Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 33

2021-04-04 21:53:52 Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa.

https://www.facebook.com/groups/363696794894034/
25 views¥dnk Kachu, 18:53
Open / Comment
2021-04-04 20:23:11
Ossoo magaalaan harar umar al-Ridaan (sheikh Abaadiirn) hin hundaawiin dura akka oromoon
Naannawa magaalaa Harar qubachaa turtee maali ragaan?
Ragaan tokko kana:- akka ragaan barreeffama ibsutti ossoo umar al-Rida (sheikh Abaadiir) Bara 1234 gara harar hin dhufiin dura ilmaan oromo namni lama Quraana barachuuf Yaman dhaqan.isaaniis shiekh usman kan gosti isaa jaarsoo fi sheikh Ali kan gosti isaa Alaa Abbaadhoti. Sheekootiin tun yeroo biyyati dacha'aan umar Al-Rida (shiekh Abaadiir) akka
Ummata isaanni ilmi barsiisuuf gara biyyaa fiidanii dhufan.achii booda ega biyya Oromo dhufee boodas jarri kun sheekh Abaadrii fi oromoota jiddutti turjumaana tahanii hojjacha
turan.achii booda lafa Amma magaalaan harar
Irra jirtu tana sheikh Abaadiir akka galma itti jaaratuuf kannameef.
Yeroo San gooroo fugugitti gadaan gadaa dagga goobanaa jedhama.magaalaan guddoon bulchinsa Dakkar Goobana jedhamti.
61 views000, 17:23
Open / Comment
2021-04-03 22:13:01 Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa.

https://www.facebook.com/groups/363696794894034/
82 views¥dnk Kachu, 19:13
Open / Comment
2021-04-03 20:36:53 YouTube kenya #ancient_history_of_oromoo subscribe nuf godha
132 views000, 17:36
Open / Comment
2021-04-03 20:27:04

127 views000, 17:27
Open / Comment
2021-04-02 20:44:01
167 views000, 17:44
Open / Comment
2021-04-02 20:41:05 Geerarsa Haacaaluu (Full Text)

Jirtuu?, Hin Dhagaahamu, hin dhagaahamu jechaa jiru warri
Ameerikaa.
Jirtuu?, Jirtuu?...
Ijoolleen Goojjam Jirtuu?
Goojjam Matakkal Jirtuu?
Ijoolleen Raayyaa Jirtuu?
Raayyaa Raayituu Jirtuu?
Ijoolleen Walloo Jirtuu?
Walloo Kamisee Jirtuu?
Ijoolleen Wallaggaa Jirtuu?
Ijoolleen Arsii Jirtuu?
Ijoolleen Booranaa Jirtuu?
Ijoolleen Tuulamaa Jirtuu?
Ayiiiiiiiiiiiiiii..
Ani Maalan godheree
Maalan gochuu dideree
Manni Keenya holqaare(×)
Tabba Gubbaadha malee(×2)
Oromoon Biyya Diigaaree
Biyya Ijaara Malee(×2)
Ya Ijoollee Biyya kootii(×2)
Hundumtuun Haadhoo Kooti(×2)
Hangariin Garaa siree
Nooraan garaa dhidheessaa
An Yooman garaa hiree
An Haacaaluu Hundeessaa
Nan Joore Nan Joorekaa
Foon maddii na qoorekaa
Ya ijoollee biyya kootii(×2)
Hundumtun haadhoo kooti(×2)
Qamalee koo Qamalittii(×2)
Yaa Ishee goongoorra utaaltu
Arbi ciinjiijjiitti dhale
Akkamiin rafnee bulla
Fuulduraan otoo eegnuu
Diinni boroodhaan gale
Akkamiin Rafnee Bulla
Nuti Jaalala jenna
Diinni Ammas nuun ciisne
Kunoo mi'eessoon galee
Rasaasaan nu waxalee
Akkamiin rafnee bulla
Diinni silaa nuun ciisne
Kunoo cinaaksan gale
Rasaasaan nu waxalee
Nurraa Dhowwi ya Lammaa
Nurraa Dhowwi ya Abiyyii
Nurraa Dhowwaa yaa biyyaa
Yookaan qeerroottan iyyaa...
Gaarri shiraan tuulame
Biiftuu Baatu Dhoksaaree
Kan Du'e Seenaatti Hafe
Kan lufe silaa lufe
Kan dhufes dhiigaan dhufe
Dhiigni qeerroo inni jige
Itiyoophiyaa jigde kaasekaa
Dhiigni qeerroo inni jige
Itiyoo_eertiraa walitti araarsekaa
Nan sobee...Nan Sobee...Nan Sobee
Nan Sobee Ijoollee Oromoo
Nan Sobee Ijoollee Biyyakoo
Galma Dhugaa Ijaaruuf
Galma Sobaa Raasekaa
Galma Dhugaas Lafeedhaan
Ni Ijaarranna Boru
Galma Dhugaas Jaalalaan
Ni Ijaarranna Boruu
Otuma Moortuun Moortuu
Ni Hora Abbaan Horuu
Otoo Addageen Moortuu
Ni Hora Abbaan Horuu
Ni Hora Abbaan Horu
Ni Hora Abbaan Horuuu.
163 views000, 17:41
Open / Comment
2021-04-02 19:17:16 Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa.

https://www.facebook.com/groups/363696794894034/
130 views¥dnk Kachu, 16:17
Open / Comment
2021-04-01 20:29:33 Walaloo Afaan Oromoo Haaraa 2021
Qopheessan - Kaachaalluu
Barreessan - Kaachaalluu
Dirqamni sinirraa eeggamu share, like, comment and subscribe gochuudha.



24 views¥dnk Kachu, 17:29
Open / Comment
2021-03-31 18:27:41 Wal dorgommii suuraa Fb irratti hirmaachun Oromiyaa beeksisaa.

https://www.facebook.com/groups/363696794894034/
81 views¥dnk Kachu, 15:27
Open / Comment