Get Mystery Box with random crypto!

͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯ M
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 19.88K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 6

2023-06-02 13:15:47
Yoo calliste shakkamaa
Yoo dubbatte yakkamaa

Yoo fiigde maraatuu
Yoo callifte raatuu

Yoo furdatte muudamaa
Yoo qal'atte xuuxamaa

Yoo teesse wayyaa fixxa
Yoo deemte kiyyoo lixxa

@A4mulaa_jireenyaa
2.1K viewsedited  10:15
Open / Comment
2023-06-02 10:07:15 #Walaloo

#Nama_Gaddisiisa

@seyfal_islaam
2.1K views07:07
Open / Comment
2023-06-01 16:25:33
FAAYIDAA ABOKAADOO
Fayyummaa Onneef
Fayyaa Ijaaf
Fayyaa Lafeef
Kaansarii ittisuuf
Daa'ima fayyaa qabdu argachuuf- '
Carraa muka'uu/depression/ hiri'isa- '
Gogiinsa garaa ittisa - faayibariidhaan kan badhaadhe waan ta'eef
Xuraawaa qaama keessaa dhabamsiisuun humna ittisa qaama(immune system) dabala.
Dhukkuboota hamaa ta'an ittisuuf-
Fayyummaa gogaa fi rifeensa keenyaaf- viitaaminii fi albuudota fayyumaa gogaa fi rifeensa keenyaaf barbaachisan of keessa qaba.

Hub: Namootni qoricha dhiiga qalli'isan kan akka 'warfarin' fudhachurratti argaman al takkaan nyaata akka abokaadoo kan viitaaminii K of keessaa qaban baay'isuu hin qaban. Dhiigni itituu waan danda'uuf. Kanaan alatti rakkoo tokkoo hin qabu.

GALATOOMAA!!
@A4mulaa_jireenyaa
2.5K viewsedited  13:25
Open / Comment
2023-06-01 16:22:17
እስካሁን የፈረሱ መስጂዶቻችን ስምና ቁጥር እነዚህ ናቸው ለ ታሪክ ይቀመጥ እንደ ሙስሊም የተበደልንበት ዘመን ማለፉ ኣይቀርም

https://t.me/seyfal_islaam
2.0K views13:22
Open / Comment
2023-06-01 16:21:50 https://t.me/seyfal_islaam
2.0K views13:21
Open / Comment
2023-05-18 19:28:44
Gaafa masjida diigdan
Hin ilaallu dhaabbadhee
Ani taa'ee hin laalu
Lubbuu kiyyaaf sodaadhee

Hidhaaf Garaffii dhiisii
Yoo ta'es Cita mormaa
Abbaan fedhe callisus
An qobaa kiyyan morma

@A4mulaa_jireenyaa
1.5K views16:28
Open / Comment
2023-05-16 13:57:44 Akka galaanaa ta'i

Yoo yaadatta ta'e galaanni takka deemsa jalqabnaan if dura malee, if booda hin deebi'u. Kanaafin siin jedha if dura malee if duuba hin deemin


@A4mulaa_jireenyaa
1.0K views10:57
Open / Comment
2023-05-16 10:53:07 Jaalala jabeessuun
Yoo qabaatte gamtaa
Tokkoof lama mitii
Hundaan kabajamtaa
~
Gaafa namni hunduu
Tokkummaa lallabuu
Rakkoon lakkuu ta'ee
Takkaa falan dhabuu
~
Kallattii hundumaan
Gaafa tokko taatuu
Qofaa qofaa baasee
Bineensi sin nyaatuu
~
Dhiigaan malee tolaa
Hin fuudhan gabaatii
Roorroodhaf qorichii
Tokkummaa Sabaatii...!

Anuwar Shafi

@A4mulaa_jireenyaa
1.2K views07:53
Open / Comment
2023-05-16 10:51:21 Hamma ati ofiif yaaddu,
kan siif yaadu hin jiru.

@A4mulaa_jireenyaa
1.1K views07:51
Open / Comment
2023-05-15 11:22:30
Eebba kitaaba #Meetii
Barreessaa #Lammii_jammaraa tiin
Kitaaba Asoosamaa
Dubbisa Gaarii
#Atnan
@A4mulaa_jireenyaa
1.7K views08:22
Open / Comment