Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 8

2022-02-02 14:01:40
#Gidiraan Guddaan Ilma Namaa Mudatu Kami?

https://t.me/risalaTube/1582
532 viewsedited  11:01
Open / Comment
2022-01-31 16:48:57
#Jamaal Aliyyii.

Dhaamsa sifayyadu mee dubbisii iitti fayyadami.

Ilma namaa keessatti waan gaarii facaafadhu,
yoo Jaalala qabaachuu baatteefiis kabajaa qabaadhuuf.
isaaniin wajji qixxee hin tahin Hamtuu hamtuun hin deebisin gaaruma sibira jirtuun simadhu.
402 views13:48
Open / Comment
2022-01-31 10:14:55 ☆Gaaffiif deebii marsaa 107ƒƒαa ☆ Daandii Jijjiramaa-Kutaa 2ffaa ____ [1] Rabbiin Ilmi namaa Qur'aana akka hin booressinee fi qulqullummaa isaa eeggate akka turu itti gaafatamummaa eegumsaa ofirratti fudhate. #B | Dhugaa C#| Lakki [2] Guyyaa Qiyaamatti…
202 views07:14
Open / Comment
2022-01-30 14:00:14 ☆Gaaffiif deebii marsaa 107ƒƒαa
☆ Daandii Jijjiramaa-Kutaa 2ffaa
____
[1] Rabbiin Ilmi namaa Qur'aana akka hin booressinee fi qulqullummaa isaa eeggate akka turu itti gaafatamummaa eegumsaa ofirratti fudhate.

#B | Dhugaa C#| Lakki

[2] Guyyaa Qiyaamatti amanuun utubaa ....... keessaa tokko.

#A| islaama #B| iimaanaa #C ihsaanaa

[3]Shakkii ormi kuffaaraa namatti facaasan irraa of eeguuf.

#A| Qur’aana qo’achuu
#B| Qur'ana hojii irra oolchu.
#C| keessa keenya qulqulleessu.
#D| hunda

[4]Shakkiin wantoota gurguddaa sadii irraa madduu danda’a, isaanis...

[5]Mallatoolle Guyyaa Qiyaamaa keessaa muraas eeri...


maqaa hin irraanfatinaa!!
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※
※ yeroon deebiin itti xumuuramu.
※ hanga salaata fajrii 11:00 .

※ ြၜAl-risala-tube
※ ြၜGaarommina qalbii.
※※※※※※※※※※※※※※※※※※※※

#Deebiif - https://t.me/Al_risala_tube_bot
374 views11:00
Open / Comment
2022-01-30 07:31:23 Inshaa'allaah sagantaan gaafiif deebii torbee kanaa, Salaata zuhrii booda sa'aa 8:00 irratti ni dhihaata.
427 views04:31
Open / Comment
2022-01-29 08:40:10 Mu'jizaa Samii keessa jiru
Samii keessa maaltuu jira? Kanarraa Qur’aanni maal jedha? Saayintistoonni hoo maal jedhan? Link ykn footoo kana tuqaa dubbisaa.
https://blog.nuuralhudaa.com/mujizaa-samii-keessa-jiru-ce55b0baa6c5
435 views05:40
Open / Comment
2022-01-28 14:29:02 Addunyaan nu sobdee!! Nashiidaa gaarii.

daqiiqaa 4:13

size xiqqaa MB 1 gadi.
409 views11:29
Open / Comment
2022-01-25 23:20:16
Jecha Hayyoota.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Nama dallansuudhaan adda baateen, tarii gaafa aariin irraa galte carraa walitti deebi'uu ni qabda, garuu nama sitti koflaa adda baateen ammoo walitti deebisaan ni jabaatti.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Beekaa jechaan nama waan gaarii fi hamaa addaan beeku qofa osoo hin taane, nama gaarii dalaguun hamtuu irraa of dhoorkeedha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Seeqinsi islaamaa seeqinsa qalbii irraa dhufe, seeqinsi namni obboleessatti seequ sadaqaadha, Nama islaamaatiif diiniidha, nama birootiif ammoo hojiidha, maamila harkisuudha, namatti fuula toluudha.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
356 views20:20
Open / Comment
2022-01-24 17:39:40
Kitaabni madrasaa eebbifame

Wiirtuun (Markaza) Daarul Hijratayinii kitaaba madrasaa kutaa 1ffaa kan hanga kutaa 1-4tti barsiisuuf tajaajilu guyyaa har'aa 14/05/14 hoteela Ummaatti eebbisiisee jira.

Eebba kana irratti ulamaa'ii gurguddoo akkasumas daa'iwwan fi ustaazonni fi hedduu argamanii jiru.

Kitaaba madrasaa kutaa 1-4tti tajaajilu qopheessuun kun adeemsa barnoota Islaamummaaf tarkaanfii isa guddaa fi jalqabaa dha.

Markaza kana keessatti kitaaba kana qopheessuun kan dadhabdan hundi miindaa keessan Rabbi jannata haa taasisu.

Markazni kitaaba kutaa 2ffaa kan kutaa 5-8tti tajaajiluu yeroo gabaaba keessatti akka qooheessanii ummata keenyaaf dhiheessan deeggarsaan qaamni hundi cina isaanii akka dhaabbattan majlisni dhaaamsa dabarsa.
674 views14:39
Open / Comment
2022-01-20 15:55:33 Daandii Jijjiramaa-Kutaa 2ffaa

Yeroo darbee daandii jijjiramaa tuttuquuf yaalle turre. Ka’uumsa daandii jijjirama eerre/ibsinee turre. Amma ka’uumsa sanirraa kaane imala keenya jalqabuufi.

Haa ta’uu malee daandiin imalaa kunii asphaalti osoo hin ta’iin dhoqqee,qoree fi gufuudhan kan guuttameedha. Amma gufuwwaan kanniini fi akkamitti akka of funduraa kaasan qoranna. Dhoqee,qoree fi gufuwwaan kunniin maal fa’a ta’ina laata?

Bal'inaan haa ilaallu
https://sammubani.com/2015/10/31/dj2/#.YeWTXJWEZzA
664 views12:55
Open / Comment