🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Getu Official

Logo of telegram channel getu_official — Getu Official G
Logo of telegram channel getu_official — Getu Official
Channel address: @getu_official
Categories: Psychology
Language: English
Subscribers: 3.93K
Description from channel

WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
https://www.youtube.com/@Grace_Media24
✍️ @Getpostbot
✍ @Getu_Abera

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 8

2021-07-10 17:13:15 Waaqayyo Akka Milkooftu Barbaada!

“Waaqayyo immoo hojii isaa wal in qixxeesseef.”
— 2Sen. 26:5

Gaaffilee kanneen yaadaan qabi! Amanamummaadhaan deebisi!

➊. Yeroo tokkotti milkaa'aa ta'uu fi hafuuraan guddachuu akka dandeessu ni amantaa?
Namoonni tokko tokko hiyyummaa akka waan carraa dhumaa fi dhabdummaatti ilaalu, namoota milkaa'oo immoo warra akka namaatti hin yaadne akka ta'aniitti yaadu. Miti! "Uziyaan gara waaqaa ilaale Waaqayyo immoo hojii isaa walqixxeesseef"
Milkaa'inni, ol baatee warra kaan akka gadi ilaaltu si hin taasisu, namoonni milkaa'an yommuu dubbatan, kanneen biroo immoo ni dhaggeeffatu. Gaggeessitoonni akka Yoseef fi Daaniel namoonni abdii isaanii Waaqayyoo irra akka kaa'atan dhiibbaa godhan. Nuti ergaa addaa abdii of keessaa qabu namoonni biroo dhaga'uun isaan barbaachisu qabna. Garuu karaa isaan ittiin dhaga'an yoo hin mijeessine akkamitti dhaga'u?
(Rom. 10:14-17). Qophiin karoora keetii gadi bu'aa yoo ta'e isa caaluuf kadhadhu! jireenya kee keessatti caalatti itti milkaa'uuf karoorsi!

➋. Milkaa'uu Ni Sodaattaa?
Dhiibbaa jiruu fi jireenyaa fi gatii baasuun sirra jiru baasuu qabda. Gaggeessummaan kophummaa fi tarii immoo namoota baay'ee waliin jiraachudha. Yookiin gadi bu'uu fi deebitee olka'uuf sodaachuudha. Thomas Edison waa'ee milkaa'ina isaa yoo gaafatamu, "yommuu namoonni biroo dhiisee deemu ani nan jalqabe" John Foster Dulles, barreessaa U.S. duraanii akka jedhetti, "madaalliin milkaa'inaa rakkina irratti cimina qabaachuu kee miti garuu, rakkoo walfakkaataa bara darbe waliin qabdamoo" kan jedhuudha. Paul akka barreessetti, "gadi bu'uu dandeenya! Garuu, deebinee kaanee adeemsa itti fufna."
“In ari'atamna, garuu hin gatamnu; lafaan dha'amna, garuu achumatti hin hafnu.”
— 2Qor. 4:9

➌. Karaa Amma Irra Jirtutti Gammachuu Qabdaa?
Yoo quubsaa ta'uu baate, jireenya keetiif itti gaafatamummaa fudhadhuu daandii amantu deemuuf tarkaanfii jalqabi!
Dhuma iratti, namni tokkichi karaa Waaqayyo si barbaadu irra deemuu si dhoorkuu danda'u - suma.
Waaqayyo akka milkooftu barbaada.


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
792 viewsGetu Abera✟, 14:13
Open / Comment
2021-07-10 17:13:15 God wants you to succeed

“God gave him success.” 2Ch 26:5 NIV

Think about these questions and answer them honestly.
(1) Do you believe you can be successful and spiritual at the same time? Some folks equate poverty with humility and conclude that successful people can’t be humble. Not so. “As long as [Uzziah] sought the Lord, God gave him success.”

Success doesn’t give you the right to look down on others but, when successful people speak, others listen. Leaders like Joseph and Daniel influenced entire nations for God. The fact is, we’ve a message of hope others need to hear, but without adequate resources, how will they hear it? (See Ro 10:14-17). If you’ve been settling for less, pray for greater faith and start aiming higher in life.

(2) Are you afraid of success? Perhaps you fear the pressures and the price tag that accompany it. Leadership is lonely; maybe you’d rather be with the crowd. Or maybe you’ve been knocked down and you’re afraid to get up again. When Thomas Edison was asked about his success, he replied, “I start where other men leave off!”

John Foster Dulles, former U.S. Secretary of State said, “The measure of success isn’t whether you’ve a tough problem to deal with, but whether it’s the same problem you had last year.” Paul wrote,
“We get knocked down, but we get up again and keep going” (2Co 4:9 TLB).

(3) Are you satisfied with the way things are right now? If you’re not, accept responsibility for your life and take a step of faith. Ultimately the only one who can stop you from becoming the person God intended you to be — is you! Bottom line: God wants you to succeed.

