🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

GAGGEESSUMMAA

Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA G
Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA
Channel address: @gaggeessummaa
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 28.85K
Description from channel

👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa!
https://m.facebook.com/Gaggeessummaa?refid=46&ref
✍️ @Gaggeessummaa_bot

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 12

2022-12-13 21:23:42 BAANKII SAMMUU!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ David Schwartz kitaaba isaa "The Magic of Thinking Big"
jedhu keessatti, "SAMMUUN NAMA BAAY'EE MANA BAANKIITIIN WAL FAKKAATA" jedha.

➲ Guyyaa hunda yaada haaraa maddisiistu yaadota kee baankii sammuu keessatti kuufatta. Yaadonni kuni sammuu kee keessatti guddatanii yaadannoo ta'u.

➲ Kanaaf, yeroo rakkoon si mudatu baankii sammuu yaadannoo keetii keessa deemta. Akkamittiin jalaa miliqu? Wanta na mudate kana hangamin beeka? Gaaffilee jedhaniif deebii isaa baankii sammuu kee keessaa argatta.

➲ Teller baankii sammuu keetii immoo wanta gaafatte siif laachuu dhaaf duubatti hin jedhu. Waanuma gaafatte argatta. Yoo, "Kabajamoo, yaadota ani nama dadhabaa wanta na quunname kana irra tarkaanfachuu hin dandeenye ta'uu koo naaf mirkaneessu naaf laadhu" jettee gaafatte yaadotuma kana mirkaneessan siif laata. Faallaa kanaas immoo yoo gaafatte argachuu dandeessa. Filannoon kan keeti. Kufuu yookiin ka'uu!

➲ Wantoonni jabaan lama ofitti amanamummaa yaadota baankii sammuu keetiin ittiin ijaarrattu immoo kunooti:
⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣ ⇣⇣
➀. Hanga siif danda'ame Baankii sammuu kee keessa yaadota gaggaarii (Positive thoughts) qofa olkaa'adhu.

➁. Baankii sammuu keetii yaadota gaggaarii qofa gaafadhu! Yaadota kufaatiif si saaxilan gonkumaa sammuu kee keessa barbaaduu hin yaalini!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
1.0K viewsGetu Abera✟, 18:23
Open / Comment
2022-12-12 17:33:11 Maaliif namoonni tokko tokko caalchisanii milkaa’uu?
➛ Hawwii cimaa qabu.
➛ Guddisanii yaadu.
➛ Caalaatti fedhii qabu.
➛ Caalaatti cimanii hojjetu .
➛ Wanta godhan ni jaalatu.
➛ Wanta dursuu qabuuf dursuma kennu.
➛ Namoota isaan gorsanii irraa gargaarsa argatu.
➛ Ofii isaanii irratti hojjatu.
➛ Fayyaa isaaniif dursa kennu.

ለምን አንዳንድ ሰዎች የበለጠ ስኬታማ ይሆናሉ?
⁃ የበለጠ ምኞት አላቸው።
⁃ ትልቅ ያስባሉ
⁃ የበለጠ ፍላጎት አላቸው።
⁃ የበለጠ ጠንክረው ይሠራሉ
⁃ የሚያደርጉትን ይወዳሉ
⁃ ቅድሚያ የሚሰጧቸውን ነገሮች ያስቀምጣሉ።
⁃ ከአማካሪዎች እርዳታ ያገኛሉ
⁃ በራሳቸው ላይ ኢንቨስት ያደርጋሉ
⁃ ለጤናቸው ቅድሚያ ይሰጣሉ

Why some people are more Successful?
⁃ They have more ambition!
⁃ They think bigger!
⁃ They have more desire!
⁃ They work harder!
⁃ They love what they do!
⁃ They set their priorities!
⁃ They get help from mentors!
⁃ They invest in themselves!
⁃ They prioritize their health!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
1.4K viewsGetu Abera✟, 14:33
Open / Comment
2022-12-12 17:32:16 W𝗮𝗮n S𝗮𝗱𝗶 B𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂!
▬▬▬▬▬▬▬▬
1. A𝗸𝗸𝗮𝗺𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 biraa 𝗯𝗶𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗮𝗺𝗮𝗻𝗮𝗺𝗮a 𝘁𝗮a𝘁𝗲𝗲 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗺𝘂𝗹'𝗮𝘁𝘁𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂!
2. A𝗸𝗸𝗮𝗺𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗯𝗶𝗿𝗮a 𝘄𝗮𝗹𝗶𝗶𝗻 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝘄𝗮𝗹i𝗶 𝗴𝗮𝗹𝘁𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂!
3. A𝗸𝗸𝗮𝗺𝗶t𝘁𝗶 𝗼𝗳𝗶𝗶 𝗸𝗲𝗲𝗳 𝗮𝗸𝗸𝗮 𝗴𝗮𝘁𝗶𝗶 (𝘃𝗮𝗹𝘂𝗲) 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗶𝘁𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗮𝗱𝗵𝘂!

