Get Mystery Box with random crypto!

͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯ M
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 19.88K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 3

2023-06-12 22:59:20 Milkaa'uuf dhamaatii guddaa yoo si gaafate iyyuu dhamaatii kee balleessuuf garuu yeroo muraasa qofa sitti fudhata.

@A4mulaa_jireenyaa
469 views19:59
Open / Comment
2023-06-12 12:48:32 #Gaafadhu_Hin_Sodaatin !!
'
'
Ni jaallataan ta'a. Baay'ee jaalachuunii dandeessa.
Isii dhabuu hin barbaaddu ta'a.
Kee taatee akka umrii isii guutuu waliin jiraachuu barbaadda ta'a.
Guyyaa fi galgalas waa'eedhuma isii yaadda. Hirribaanis Abjuudhaan isiidhuma Agarta. Waa'ee isiitiif baay'ee cinqamaa jirta.

Kanaafis :- Kan dhuunfaa keetii godhachuuf yaaddee garuu Waan saalfattuuf ykn Sodaattuuf
#Jaaalala kee Akka Ibiddaa si keessaa boba'u Baaftee gaafachuu hin dandeenye.

Fuutee Haadha manaa godhachuu barbaadda.
#Garuu :- Gaaffii kana Dhiheesseefii yoo tale naan  jechuu diddehoo? Kanammoo dhagahuu hin barbaaddu. Sababa kanaaf Jaalala kee Of keessatti Awwaaltee jiraataa jirta.

Kan ani jedhu :-
'
Maaliif ....!?
'
'
Maali Cinqiin kun hundi ....?

#Obboleessakoo Duniyaa kana irratti Hayyama RABBIItiin Ala wanti ta'u tokkollee hin Jiru.
.
.
Dhimma Guddaa kana dhiisii Fedha Rabbiitiin Ala Haxxiffachuuyyuu hin dandeessu. (A... aaaaaa .... Attishu )
#Alhamdulillah
.
.
Mee wanti si yaaddessu maali??
Akka isii argattu siif barraaheera yoo ta'e. Wanti Adda isin baasu osoma sababni kumni jiraateeyyuu. Osoma Akka Dachiif samii walirraa fagaattaniis. Siif murtoofte taanaan keetuma.


Murteen RABBII faallaa kanaa yoo ta'emoo:

Samii baatus
-
Dachii lixxuus
-
Tabba kortus
-
Lallabdee himattus
-
Deemtee dadhabdus
-
Miillikee qallatus
-
Homaa fiduu hin dandeessu.
-
Murtee RABBII bakkaa hin sochooftu.
-
Yoo fedha RABBII hin ta'in
Ati Cinqamteef waan tokkollee fiduu hin dandeessu.

Hin Argattu jennaan Hin Argattu
#Kalaas

◇Kanaaf  Na amani Keeti taanaan keetuma. #muramte.
●●

#Habibi Cinqamuu dhiisii. Miira keessaa ba'i. Sababa sirraa eegamu Geessisi.

●●Gaafadhu●●
Yoo tole jette= 'Silumaa RABBI Murteessee jira' Waan haaraa miti.
Yoo diiddellee = RABBI dura murteesse Ammas waan Haaraa miti.

Waan ati barbaaddurra waan RABBI godhutu irra caala siif keyriidha.


Nama jaallatte sana gaafachuurraa Dudduubatti hin jedhin.

#Obboleessakoo Yoo Gaafatte:-
Deebiin Jechuma Lama=
#Tole ykn #Lakk

Garuu yoo hin gaafatin ;-
Umriikee Guutuu yaadaan Cinqamaa jiraatta.

Kanaaf 'Gaafadhu' Hin
sodaatin Sin Diddu Bro

#Abďûssělam_Ěďrîš

Yoo sitti tole Hiriyoota keef Shere Godhi .
☆☆☆☆☆☆☆☆☆☆
@A4mulaa_jireenyaa
@A4mulaa_jireenyaa
1.3K views09:48
Open / Comment
2023-06-11 13:10:43 Gorsa Shan [5] 

1. Iddoo Hundumaatti gaarummaa hojjadhu! Yoos maqaan kee bakka gaaritti waamama.

2. Eenyummaan kee inni qajeelaan bakka oolteen utuu hin taane, hojii bakkichatti hojjetteen madaalama.

3. Amma dandeessu namoota onnachiisi! Nama tuffachuu hundumtuu gochuu danda'a waan ta'eef.

4. Gammachuu argachuu kan dandeessu gaafa kaayyoo keetiif jiraattudha.

5. Yeroo keetti fayyadami
.

@A4mulaa_jireenyaa
2.2K views10:10
Open / Comment
2023-06-10 22:13:25 "Bareedduu akka kee argannaan
Waan dabalatanu" jedhe namichi warra isaatiin
519 views19:13
Open / Comment
2023-06-10 20:26:18 Lola Ykn jeequmsa mana
gadii waanan sodaadheefin
Ol siqee manakoo Ijaaradh Jette Handhuurri
747 views17:26
Open / Comment
2023-06-10 11:29:00 Baalagee fi kubbaayyaan
gara afaanii baldhatti.
1.2K views08:29
Open / Comment
2023-06-08 11:34:39 "Yeroo tokko tokko rakkoon si mudatu waan hin taane waan hojjetteef osoo hin taane, waan sirrii hojjetteefi."

-Joo'el Osteen
━━━━━━━━━
@A4mulaa_jireenyaa
2.0K views08:34
Open / Comment
2023-06-08 11:30:33 Siyaasa keessatti hirmaachuu diduun adabbii si mudatu keessaa tokko dhumarratti namoota gadi aanaadhaan bulfamuudha.
― Pilaatoo
━━━━━━━━━━━
@A4mulaa_jireenyaa
1.9K views08:30
Open / Comment
2023-06-07 09:03:24 Abbootiin irree Nageenyaa fi jaarsummaaf kan dhufan yommuu dhiibbaan irra gahuufi dhiphina keessan seenan qofadha.

@A4mulaa_jireenyaa
2.4K views06:03
Open / Comment
2023-06-07 05:17:37 ◆━━━━━━━▣✦▣━━━━━━━━◆

Namni yaada hamaa qabu Gooftummaa irraa gabrummaatti jijjiirama,

Namni Obsa Qabummoo Gabrummaa irraa mootummaatti jijjiirama,

Seenaa yuusufii fi Zuleykaa Yaadadhu,

Yaada hamaa irraa
Bareechii fagaadhu
Waan mara irrattuu
Obsammoo Qabaadhu

▲───────◇◆◇───────▲

@A4mulaa_jireenyaa
2.4K views02:17
Open / Comment