Source: @bibleverses

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
707 viewsGetu Abera✟, 14:13
Open / Comment
2021-07-10 09:15:02 Jaalalan Siif Qabu!


Sin jaaladha. Nan beeka ati ni saalfatta. Ana hin hubattu. Ati anaaf waan baay'edha. Ani sitti dhihaachuuf nan yaala, garuu ati yeroo hin arganne. Yommuun ani xiyyeeffannoo guddaa siif kennu ati immoo caalatti gara biraa yaadda. Si waamee yoo diddus baay'en miidhama. Ani ofii koo siif kennuuf nan yaala, ati garuu qophii miti.

‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Si jaalachuuf carraa naaf kenni! Inni anadha, Yesus. Yeroo hundumaa ergaa siif ergame dubbisuuf, online galtee, ergaa hiriyoota keetii dubbifta. Garuu, akkamitti yeroo hunda macaafa qulqulluu bantee ergaa Waaqayyoo hin dubbifne? Maaloo hanga dhumaatti dubbisi! Maqaan koo Yesus. Yeroo baay'ee gabaabduu anaaf qabda. Ani sin jaaladha; sin eebbisa. Ani yeroo hundumaa si waliinan jira.
Har'a yeroo kee daqiiqaa 30 anaa waliin dabarsita. Kadhataaf miti! Waaqayyoon galateeffachuuf. Har'a ergaan kuni addunyaa irra akka naanna'un barbaada utuu hin galgalaa'in! Na gargaaruu dandeessaa? Maaloo hidhata kee addaan hin kutin, anis immoo waan si barbaachisuun sin gargaara! Eebbi karaa kee irra jira.
Wanta amma hojjetaa jirtu kamiyyuu dhaabi! Ergaa kana #Forward godhi! Guyyaan boruu jireenya keetiif guyyaa addaa ta'a. Hidhata kana addaan hin kutin! Fuula kana hiriyoota 10f daqiiqaa 10 keessatti ergi! Yeroon amma jalqabeera.

‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Ani hidhaa keesaan jira.
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️sababa keetiif!
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Namoonni natti qoosu!
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Sababa keetiif
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Ani sababa keetiif cunqurfameera.
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Fannoo irra baheera
Jaalalaaf, du'a keetiif du'ee du'aa ka'e.
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️Siif Jedhee.

Yesusitti qaana'uu yoo baatte ergaa kana namoota jaalattu 10f ergi!
862 viewsGetu Abera✟, 06:15
Open / Comment
2021-07-10 09:15:01 My love for you‍‌‌‌‌‍‍‍‍‌‌ ‌‌


I love you. I know you will be shocked, but you mean so much to me. I try to get closer to you, but you seem to be too busy. The more I give you my attention, the more you think of someone else. it hurts when I call and no one answers. I try to give myself to you, but you do not seem to be ready.

Give me a chance to love you. It's me JESUS. Every day, you open your inbox to read your friends messages, but how often do you open you Bible to read God's message? Please until the end. My name is Jesus. You barely have time for me. I love you and bless you, I am always with you.

You have to spend 30 minutes of your time with me today. Do not pray, Just give God praise. Today I want this message to circulate around the world before midnight. Will you help me? Please do not break the chain and I will help you with something you need!

A blessing is in your way. Stop whatever you are doing right now and forward this message. Tomorrow will be the best day of your life. Do not break this chain. Send this page to 10 friends in 10mins. The clock starts now‍‌‌‌‌‍‌‌.

I've been in prison ‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️ for your sake.‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌ the people spit‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️on me‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌for your sake‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️I was mistreated‍‌‌‌‌‍‌‌ for your sake‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️humilized‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌ for your sake‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️on the cross‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️for love for you Death and risen‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️
FOR YOU
‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️‍‌‌‌‌‍‌‌ ‌‌️‍‌‌‌‌‍‌
If you're not ashamed of Jesus send this to 10 people you love ‌‌‍‌‍
691 viewsGetu Abera✟, edited  06:15
Open / Comment
2021-07-09 23:50:33 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐫𝐫𝐚𝐚 dhimmoota

➲ Wangeela Kiristoos
➲ Amantii
➲ Faarfannaa Wangeela
➲ Dinaagdee
➲ Hawaasummaa
➲ Barnoota Walii galaa
➲ Bashananaa fi Bohaartii
➲ Seeraa fi kan kana fakkaatan ni argattu!

███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
6 viewsGetu Abera✟, 20:50
Open / Comment
2021-07-09 23:45:39 HOPE PROMOTION - 02
WELLCOME

Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
■ OPEN________________
■ OPEN________________
■ OPEN________________
■ OPEN________________
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.

