Channel address:
Categories:
Animals ,
Automobiles
Language: English
Subscribers:
19.88K
Description from channel
Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.
Ratings & Reviews
Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.
5 stars
0
4 stars
1
3 stars
1
2 stars
0
1 stars
0
The latest Messages 5
2023-06-04 21:34:57
Abjuu Jechuun Kan Yeroo Raftu
Argitu Osoo Hin Taane Akka Ati
Hin Rafne Kan Si Godhudha!!!
1.5K views18:34
2023-06-04 15:25:53
1.9K views12:25
2023-06-04 15:00:29
Yeroo kanatti muslimaaf kan
barbaachisu Hoogganaa Akka
#Imaamu_Ahamadi kan lolee lolchiisu.
Kanuma dubbiin. #Muramte
@seyfal_islaam
1.8K viewsedited 12:00
2023-06-03 08:41:13
Masjiidni Hin Diigamu!!
—————-*————-
Turkitti projectiin hidha Ilsuu Jedhamuu beeksifame.
Projectiin kun kutee kan darbu mandara Hasankiif ishee tokko. Mandara kana keessatti masjida guddaa umurii dheeraaf seenaa qabu Iyuub jedhamutu jira.
Projectiin kun masjida kana waliin akkamitti akka deemu gaaffii keessa gale.
Projectii kanaaf immoo Masjiida diiguun ulfaataa ture.
Ogeessonni mala dhahuu eegalan.
Falas qabatanii dhufan masjida toonii 4600 ulfaatu kana utuu hin tuqamin gara biraatti jijjiiruuf murteessan. Masjiida kana kaasuuf Konkolaataa goommaa 352 qabu uumame. Daandiin Asphaaltii km lama baldhatu hojjatame. Masjiidichas iddoo sadiitti qooduuf qophiin xumurame. Kutaan Masjidicha xiqqoon lamaan dursa kaafaman. Itti aansuun Kutaan Masjidichaa toonii 2650 madaalu utuu wanna tokko hin ta’in iddoo yaadametti fe’ame.
Yoo kabaja Masjidaa beekan akkana. Biyya keenyatti immoo Masjiidni biyyeetti makamaa Qur’aanni Miilaan irra deemamaa,maaliif masjiidni diigama jedhee kan gaafate hidhamaa ajjeefama. Rabbi Nagaa haa fidu!!!
@seyfal_islaam
2.4K views05:41
2023-06-03 08:41:07
2.0K views05:41
2023-06-02 22:40:53
*Bakka hin rafnetti hin mugan*
Kan dabarte khuttee, alala guuruu dhiifnee fulduraaf akkam taana?
2.0K views19:40
2023-06-02 18:19:37
ሸሃዳ
2.2K views15:19
2023-06-02 18:19:31
Ajjeesuun utuu furmaata tahee wanni ta'aa dhufee harra gahe barnoota nuuf taha ture garu..... eenyu waan dabre ilaala?
Raayyaa Abbaamacca
2.0K views15:19
2023-06-02 15:13:24
#Finfinnee
#Anwar masjid
Azaana yeroo muddamaa baasaa jira.
Namoota baay'eetu madaa'e.
Hanga ammaatti yaala hin arganne.
@seyfal_islaam
2.1K views12:13
2023-06-02 14:18:09
Jimmaatti Masjida Fat-hiitti Dhukaasa banameen Namoonni
Miidhamaniiru!!! Namni lama rasa*asaan dhahamaniiru
Tofik Temam
2.0K views11:18