Get Mystery Box with random crypto!

͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯

Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯ M
Logo of telegram channel a4mulaa_jireenyaa — ͙✯͙➍Mulɑɑ Jireenyɑɑ✯
Channel address: @a4mulaa_jireenyaa
Categories: Animals , Automobiles
Language: English
Subscribers: 19.88K
Description from channel

Seenaawwan gaggabaaboo
Walaloo
Ergaa
Gaaffii fi deebii
Yaadota mo'atoo fi kanneen biroos argachuuf. Miseensa chaanaalii keenyaa ta'aa.

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

1

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 8

2023-05-10 20:15:41 Magaalaa Guutuu irra Nam tokko naaf wayya, Namni sun Nama dhugaa taanaan
__

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
1.1K viewsedited  17:15
Open / Comment
2023-05-10 19:59:01
በህይወት ስትኖር በራስህ ኩራ ለራስህ ስትል ጠንካራ ሁን ህይወት ሁሌም እንደፈለካት አትሆንም!

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
1.1K viewsedited  16:59
Open / Comment
2023-05-10 19:57:57
ይህ ቀን  ይመጣል..
አብረን እንሰግዳለን
አላህንም ስላገናኘን እናመሰግነዋለን ,,,

አላሁመ ሀላል የሆነ ፍቅርን..

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
1.1K views16:57
Open / Comment
2023-05-10 10:22:43 Jaalalli gaafa wantoota duraan Booynuufitti kolfuu jalqabne dhuma.!

:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
1.5K views07:22
Open / Comment
2023-05-10 10:22:42 #Mammaaksa

"Waa ol kaa'uun gaariidha jettee
jaartiin durbummaadhaan duute. "

@A4mulaa_jireenyaa
1.4K views07:22
Open / Comment
2023-05-10 05:43:20 #Makmaaksa

"Ulfaa fi Xiiqii Dhiiratu Garaa Nama Kaa'a" Jette Intalli.


:¨·.·¨: ❀  
 `·. @A4mulaa_jireenyaa
1.6K views02:43
Open / Comment
2023-05-09 22:36:13
Eebba kitaaba "MEETII"
barreessaa Lammii Jemera Oljira tiin

Bakki:Magaalaa Jimmaa, Galma waldaa misooma oromiyaa(Odaa) tti.

Yeroon: caamsaa 6, 2015; waaree booda sa'atii 7:00 irraa eegalee.
.
.
.

@tulu_dawo
1.7K views19:36
Open / Comment
2023-05-09 22:35:17 "Gariin Namaa kaayyoo Isaanii Milkeefatuudhaaf Jecha Jireenya Namoottan biroo balleessu "

@A4mulaa_jireenyaa
1.7K views19:35
Open / Comment
2023-05-09 22:07:19
#Majnuun_Leylaa

@A4mulaa_jireenyaa
1.8K viewsedited  19:07
Open / Comment
2023-05-04 13:35:32Lola waggoota shanii booda yeroo duraatiif mariin araaraa WBO fi mootummaa Itoophiyaa giddutti godhame, dhimmoota tokko tokko irratti  waliigalamuu baatus, walhubannaan gaariin uumamuu ibsa gama lachuun baherraa ni hubatama. Haaluma kanaan marii marsaa itti aanuu gochuuf waliigaluu isaaniis agarra. Hawwiin ummata keenyaa waliigaltee guutuu nagaya buusuu dhagayuu  ta’us, bu’aan marii kanarraa argames gaariidha. Hammasiifuu tarkaanfilee jechaafi gochaa kan bu’aa ( progress) marii marsaa kanaa irratti argame of duuba deebisan irraa gamni lachuu of qusachuu barbaachisa. Inumaatuu hojiilee daran walitti dhiheessuuf fayyadan dalaguutu irraa eeggama. Deeggartoonni gama lachuutis ta’ee  ummanni bal’aan mariin marsaa itti aanuu dafee akka eegaluufi waliigalteerra akka gayamu dhiibbaa godhuu feesisa.

#PeaceHasNoAlternative
#JustPeace


Jawaar Muhammad
3.9K views10:35
Open / Comment