Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 10

2022-01-09 14:00:09 ☆Gaaffiif deebii marsaa 105ƒƒαa
☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 3ffaa
____
[1] Sheyxaana jala bahuuf isa waliin qabsaa’u osoo hin ta’iin, Rabbiitti isa mangafachuu fi du’aayi gochuudha.

#A | Dhugaa #C| Lakki

[2] Maaltu sammuu nama jabeessa/qara? jechuun gaafatame Abdullah Muhammad bin Isma’il deebisaan...

#A | Dalagaa malee Yeroo heddu boqachuu.
#B | Yeroo hundaa kitaaba keessa ilaaludha/dubbisuudha.
#C| Yaada heddumeessuu.
#D| Hunda

[3] ........... Brainwash (yaada qabatan akka jijjiran godhuu meeshaa waraana isa badaa ta’ee jira.) dhugaa soba,soba dhugaa fakkeessun sitti dhiheessa.
#A| Hiriyyaa badaan #B| Kitaabilee gargaraa
#C| Miidiyaan hawaasaa #D| Deebii hin qabu.

[4]Beekkamaa ta’uuf dharra’uun miidhaan inni qabu.

#A| sammuu namaa jeeqa
#B| Iklaasa nama dhabsiisa.
#C| Dhippina namaa dabala
#D| Hundaa

[5]Waa’ee  beekkama ta’uuf dharra’uu abbootin salafaa keenya maal jedhu?

[6]Waantoota Boqonnaa Sammuu akka argannu nu qarqaarn kutaa kana keessatti eeramn muraasa.........

maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
614 views11:00
Open / Comment
2022-01-07 16:30:01 Qissaa gorsa gaarii qabdu.

daqiiqaa 12:15

size xiqqaa MB 2.9
469 views13:30
Open / Comment
2022-01-06 09:25:39
#Akka Nabi Muhammed [s.a.w] haa tanu.

•Nabi Muhammed [s.a.w] Amaanaa tiiksa, Nama hin sobu nama ganees waadaa hin diigu.

•Nabi Muhammed [s.a.w] Nama hin hamatu, Naamuusa hawaasaa hin tuqu, gurraa namaas hin balleessu.

•Nabi Muhammed [s.a.w] Nama qaamaa qalbiin isaa jiidhaati, rakkataa rahmata godha, nama galata beeku, Halkan osoo dhaabbatuu miilli isaa babaqaqe.

•Nabi Muhammed [s.a.w] Rahima sufa, Nama gurguddaa ni kabaja joollee xixxiqqoofis rahmata godha.

•Nabi Muhammed [s.a.w] Ollaa hin rakkisu namattis hin boonu.

•Nabi Muhammed [s.a.w] (Qadara) waan guyyaa keessa nama mudatu Keeyrii taatu sharrii taatuu rabbi biraayi jedhee fudhata.

•Nabi Muhammed [s.a.w] Nama isatti balleesse irra darbaaf, Nama wal dhabe haqaan walitti araarsee gidduu namaa tolcha.

•Walumaa galatti Nabi Muhaammed [s.a.w] Nama amala gaarii fi Naamusa guddaati Haala isaani rabbis ragaa bayeef.
[القلم : (٤) وإنك لعلى خلق عظيم ]

"Dhugumatti, ati amala (naamusa) guddaa irra jirta."

#Sifa Nabi Muhaammed [s.a.w] haa qabaannu.
936 views06:25
Open / Comment
2022-01-04 08:40:56
Fazakkir/Yaadachiisi! Sadaqa-jaariyaa
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Jecha hayyuu "Waggaa 50 ykn 60 har'aa booda yoo jabaate gola keessa yookaan goda keessa jirra"

Hadiisatti:
ﺃﻋﻤﺎﺭ ﺃﻣﺘﻲ ﻣﺎ ﺑﻴﻦ ﺍﻟﺴﺘﻴﻦ ﺇﻟﻰ ﺍﻟﺴﺒﻌﻴﻦ،ﻭﺃﻗﻠﻬﻢ ﻣﻦ ﻳﺠﻮﺯ ﺫﻟﻚ

Mee fakkeenyaaf Waggaa 100 har'aa irraa bara 2122tti hedduun keenya firootaafi hiriyyoota amma qabnu walin lafa jala jirra. Ormi mana keenya keessa jiraata, Qabeenyi keenyas kanuma isaanii ta'a. Isaan nu hin yaadatan. Mee eenyutu Abbaa akaakayyuu isaa yaadataa jira?

Yeroo namni maqaa fi boca keenya dagatee qaama seenaa taane, Gaafa sana warri jiru hundi jireenya isaatiin shaagalame-biizii ta'ee jira, si yaadachuuf yeroo hin qaban, Eennu ka si yaadatu? Keyrii mo sharriin si dubbatu?