S𝗮𝗱𝗲𝗲𝗻 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗮𝗹-𝘁𝗼k𝗸𝗼𝘁ti 𝗯𝗮𝗿𝗮𝘁𝘁𝗲𝗲 𝗾𝗮𝗯𝗱𝗮 𝘁𝗮a𝗻𝗮𝗻 𝗷𝗶𝗶𝗿e𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗳𝗼𝗼𝘆𝘆𝗲𝘀𝘀u𝘂 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗲es𝘀𝗮. M𝗮𝗮𝗹 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗾𝗼𝗳𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘀𝗮𝗱𝗲𝗲𝗻 𝗸𝗮𝗻𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝗯𝗲𝗲𝗸𝗻𝗲 𝗶𝗹l𝗲𝗲 𝘀𝗮𝗹𝗽𝗵𝗮at𝘁𝗶 𝗱𝗵𝗶𝗶𝗯𝗯𝗮a 𝗶𝗿r𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘂𝘂𝗺𝘂𝘂 𝗱𝗮𝗻𝗱𝗲𝗲s𝘀𝗮. I𝒕𝒕𝒊 𝒉𝒐𝒋je𝒅𝒉𝒖! I𝒍a𝒂𝒍𝒊!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
1.3K viewsGetu Abera✟, 14:32
Open / Comment
2022-12-10 20:25:49 HUBADHU!
▬▬▬▬▬▬▬
❏ AARIIN:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Fira nama dhabsiisa.
⁃ Sammuu jeeqa.
⁃ Qabeenya barbadeessa.
⁃ Badiif nama saaxila.
⁃ Du’aaf nama kenna.

❏ JIBBIINSI:
⁃ Walirraa nama fageessa.
⁃ Qofa galeessa nama taasisa.
⁃ Walitti dhufeenya booressa.
⁃ Dogongoraaf karaa bana.
⁃ Firiin isaas gaabbii ta’a.

❏ RAKKINNI:
⁃ Amala namaa jijjiira.
⁃ Waan hin qabne si barsiisa.
⁃ Abdii si kutachiisa.
⁃ Obsa si fixachiisa.
⁃ Biyyarraa siin bada.

❏ OBSI:
⁃ Taajjabbii irraa si hambisa.
⁃ Hamtuu irraa nama eega.
⁃ Of-eeggannoo namaaf labsa.
⁃ Amala qabeessa nama taasisa.
⁃ Gara laafummaa nama barsiisa.
⁃ Sammuu namaa bal'isa.
⁃ Madaaluuf nama gargaara.
⁃ Olaantummaa nama gonfachiisa!
«KANAAFUU OBSA QABAADHU!»

❏ JAALALLI:
⁃ Gammachuu namaaf laata.
⁃ Waan gaarii nama yaachisa.
⁃ Jireenya hawaasummaa cimsa.
⁃ Kaayyoo fiixaan baasa.
⁃ Galma qaqqabsiisa.
⁃ Bilisummaa yaadaa laata.
«KANAAFUU JAALALLI FURTUU JIREENYAATI.»

➦ Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι

sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
1.2K viewsGetu Abera✟, 17:25
Open / Comment
2022-12-10 20:25:46 ONE DAY IT WILL BE OVER...
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
◉ I wish I didn't take life so seriously...
◉ I wish I didn't take life so seriously...
◉ I wish I didn't take life so seriously...

➥ I wish I lived more...
➥ I wish I gave more happiness to my family...
➥ I wish I knew how precious life was...
➥ How fleeting...
➥ How special and at the same time fragile & insignificant...
➥ I wish I didn't give up on my dreams so easy...

...ONE DAY YOUR LIFE WILL FLASH BEFORE YOUR EYES, MAKE SURE IT'S WATCHING...

