Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 34

2021-03-31 17:56:17 Dambalii Jaalalaa

Chaanaala Afaan Oromoo ergaawwan jaalalaafi walaloowwan jaalalaan guutame kanatti namni miseensa hin taane eenyu?
95 views¥dnk Kachu, 14:56
Open / Comment
2021-03-31 13:27:55
www.daldalaa.com

Marsaariitiin daldalaa www.daldalaa.com jedhamu ifoomun tajaajila eegale.

• www.daldalaa.com warraaqsa diinagdee keessatti bu'aa guddaa taphata jedhamee eegama.

• Daldaltoonni kamiyyuu galmaa’uun meeshaalee fi tajaajila keessan marsaritii kana irratti gurgurachuu ni danda'u.

• Fayyadamtoonni marsaariitii kana irraa meeshalee barbaaddan hundaa karaa salphaa ta'een argachuu ni danda'u.

• www.daldalaa.com irratti galmaa’uun meeshaalee akka bilbila, laptooppii, Taableetii, Tiivii, konkolaataa, mana jireenyaa uuffataa fi kkf bitachuu fi beeksifachuu ni danda'ama.

Galmaa’uun tajaajila kana fayyadamaa.

www.daldalaa.com/register
www.daldalaa.com/register
86 viewsRobI A, 10:27
Open / Comment
2021-03-30 18:45:43 Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa.

https://www.facebook.com/groups/363696794894034/
104 views¥dnk Kachu, 15:45
Open / Comment
2021-03-30 18:35:15
እንኳን ደስ ያላቹ አሸናፊ ሆነናል
145 views000, 15:35
Open / Comment
2021-03-30 15:22:43
Gadaa Magazine maatii barattootaa fi barattootaa kutaa 12ffaa sababa netoorkiin firii isaanii hin ilaaliin jiran gargaaruu feedha.

Barattoonni 'Registration number' keessan qofa garaa @gadaamagazineBot nuf ergaa. #SHARE

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
101 viewsRobI A, 12:22
Open / Comment
2021-03-30 11:57:38
158 views¥dnk Kachu, 08:57
Open / Comment
2021-03-30 10:19:02 Entrance 2012 gadhiifameera!
======================
Firiin Qormaataa kutaa 12ffaa kan bara kanaa ifoomee jira. Namoonni firii qormaataa keessan akka isiniif ilaalamee ergamu barbaaddan Group kana seenuun ofiifis nama biroofis bilisaan ilaaluu dandeessu!

Groupicha seenuuf link kana tuquun join godhaa
Neaea2012entranceResultGroup
169 viewsEba, 07:19
Open / Comment
2021-03-29 22:57:12 Geerarsa Haacaaluu (Full Text)

Jirtuu?, Hin Dhagaahamu, hin dhagaahamu jechaa jiru warri
Ameerikaa.
Jirtuu?, Jirtuu?...
Ijoolleen Goojjam Jirtuu?
Goojjam Matakkal Jirtuu?
Ijoolleen Raayyaa Jirtuu?
Raayyaa Raayituu Jirtuu?
Ijoolleen Walloo Jirtuu?
Walloo Kamisee Jirtuu?
Ijoolleen Wallaggaa Jirtuu?
Ijoolleen Arsii Jirtuu?
Ijoolleen Booranaa Jirtuu?
Ijoolleen Tuulamaa Jirtuu?
Ayiiiiiiiiiiiiiii..
Ani Maalan godheree
Maalan gochuu dideree
Manni Keenya holqaare(×)
Tabba Gubbaadha malee(×2)
Oromoon Biyya Diigaaree
Biyya Ijaara Malee(×2)
Ya Ijoollee Biyya kootii(×2)
Hundumtuun Haadhoo Kooti(×2)
Hangariin Garaa siree
Nooraan garaa dhidheessaa
An Yooman garaa hiree
An Haacaaluu Hundeessaa
Nan Joore Nan Joorekaa
Foon maddii na qoorekaa
Ya ijoollee biyya kootii(×2)
Hundumtun haadhoo kooti(×2)
Qamalee koo Qamalittii(×2)
Yaa Ishee goongoorra utaaltu
Arbi ciinjiijjiitti dhale
Akkamiin rafnee bulla
Fuulduraan otoo eegnuu
Diinni boroodhaan gale
Akkamiin Rafnee Bulla
Nuti Jaalala jenna
Diinni Ammas nuun ciisne
Kunoo mi'eessoon galee
Rasaasaan nu waxalee
Akkamiin rafnee bulla
Diinni silaa nuun ciisne
Kunoo cinaaksan gale
Rasaasaan nu waxalee
Nurraa Dhowwi ya Lammaa
Nurraa Dhowwi ya Abiyyii
Nurraa Dhowwaa yaa biyyaa
Yookaan qeerroottan iyyaa...
Gaarri shiraan tuulame
Biiftuu Baatu Dhoksaaree
Kan Du'e Seenaatti Hafe
Kan lufe silaa lufe
Kan dhufes dhiigaan dhufe
Dhiigni qeerroo inni jige
Itiyoophiyaa jigde kaasekaa
Dhiigni qeerroo inni jige
Itiyoo_eertiraa walitti araarsekaa
Nan sobee...Nan Sobee...Nan Sobee
Nan Sobee Ijoollee Oromoo
Nan Sobee Ijoollee Biyyakoo
Galma Dhugaa Ijaaruuf
Galma Sobaa Raasekaa
Galma Dhugaas Lafeedhaan
Ni Ijaarranna Boru
Galma Dhugaas Jaalalaan
Ni Ijaarranna Boruu
Otuma Moortuun Moortuu
Ni Hora Abbaan Horuu
Otoo Addageen Moortuu
Ni Hora Abbaan Horuu
Ni Hora Abbaan Horu
Ni Hora Abbaan Horuuu.
185 views22916, 19:57
Open / Comment
2021-03-29 20:03:22

932 views000, 17:03
Open / Comment
2021-03-29 19:50:32
Seenaa Oromoo Kaaba Ityoophiyaa fi Akkoo Manooyyee/ Guddittii Gadi'aa Falasaa giiftii Oromoo ---------------------------------------------------- Seenaan Guddittti dheeradha. Akkoo manoyyee kan jedhamtu ishiidha. Oromoon abbaa irree jedheet ishii waama. Habashaan…
156 views000, 16:50
Open / Comment