Quba qabaadhu, har'a carraa gaarii ofii keenyaafis ta'ee namoota biroof kan bara baraan hafu, hojii gaarii jireenya duniyaa qofaa osoo hin taane aakhiraattis nu fayyadu hojjachuuf ammas taanaan yeroo ni qabna, Osoo yeroon hin dabarre hojii gaarii haa hojjennu.

Yaa Allah keeyrii nuu laaffisi Amiin
205 viewsedited  05:40
Open / Comment
2022-01-02 10:10:58
#Tasgabbii Onneedhaa.

#Onnee haara baafachiisun, gammachiisuni fi akka hin yaaddofne gochuun fedha hundaa ti. Jireenyi gaariin sanaan argama. Kun argamuuf sababaawwan amantiin, uumamaani fi dalagaan wal qabatantu jira.

#Sababaawwan kanniin mu’umina malee namni biraa walitti qabachuu hin
danda’u. Sababaawwa kanniin keessaa gariin:

•Rabbitti amanuu, Wanta ajajaman hojjachuu fi wanta dhoorgaman irraa fagaachuu.

•Jechaan, hojiini fi waan gaarii hunda gochuunif uumamatti tola ooluu, Hojii fi barnoota amantii fi duniyaa kan bu’a-qabeessa ta’een qabamuu.

•Hojii fuula duraa dhufuu fi isa dabretti yaadda’uu dhiisanii kan yeroo irra jiranii hojjachuu, Zikrii Rabbii baay’isuu;

•Ni’imaa Rabbii, isa ifaati fi dhokataas, irraa haasa’uu.

•Waa'ee duniyaa keessatti nama ofii olii ilaaluu dhiisanii nama ofii gadii ilaaluu.

•Sababaawwan yaaddoo fidan dhabamsiisuu fi isaan gammachuu
fidan argamsiisuuf yaalii gochuu.

•Du’aa’iwwan ergamaan Rabbii [s.a.w]
yaaddoo dhabamsiisuf itti fayyadamaniin Rabbiin kadhachuu.
535 viewsedited  07:10
Open / Comment
2021-12-31 15:51:30 Qallabni qalbii midhaanii mitii, mijuu towhidaa xaa'aa rabbii!
527 views12:51
Open / Comment
2021-12-31 15:46:44 AL-RISALA-TUBE: BOQONNA SAMMUU KUTAA 3FFAA
523 views12:46
Open / Comment
2021-12-28 07:20:17
إنا لله وإنا إليه راجعون
#Sheekh #Xaahir Huseen daa'ii, goota abbaa toowhiidaa, Rabbiin rahmata haa godhuuf, Galma isaanii Jannatulfirdowsiin haa taasisu
.
236 views04:20
Open / Comment
2021-12-27 18:17:32 #Iddoowwan biyya keenyaa hedduutti yeroon kuni yeroo waan facaasani dachiin namaa biqilchite itti sassaabatani, riziqii argataniin gammadaniidha, akkuma sana haqa rabbii zakaa yookaa dhoortuu keennachuunis dirqama amanti ruknii islaamaati, Barruu waa'ee zakaadhaa Africa Akkaadaamiin haala gaariin barsiise kanarraa waa hedduu irraa argattu inshaa'allaah.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
إِنَّمَا ٱلصَّدَقَٰتُ لِلۡفُقَرَآءِ وَٱلۡمَسَٰكِينِ وَٱلۡعَٰمِلِينَ عَلَيۡهَا وَٱلۡمُؤَلَّفَةِ قُلُوبُهُمۡ وَفِى ٱلرِّقَابِ وَٱلۡغَٰرِمِينَ وَفِى سَبِيلِ ٱللَّهِ وَٱبۡنِ ٱلسَّبِيلِۖ فَرِيضَةً مِّنَ ٱللَّهِۗ وَٱللَّهُ عَلِيمٌ حَكِيمٌ

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Bifa Warreen Zakaan Kennamuuf: Gosa saddeettu jira. Isaanis:
1)hiyyeeyyii homaa hin qabne
2)miskiinota qabeenya ga’aa hin qabne
3)Warreen zakaa qindeessuu irratti hojjatan
4)Namoota gabrummaa irraa
bilisoomsuuf
5)Namoota haaraa Islaamatti seenuu fedhaniif
6)Namoota idaan qabamaniif
7)Qabsoo karaa Rabbii keessatti godhamuuf;
8)Nama imalarra jiru kan hajamaa ta’eef kennama.
468 views15:17
Open / Comment
2021-12-27 08:27:58 ☆Gaaffiif deebii marsaa 104ƒƒαa ☆ Boqonnaa sammuu (peace of mind) kutaa 2ffaa ____ [1] Sabriin/obsii wanta Rabbiin itti nama ajajeetti hojjachuu itti fufu, wanta Inna irraa nama dhoowwerraa dhowwamuu fi balaa nama qunname irratti sabrii gochuudha. namoonnis…
533 views05:27
Open / Comment