██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███



Channel keessan tolaan nu waliin beeksifachuuf Hope Promotion or Getu Abera Qunnamaa!
17 viewsGetu Abera✟, 20:45
Open / Comment
2021-07-09 20:29:00
Gaaffii fi Yaada qabdaniif:
@Getu_Abera
@Getu_Abera




Barnoota qabdanis karaa
@Getu_Abera nu
qunnamuun dhalootaf
gumaachuu dandeessu!




➦ Wɑɑn beektɑnii fi dubbistɑn dhɑlootɑɑf dɑbɑrsɑɑ! Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!
@Getu_Abera
@Getu_Abera




Channel keessan beeksifachuufis
@Getu_Abera
@Getu_Abera




GALATOOMAA


@Getu_Official
@Getu_Official
214 viewsGetu Abera✟, edited  17:29
Open / Comment
2021-07-09 15:08:45 Warra Waa'ee Kiristoos beekanirra, warreen Kiristoosiin beekan, Warreen Kiristoosiin beekanirra gara warra Kiristoositti beekamanitti isarras darbee warra Kiristoosiin beekaminiitti ta'uuf carraaqaa!

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
351 viewsGetu Abera✟, 12:08
Open / Comment
2021-07-06 09:36:12 ➲ Qorumsa isinitti dhufu gammachuu guutuun fudhadhaa! Qoramtanii erga darbitanii booda eebba fuuldura keessan jirutti ceetu. Yoomiyyuu taanan
➬ Eebbi
➬ Moo'ichi
➬ Kabajamuun
➬ Gammachuun
➬ Daandiin Ce'uumsaa fuuldura keessan yoo jiraate qorumsi isinitti ni baay'ata. Sababni isaa; "yoo dukkanaa'e malee bari'uun hin jiru!"

Akkuma Macaafni Qulqulluun Dubbatu:
"Yaa obboloota koo! Qoramsa garaa garaatiin ilaalamuun yommuu isinitti dhufu, gammachuu guutuutti fudhadhaa!"
— Yaq. 1:2-3

"Namni qoramsa isatti dhufu obsaan danda'e, haa gammadu! Qoramee erga ilaalamee booddee, jireenya isa Waaqayyo warra isa jaallatan abdachiise akka gonfootti argachuuf jira."
— Yaq. 1:12

➲ Qorumsa namatti dhufu kamiyyuu keessatti abdii kutachuun baay'ee hamaa dha. Namni qorumsa isatti dhufu keessatti kadhannaan fuula Waaqayyoo dura turuun gara moo'ichaatti darba. Biyya lafaa kana keessa hamma jiraannutti qorumsa qabna. Kristos isa biyya lafaa moo'etti qabamee kan jiraatu isaa wajjin bara baraaf ni moo'a.

"Anatti qabamtanii nagaa akka qabaattaniif ani kana hundumaa isinitti hime; biyya lafaatti rakkina qabdu, garuu jabaadhaa! Ani biyya lafaa mo'eera" jedhe.
— Yoh. 16:33

➲ Seexanni (hafuurri hamaan yoomiyyuu namni gara eebbatti akka darbu arguu hin barbaadu.
Kanaafidha Iyoob qorumsa qorame hammana hin jedhamne keessatti akkas jedhe,
''Qullaa koon garaa haadha kootiitii ba'e, qullaa koos biyyootti nan deebi'a; Waaqayyotu kenne, Waaqayyotu fudhate; maqaan Waaqayyoo haa eebbifamu!'' jedhe.
— Iyo. 1:21

➲ Iyoob garuu qorumsa isatti dhufe hundumaa moo'atee eebbi kanaan duraa dachaadhaan eebbifame.

"Biyya lafaa kana keessatti akkuma Kristos jiraatetti jiraachuu keenyaan guyyaa firdiif ija-jabina qabna; kanaan jaalalli Waaqayyoo nu biratti fiixaan ba'uu isaa ti."
— 1Yoh. 4:17

➲ Qorumsa keessatti jajjabaadhaa! Ayyaana isaa Waaqayyoo isiniif akka baay'isu kadhadhaa!

"Waan hundumaatti, kadhataa fi himataan galataa wajjin wanti isin barbaachisu Waaqayyo duratti akka beekamu godhaa malee, waanuma tokkotti yaaddoo hin qabaatinaa!"
— Filp. 4:6

Eebbifamaa!

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
1.0K viewsGetu Abera✟, edited  06:36
Open / Comment
2021-07-06 09:36:11 Gaaffii Karaa #Inbox Ergame!

Yeroon ani waa'ee Waaqayyoo dubbadhee isa jajadhuu fi Oolmaa isaa hiriyoota kiyyatti himu faallaa isaa abjuudhaan seexanaan jireenyi kiyya jeeqama! Furmaati maali?

@Getu_Official
837 viewsGetu Abera✟, 06:36
Open / Comment