🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Getu Official

Logo of telegram channel getu_official — Getu Official G
Logo of telegram channel getu_official — Getu Official
Channel address: @getu_official
Categories: Psychology
Language: English
Subscribers: 3.93K
Description from channel

WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
https://www.youtube.com/@Grace_Media24
✍️ @Getpostbot
✍ @Getu_Abera

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 12

2021-06-10 19:07:31

77 viewsGetu Abera✟, 16:07
Open / Comment
2021-06-08 07:09:23
PROPHET TB. JOSHUA

June 12,1963 - June 05,2021
GOD'S GENERAL
30 viewsGetu Abera✟, 04:09
Open / Comment
2021-06-08 01:14:50 KARAA FAYYINAA
┏┓
┃┃
┃┃ ╬
┃┃ ╱╱╲╲
┃┃ !Click!
┃┃
┗┛
"Fayyinnis Yesus Kristos duwwaadhaan malee, kan biraatiin tokko illee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta'u, waaqa jalaa ilmaan namootaaf hin kennamne" jedhe.
— HoE. 4:12

❏ Enjoy & Stay Connected!
❏ Jaalladhaa! Itti Gammadaa!
7 viewsGetu Abera✟, 22:14
Open / Comment
2021-06-07 22:29:55 ሰላም ቅዱሳን
በ'Hope Promotion'
ዛሬ ስጦታ ይዘንላችሁ መተናል
ከታች ያለውን የቤት ምስል እንድ ግዜ በመንካት ከፍታቹ ተቀላቀሉን!
┏┓
┃┃╱╲ OPEN
┃╱╱╲╲ Anaa Dhufu!!
╱╱ ╭╮ ╲╲ Welcome!!
▔▏┗┛▕▔

❏️ ክርስቲያን ዜናዎች
❏️ ክርስቲያን ፕራንክ
❏️ መንፈሳዊ ድራማ እና ፊልሞች
❏️ አዳድስ መዝሙሮች
❏️ መንፈሳዊ ትምህረቶች
❏️ ቅዱሱ ጋብቻ
❏️ ሰለ666አውሬው ቁጥር
❏️ የወንጌል አርበኞች

─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝

አዲስ መንፈሳዊ የኦሮምኛ ቴሌግራም ቻናሎች
....... ........

██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███

በተጨማሪ በጣም ደስ የምሉ ብዙ የክሪስቲየን እና መንፈሳዊ ቻናሎች እናሆ ከጋባችሁ እንደትወጡ ተባረኩበት።
23 viewsGetu Abera✟, 19:29
Open / Comment
2021-06-07 22:02:08 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❍️ Qophiilee Bashannansiisoo
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Oro Dinqisiisoo
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Classical fi muuziqaa faaruu
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███

❏ Enjoy & Stay Connected!
35 viewsGetu Abera✟, 19:02
Open / Comment
2021-06-07 07:08:06 በማለዳ ምሕረትህን እንጠግባለን፤ በዘመናችን ሁሉ ደስ ይለናል ሐሤትም እናደርጋለን።
መዝሙር 90፥14

𝐵𝑎𝑟𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎 𝑔𝑢𝑢𝑡𝑢𝑢 𝑔𝑎𝑚𝑚𝑎𝑑𝑛𝑒𝑒 𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑖𝑙𝑖𝑙𝑐𝒉𝑖𝑛𝑢𝑡𝑡𝑖, 𝑎𝑡𝑖 𝑔𝑎𝑛𝑎𝑚𝑎 𝑔𝑎𝑎𝑟𝑢𝑚𝑚𝑎𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖𝑛 𝑛𝑢 𝑞𝑢𝑢𝑓𝑠𝑖!
Far. 90፥14

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
328 viewsGetu Abera✟, 04:08
Open / Comment
2021-06-06 18:23:26
እጅግ አሳዛኝ ዜና
ፕሮፌት ቲቢ ጆሽዋ ከዚህ አለም በሞት ተለዬ::
Waaqayyoo Tajaajiltoota isaa gara ofiitti fudhachaa jira Raajii TB Joshua Du'aan Addunyaa kana irraa Boqotaniiru!
Gadda Guddaadha!

@Getu_Official
198 viewsGetu Abera✟, edited  15:23
Open / Comment
2021-06-06 11:13:39 Waan dubbattu yoo hin qabaanne homaa hin dubbatin!

➨ Arrabni daawwitii (mirror) sammuuti. Yaada ifaa jecha qajeelaadhaan dubbata. Yaadolee hammeenyaafis, haasa'a ifa hin taane maddisiisa.

➨ Jireenyi walxaxaadha; kanaafis waan tokko guutumaa guututti hubachuuf dubbii sagalee Waaqayyoo baay'isanii qayyabachuu (xinxaluu) barbaachisa.
➨ Hamma sadarkaa kana irra geessutti calliftee yoo dhaggeeffatte gaariidha.


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
285 viewsGetu Abera✟, 08:13
Open / Comment
2021-06-06 11:12:55 የምትናገረው ነገር ከሌለህ ምንም ነገር አትናገር!

➶ አንደበት የአእምሮ #መስታወት ነው፡፡ ግልፅ ሃሳቦች #ግልፅ ዓረፍተ ነገሮችን ይተፋሉ፡፡ #የተድበሰበሱ አስተሳሰቦችም ግልፅ ያልሆነ ንግግርን ያፈልቃሉ፡፡

➶ ህይወት #ውስብስብ ናትና አንዱን ነገሯን እንኳን ሙሉ በሙሉ ለመረዳት ብዙ በእ/ር ቃል #የአእምሮ መቃኘትን ይፈልጋል፡፡
➶ እዚህ ደረጃ ላይ እስክትደርስ ድረስ ዝም ብለህ ብትሰማ ጥሩ ነው፡፡

@Getu_Official
@Getu_Official
267 viewsGetu Abera✟, 08:12
Open / Comment
2021-06-06 06:39:24 Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❍ Jɑɑlɑlli kɑn ibsɑmu gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuu dhɑɑn!

❍ Gɑrɑɑ dhiifɑmɑɑ qɑbɑɑchuun gufɑnnɑɑ bɑɑy'ee irrɑɑ nɑmɑ hɑmbisɑ.

❍ Siif dhiise jechuunis eenyummɑɑ nɑmɑɑtti kɑbɑjɑ olɑɑnɑɑ horɑ.

❍ Dhiifɑmɑ gochuun hubɑtɑɑ nɑmɑ tɑɑsisɑ.

❍ Gɑrɑɑ Dhiifɑmɑɑ Qɑbɑɑchuun wɑntɑ hundumɑɑ obsɑɑn birɑ dɑrbuu gɑɑfɑtɑ. Dɑndeettiin hubɑnnoo nɑmɑɑtiis obsɑ qɑbɑɑchuu isɑɑtiin ibsɑmɑ.

❍ Nɑmni dhiifɑmɑ godhu gɑrɑɑ qulqulluu qɑbɑɑchuu isɑɑtiif rɑgɑɑ bɑ'ɑ.
Dhiifama Waliif Haa Goonu!!!

Getu Αberα
@Getu_Abera


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
323 viewsGetu Abera✟, 03:39
Open / Comment