Get Mystery Box with random crypto!

͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯ M
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 19.88K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 7

2023-05-15 11:12:03
#Alhamdulillah
Du'aa'iin ummata muslimaa kan Islaamummaan dhimma isaa ta'ee lafatti hin badne.
Baga milkoofte. Baga injifatte. Ammas carraan harka kee jira. Nama carraa argate kanattis fayyadamee waan guddaa hojjetu Rabbi si haa taasisu.

#Rejep_Tayyip_Erdogan

@tulu_dawo

@A4mulaa_jireenyaa
1.6K viewsedited  08:12
Open / Comment
2023-05-14 14:27:43 Kolfaaf

#Abbaa: sin fuusisa
#Ilma: lakki fuudha hin barbaadu
#Abbaa: Intala Bilgeet(abbaa qabeenyaa addunyaa kanaa) si fuusisa
#Ilma: akkas yoo ta'e tole.
#Abbaa: Bilgeet intala kee natti heerumsiisi
#Bilgeet: Kuni ta'uu hin danda'u
#Abbaa: ilmikoo baankii addunyaa keessa hojjata
#Bilgeet: akkas taanan tole.
#Abbaa: baankii addunyaa bira deemee, ilmakoo naaf qacaraa
#Baankii addunyaa: Kuni tasuma ta'uu hin danda'u
#Abbaa: ilmikoo dhiyootti intala Bilgeet fuudhuf jira
#Baankii addunyaa: akkas taanan tole.
2.0K views11:27
Open / Comment
2023-05-14 14:23:03
Waaqayyo fi Yesuus

#Yesuus; ani "nama" dha. [Yohaannis:- 8:40].
#Waaqayyo; "Ani Waaqayyodha" malee "nama" miti. [Hose'aa:- 11:9]

"Yesuus" "nama" yoo ta'e, Waaqayyo immoo "nama" yoo hin taane, "Yesuus" "Waaqayyo" miti jechuudha.

#Waaqayyo; "hamaadhaan hin qoramu"
[Yaaqoob:- 1:13].
#Yesuus; hafuura "hamaa" tokkoon qorameera. [Luqaas:- 4:2].

Waaqayyo hamaan "hin qoramu" yoo ta'e, Yesuus immoo kan qoramu yoo ta'e, Yesuus Waaqayyo "miti" jechuudha.

#Waaqayyo; "hin dadhabu" [Isaayyaas:- 40:28].
#Yesuus; "dadhabe". [Yohaannis:- 4:6].

Waaqayyoon "hindadhabu" yoo ta'e, Yesuus immoo kan dadhabu yoo ta'e, Yesuus Waaqayyo miti jechuudha.

#Waaqayyo "hin nyaatu" ykn "hin dhugu". [Faarfannaa 50:13].
#Yesuus "nyaata" "dhuga"
[Maarqos 24:42-43].
[Yohaannis 4:7].

Waaqayyo "kan hin nyaanne" fi "hin dhugne" yoo ta'e, Yesuus "kan nyaatu fi kan dhugu" yoo ta'e, Yesuus "Waaqa miti" jechuudha.
1.9K views11:23
Open / Comment
2023-05-13 15:44:47
Duraanuu Sababni Waa Dhaba Keenyaa Wal-dhaba Keenya

#Galaanaa_Gaaromsaa


:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
2.1K viewsedited  12:44
Open / Comment
2023-05-13 14:49:37 "Diinni koo diina kee
Sobeet si naalchaa,
Abbaatu wal'aanata
Cabaa cinaachaa.

Duraanu wayyoo edaanuu...
Duraanu sababni miidhama kootii
Miidhaga keetii!

Sababni miidhama keenyaa
Edaa miidhaga keenyaa.

Duraanu, duraanu, duraanuu
Wayaa harcaasaa funaanu.
...........................
Duraanu, duraanu, duraanuu
Yoo gamtooman diinarra aanu."

#Galaana_Gaaromsaa

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
2.2K viewsedited  11:49
Open / Comment
2023-05-13 13:52:06
Leenca Namaa

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
2.0K viewsedited  10:52
Open / Comment
2023-05-12 23:17:55
#Jimma
#Munir_masjid

@seyfal_islaam2nd
574 views20:17
Open / Comment
2023-05-12 07:48:06 Sitti Fakkatulee
Hundii Dukkana'aa
Wanti Har'a Dide
Boru Ni Milka'aa!

#Lafa_Nagaa_Oolaa
1.3K views04:48
Open / Comment
2023-05-11 08:49:19 #Mammaaksa

"Ulfaaf Dhugaan
Turtee mullatti "

#Guyyaa_Gaarii
336 views05:49
Open / Comment
2023-05-10 22:12:27 Waan takko yoo hin feene jijjiiri,
jijjiiruu yoo hin dandeenye ilaalcha Waan saniif qabdu jijjiiri.

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
906 viewsedited  19:12
Open / Comment