◈ When we look back on our life...
In our last breaths...
We will all wonder...
◈ Did my life mean anything?
◈ Did my life mean anything to this world?
◈ Was I loved...
◈ Did I have an impact on anyone else's life...
◈ Did I matter?
◈ We won't be worried about our bills.
◈ We won't be worried about our hair.
◈ We CERTAINLY won't care about our favorite tv show...
◈ We won't spare a SECOND THOUGHT of other's opinions and judgements...
◈ DID I MATTER?
════════════
● Before you reach that last breath TODAY might be the time to make a change...
● Make your life matter!
● One day it will be over.
● There will be two dates either side of a dash...
● Make sure that dash is not empty.
● MAKE SURE IT IS FULL OF LIFE...
● FULL OF LIVING.

Oscar Wilde once said "To live is the rarest thing in the world. Most people exist, that is all. "
...and he was right.

• Don't live like everyone else... Existing...
• BE EXTRAORDINARY!

• LIVE EVERY MOMENT WITH PASSION AND WONDER!

• DON'T TAKE ANYTHING FOR GRANTED!

➨ What is important to you?
➨ What dreams do you have?
➨ GO GET THEM!
➨ What are you waiting for?!
➨ You only have ONE SHOT.
➨ If you miss the target at least you will live with PRIDE knowing you have NO REGRETS!

▷ Who do you love?
▷ Who has loved you?
▷ Tell them...
▷ TELL THEM NOW!
▷ You never know when it will be your last chance...
▷ Don't take this magical thing called LIFE for granted...

✧ KEEP YOUR HEAD WHEN EVERYONE ELSE IS LOSING THEIRS!

✧ TRUST YOURSELF WHEN EVERYONE ELSE DOUBTS YOU!

✧ MASTER YOUR DREAMS WHEN ALL OTHERS GIVE UP ON THEIRS!

✧ BE THE CAPTAIN WHEN EVERYONE ELSE IS CONTENT BEING THE CREW!

✧ BE THE LION WHEN ALL OTHERS ARE PLAYING SHEEP!

✧ BE THE LEADER WHEN ALL OTHERS ARE FOLLOWING!

✧ LIVE EACH DAY AS IF IT MAY BE YOUR LAST ON EARTH!
✧ IT MAY BE!

✧ LEAVE YOUR LEGACY!

TODAY IS THE DAY!
THE GREATEST MOTIVATIONAL SPEECHES
BY FEARLESS MOTIVATION!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
1.1K viewsGetu Abera✟, 17:25
Open / Comment
2022-12-06 16:55:36 DHEEBUU MILKAA'INAA fi TATTAAFFII GODHAMUU QABU
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ "... Addunyaa kana irraa namoonni biliyoona 7.86 gammachuu hin qabani! Sababni isaa milkaa'ina amma irra jiran kana caalatti waan haaraa ta'e fiduuf dheebotu. Namoota furmaata haaraa addunyaadhaaf argamsiisanis amaloonni walfakkaatoo isaan taasisu kanneen armaan gadiiti:
➲ Dheebuun isaanii guddina,
➲ Jireenya gaarii jiraachuu,
➲ Jijjiiramaaf dhimmuu,
➲ Milkaa'ina yaaduu, gonfachuu.
➲ Namootatti abdii horuu.
➲ Miidhaan yoo jiraate faayidaan jira jedhanii amanuu,
➲ Warra dhaban gargaaruu,
➲ Warra gaddan jajjabeessuu dha.

Karaalee Namoonni Baay'een Kallattii Sirriitti Ittiin Dhufan:

✧️ Gahuumsaan hojjachuu, (Efficiency)
✧️ Iftoomina qabaachuu, (Transparency and Accountablity)
✧️ Itti Gaafatamummaa ofii bahuudha. (Responsiblity)

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
1.1K viewsGetu Abera✟, 13:55
Open / Comment
2022-12-05 18:13:14 Madda║Burqaa
Gammachuu!

▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. Namoota hundumaa waliin nagaa qabaadhu!

➋. Namoota hundumaa akka of jaalattutti jaaladhu!

➌. Yeroo hundumaa agartuu keetiin iddoo mul'annii fi karoorri kee jiru ilaali!

➍. Namni fedhii dhaba malee hojii tokkollee hojjechuu hin dadhabu.

➎. Wanta dursitee xumuruu qabduu fi wanta yeroo isaatti dhufu adda baasi!

➏. Guyyaa hundumaa hojii kee madaallii irra kaa'ii miijani!

