Get Mystery Box with random crypto!

͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯ M
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 19.88K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 9

2023-05-02 09:47:28
1.5K views06:47
Open / Comment
2023-04-30 20:01:33
Sin Taajjabe yaa Dachee
Sin Taajjabe yaa Lafaa
Hunduu ni jijjiirama
Kan Hafu Rabbi Qofa

Kan kalee waliif diinaa
Hadha fira michuudha
Barri waan baay'ee fida
Kan Baranaas Raajiidha

Bulleemmoo ilaalla
Wanta boru dhufu
Yoo lubbuun jiraanne
Arguun keenyan hafu

#Abduselam_edris

@A4mulaa_jireenyaa
2.3K views17:01
Open / Comment
2023-04-30 19:56:07 Inni na caalus, inni anaa gadiis….
Anaaf miidhagina!
Hinaaffaa fi tuffiin nama balleessiti!

@A4mulaa_jireenyaa
2.1K views16:56
Open / Comment
2023-04-29 23:18:50
Obboleessa koo Qaalii
Tokkicha qixxee kumaa
Bakka yaadde naaf Ga'i
Jabaa Kutataa Namaa

@A4mulaa_jireenyaa
558 viewsedited  20:18
Open / Comment
2023-04-24 23:00:41 Kaayyoof karoora ciree
Dabaan of hin wareeguu
Sodaadhee garaa hiree
Harka kenne hin beekuu
~
Homaa nan sodaachisuu
An rakkoo hedduun lufee
Of duuba nan deebisuu
Humni kamuu yoo dhufee
~
Akkan miidhamee cabuuf
Dabaan utuu na yakkuu
Dhugaa sababan qabuuf
Injifachuu koo'n shakkuu
~
Kaayyoofin wareegamaa
Anaan dhugaatu bitee
Fedhaan miti dirqamaa
Kan hidhaan kiyya citee...!
2.8K views20:00
Open / Comment
2023-04-23 23:13:50
1.1K views20:13
Open / Comment
2023-04-23 14:38:42 Channel photo updated
11:38
Open / Comment
2023-04-23 14:38:07
Artistii fi qabsaa'aa Oromoo Zariyuun Wadaajoo yaalii fi sukkuummaa yeroo dheeraa booda akkuma qabsaa'ota keenya kaleessaa nagaa nutti dhaammatee halkan kaleessaa gara biyya lammataatti fe'atee deemeera.

Rabbiin maatii fi saba isaa bal'aadhaaf obsa haa kennuuf.

@tulu_dawo
@tulu_dawo

@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
56 views11:38
Open / Comment
2023-04-21 12:09:55
#Dustuur Sulxaan Abdulhaliim Khaan

Islaamummaa fi Oromummaa




Eid Mubarek
#Jimmaa biyya karaamaa
Abdu Ahmad


@tulu_dawo
@tulu_dawo
@tulu_dawo
1.0K views09:09
Open / Comment
2023-04-17 15:44:11
#Abbaa_Biyyaa_Abbaa_Joobir_Abbaa_Duulaa_Abbaa_Jifaar
#Sanyii_namaa
#Nama_sanyii

Yaa Rabbi Halkan Har'aa namoota caaltuu halkanii halkan LAYLATUL-QADR waffaqamu nu taasisi. Akka abbaa jifaar amantaa isaa fi ummata isaaf waa gaarii hojjetee seenaan barayyuu isa yaadatus nu taasisi.


https://t.me/tulu_dawo
https://t.me/tulu_dawo
598 views12:44
Open / Comment