Get Mystery Box with random crypto!

͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯ M
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 19.88K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 4

2023-06-06 19:55:46 Wantoota Adduunyaarra Jiran Kam Irrayyuu Jaalalli Hundeedha.

Tokkummaan, Bilisummaan, Nageenyi, Tasgabbiin, Guddinni, Qaroominni Fi ogummaan Kamiyyuu Yoo Jaalalaan wal Hin Makin Martuu Bishaan Tumuufi Gingilchuun Adda Hin Ba'u.

Waan Kamiyyuu Dura Jaalala Qabaadhu

@A4mulaa_jireenyaa
2.3K views16:55
Open / Comment
2023-06-06 17:25:19
Jaalalaan Qabamtee hin Kufin Faaydaa malee taataa

¶Qobaattis Hin Hafin Kophummaan Si Ajjeesaa,

Furmaatammoo Ana hin Gaafatin Jedhe Jaarsichi
:¨·.·¨: ❀
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
2.2K views14:25
Open / Comment
2023-06-06 14:28:42 Garuu...

Dhiironni :-Hamma chiikota Bultiif Kadhattan Osoo #Rabbiin Kadhattanii!

Shamarran :- Hamma Make Up Malee Manaa Ba'uu Sodaattan Osoo #Rabbiin Sodaattanii Yoona Esse Geenye Seetan

@A4mulaa_jireenyaa
2.0K views11:28
Open / Comment
2023-06-06 10:56:10
Ajab Uumaa Rabbii

Waan olitti argitan kun simborroo miti daraaraa Magnolia Lilitiorant jedhamudha.


@A4mulaa_jireenyaa
2.0K views07:56
Open / Comment
2023-06-06 10:47:48 Chiikiinkoo durii tokko na aarsuuf jettee chiikiishee ammaa woliin utuu wol dhungatanii suuraa kaatee naaf ergite
.
.
.
.
Animmoo suuricha dabarseen abbaa isheetiif erge

Tokko ilaalaa tokkon nyaatu
Wol gaggalaafata taati
1.9K views07:47
Open / Comment
2023-06-06 10:35:57 Jireenya mi’aawaa jiraachuuf,
qabsoo hadhaa’aa dabarsuun dirqama!

@A4mulaa_jireenyaa
1.8K views07:35
Open / Comment
2023-06-06 10:00:09
FAYYUMMAA ASHEETA ATARAA

Dr. Mohammed Kedirin


1). Bulaa'insa nyaataa fooyyessuuf
2). Dhiibbaa dhiigaa to’achuu
3). Fayyaa ijaa fooyyessuu
4). Guddina kaanseeri dhorkuu
5). Miira keessan guddisaa
6). Yeroo malee dulloomuu ittisuuf
7). Jabina lafee dabaluuf
8). Yaaddo ittisuuf
9). Koolestroolii hamaa gadi buusuf
10. Kaansarii garaachaa ittisuuf
11). Pirootiinii baay’ee qaba
12). Hojii Tiruu ni gargaara
13). Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu
14). Dhukkuba asmii ni ittisa
15). Dhukkuba garaachaa ni fayyisa
16). Ayiraniin kan badhaadhe


@A4mulaa_jireenyaa
1.9K viewsedited  07:00
Open / Comment
2023-06-06 09:08:37 #Ajaaiba_Bar
~~~~

Tokkootu hiriyyaa #Activist qabutti akka garaan dhiheenya kana isa dhukkubu itti himate.
#Activistichis xiinxala taasiseen " Garaan kee duwwaa tahuu hin oolu . " jachuun madda rakkina dhukkubbii garaa isaa himeef.

Mucaanis yaroo kana " Atis wanni yeroo hunda #Mataan si dhukkubuuf kanumaaf tahuu hin oolu " jachuun ininniis sababa dhukkubbii mataa #Activistichaa ibseef.

" Warri dhukkubbii mataa qabdan mataatu hongee beekumsaatin dhahame. kana hubachuun dafaa if dhaqqabaa ! "

@A4mulaa_jireenyaa
1.9K views06:08
Open / Comment
2023-06-05 12:43:56
Kolfi kolfi Naan jedhu
Ilkaan maaliin na kolfa
Obsi Obsi Naan jedhu
Garaa maaliin na obsa

Keessikoo madaa qaba

@A4mulaa_jireenyaa
968 viewsedited  09:43
Open / Comment
2023-06-04 22:29:22 @seyfal_islaam
1.4K views19:29
Open / Comment