf muhamed Jamaaluddin Uktii Bintii Islam Aisha jewaro Abdala Amano Ibrahim Ayele
_
Deebii 5/7 kan deebisan.

Abbaas Jamal Fakiyaa
__
Kan dursa guutuu deebisuudhaan injifatan fi yeroo itti deebisan.

1-Haliime sultan 8:02
2-Abdulhaakim Hasan 8:03
3-Qamar huseen 8:03
4-Kurfaa 8:03
5-Muhammad Abdulqaadir 8:04
____ Lakkofsa bilbila fi maqaa nu ergaa.

Hirmaattonni keenya hunduu jazaakumullaahu keeyran.
sponsarri gaafiif deebii har'aa rabbiin isinirraa haa jaalatu. yoo niyyattanii badhaasicha ol guddisuufi waan beeksiffattan kan akka chaanaalaafi biroos qabaannaan nu qunnamaa Jazaakumullaah
u keeyran.
313 viewsedited  04:37
Open / Comment
2021-04-11 20:57:33
Somanni Ramadaanaa Kibxata kan jalqabu tahuu ibsame

Baatiin Ramadaanaa Alhada har'aa April 11, 2021 ykn Sha'baan 29, 1442 waan hin mul'atiniif Ramadaanni kibxata April 13, 2021 kan jalqabamu tahuu manni murtii walii gala shari'aa Saudii beeksise.
#nuuralhudaa
639 viewsedited  17:57
Open / Comment
2021-04-11 14:00:15 ☆Gaaffiif deebii marsaa 71ƒƒαa
☆Qophii Proojektii Ramadaanaatiif kutaa 6ffaa irraa.
____________________

[1] Hojiiwwan gaggaariin biroo lakkoofsa isaanitiin baay’atu. Hojiin gaariin takka si’a kudhan baay’achuun hanga dachaa dhibba torbaa yookiin san caalaa geetti. Soomaf garuu Rabbiin mindaa isarratti (sooma irratti) kafaluuf ofitti qabuun lakkoofsa malee kafalaaf.

#A| Dhugaa
#B| lakkii hisaabni isaa himame jira.

[2] Wantoota sooma guutumatti hin balleessine garuu qulqullinna isaa hir’isan keessaa kan hin taane?

#A| hamii
#B| kijiba
#C| sobaan ragaa bahuu
#D| Beekaa nyaachuu/dhuguu

[3] Naamusni yeroo soomaa hordofani yoo namani nama arrabsuu fi loluuf dhufe wanta fakkaatun itti deebisuu dhiisudha. Adaba nama soomu keessaa tokko dirree arrabsoo fi lolaatti faallaa sanii ta’uudha. 
Namni tokko yoo isa arrabse ykn loleen, “...........” haa jedhu.

#A| “Ani nama soomu” haa jedhu.
#B| Humnaan ofirraa deebisuu.
#C| innis waan isarra gaheef deebii fakkaata laatuufi
#D| Deebiin hin jiru.

[4] Soomni ...... kan jedhameef nama soomu san badii keessatti lixuu irraa ni tiiksa.

#A| Eboo #B| ramadaana
#C| xiyya #D| Gaachana

[5] “ Jannata keessa balbala .... jedhamu jira. Guyyaa Qiyaamaa warroonni soomaa turan isa keessaan seenu. Warra sooman malee namni biraa isaan waliin hin seenu.

#A| Ar-Rayyaan
#B| baabul jihaad
#C| baabul sadaqaa
#D| baabul shafaa'aa

[6] Nama soomuf gammachuu lamatu jira.

[7] Naamusa (Adaba) Yeroo Soomaanaa hordofuu Qabanu

※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
814 views11:00
Open / Comment
2021-04-11 07:53:20 Qur'aanni Qalbii nama jiisa.
#Milkaa'uudhaaf

يَٰٓأَيُّهَا ٱلَّذِينَ ءَامَنُوا۟ ٱرۡكَعُوا۟ وَٱسۡجُدُوا۟ وَٱعۡبُدُوا۟ رَبَّكُمۡ وَٱفۡعَلُوا۟ ٱلۡخَيۡرَ لَعَلَّكُمۡ تُفۡلِحُونَ۩

*Yaa warra Rabbitti amane, rukuukga godhaa, ammallee sujuuda godhaa, salaataa,
*Rabbii keessan gabbaraa.

*Waan keeyrii taye takkaa waan gaarii taye dalagaa, akka rahima, takkaa fira maxxanfatu, haala tolu'uufa.


*Akka milkooytanii, jannata haqa godhattaniif.
828 views04:53
Open / Comment
2021-04-11 03:14:04 Miseensonni Kora Waliigalaa Mana Marii Dhimmoota Islaamummaa seensa baatii Kabajamaa Ramadaanaa ilaalchisuun ibsa baasan. #NH
807 views00:14
Open / Comment
2021-04-10 08:40:50
Dhufee baatiin Ramadaanaa, galata mootii Ol'aanaa.

irhmnaa minka yaa moowlaanaa. Si malee enyu nutti aanaa.
1.3K views05:40
Open / Comment