➐. Yeroo gadi baatee uumama waaqaa doo'attee itti bashannantu qabaadhu!

➑. Haala rakkisaa keessatti obsaa fi gammachuu dhaan dabarsuu shaakali!

➒. Sammuu keetiif yeroo addaa boqonnaa kennituuf qabaadhu!

➓. Haamilee ofii jajjabeessi!

Nagaan, jaalalli, tokkummaan harka kee keessa jiru haalotaan akka hin jeeqamne godhi! Gatii baasuun si barbaachisu hunda baasii nageenya kee eeggadhu! Yoos ati boontee jiraatta malee boossee hin jiraattu! Gammachuu guutuu jireenya kee irraa argachuus ni dandeessa.

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
201 viewsGetu Abera✟, 15:13
Open / Comment
2022-12-03 21:10:59 ABDII QABDA! ─ Moo'ichi nama jijjiiramaaf wal'aansoo qabu bira jira.
▬▬▬▬▬▬▬▬
➲ Har'a hiyyeessa yoo taate bor ni sooromta!
➲ Har'a uffata gahaa hin qabdu yoo ta'e bor irraa hafaa qabaatta!
➲ Har'a miilla qullaa deemta yoo ta'e bor kophee jijjiirtee keewwattaam.
➲ Har'a hojii hin qabdu yoo ta'e bor hojjetaa hedduu qacarta!
➲ Har'a baasii geejjibaaf yoo dhabdeyyuu bor konkolaataa kee yaabdee adeemta!
➲ Har'a nama si jaallatu hin qabdu yoo ta'eyyuu bor baay'ina fira keetif dhiphatta!
➲ Har'a utuu biyyi kolfuu yoo boosseyyuu bor yeroo biyyi boo'u kolfuuf jirta!
➲ Har'a gurguddoota biyyaa hin beektu yoo ta'eyyuu bor nama guddaaf beekamaa taata.

Kanaafuu haala keessa jirtutti gammadi wal'aansoo qabi, moo'ichi nama wal'aansoo qabu bira jira. Moo'ichi guddaan immoo aarii fi dafqaan utuu hin taane karaa OBSAA argama. Kanaafuu abdii kutuu caalaa obsa uffachuun daawwaa milkoomina keetiti.
ABDII HIN KUTATIN!

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
985 viewsGetu Abera✟, 18:10
Open / Comment
2022-12-02 20:43:06 Jireenya Gammachuu qabu Jiraachuu
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
● Jireenya gammachuu qabu jiraachuuf waan hin qabne yookiin waan guddaa argachuu qofa osoo hin taanee, gatii waan harka keenyaa qabnu yoo beekne jireenya gammachuu jiraachuu dandeenya.

Hiyyeessa tokkotu akkana jedha:
● "...Ani hiyyummaa irraa kan ka’e miila qullaa deemuu kiyyaaf boo'aa ture..., garuu erga nama miila lama hin qabne argee boo'icha koo nan dhiise,..." jedhe.
Kanaafuu miila duwwaa deemun kee si hin yaachisin! Kanneen deemuf miila dhabanii rakkatan yaadadhu!!
═════════════
@Gaggeessummaa
@Reading_PDF
@Gaaela_Marriage
@Nan_Baradha
@Dirree_Yaadaa
@Computers_Soln
@Getu_Official
@Daandii_Guddinaa
@Hope_Promo
614 viewsGetu Abera✟, edited  17:43
Open / Comment
2022-12-02 20:38:50 GOCHAA GUYYAA GUYYAA John Maxwell:
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➊. "Yeroo hundumaa namootaaf gatii nan kenna. Yoon namootaaf gatii kennuu baadhe, homaa namootaaf GATII hin daballe yookiin hin fayyadne."

➋. "Yeroo hundumaa karaan ittiin GATII namootaaf kennu itti nan yaada."

➌. "Yeroo hundumaa karaan ittiin namootaaf GATII kennu nan barbaada."

➍. "Yeroo hundumaa wantin hojjedhu gochaa GATII namootaaf kennuuti:
Yeroo hundumaa daqiiqaa 10f qabeenya qabadheen:-
Har'a eenyufan Gatii kenna?
Har'a eenyun tajaajila?"

➎. "Yeroo hundumaa namoonni GATII namootaaf akka kennan nan jajjabeessa."

@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
663 viewsGetu Abera✟, 17:38
Open / Comment