🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Getu Official

Logo of telegram channel getu_official — Getu Official G
Logo of telegram channel getu_official — Getu Official
Channel address: @getu_official
Categories: Psychology
Language: English
Subscribers: 3.93K
Description from channel

WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
https://www.youtube.com/@Grace_Media24
✍️ @Getpostbot
✍ @Getu_Abera

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 5

2021-08-10 14:24:07 ➨ Waaqayyo barsiisaa fi qajeelchaa keenya isa jiruu fi jiraatudha. Nuti lafa kana irra jiraachuun keenya tokkoo tokkoo keenyaaf faayidaan inni qabu yoo jiraate wal barsiifnee, wal hubachiifnee gara qajeelinaatti wal deebisuudha. Gara of beekutti wal deebifna.
Uumaa ofii beekuun of beekudha. Namni uumaa isaa hin beekne nama uumamuu isaa dagatedha. Ogummaan jalqabaa Waaqayyoon sodaachuu akka ta'e caaffata qulqullaa'aa irraa nutti hima. (Fak. 1:7).

❏ Walbira jiraachuun keenya yoo barbaachise hir'uu walii guutuu fi wal utubuun karaa qajeelaa irra walgaggeessuufi dha.

❏ Bara keessa jirru kanatti namoonni Waaqayyoon sodaachuu dhiisanii gara fedhii isaanii guuttachuutti luucca’aniiru. Fedhiin karaa dalgaatiin natti haa toluu qofaan guuttannu faayidaa isaa irra miidhaa isaatu caala. Waaqayyo waaqa irraa nu ilaalee gaddeera. Mee kottaa tokko taanee garaan Waaqayyoo akka nutti gammadu goona. Yaada hamaadhaan wal hiinee, qormaataaf hamma walqopheessinu, milkaa'ina waliif hawwina. Maqaa sabummaatiin, amantaadhaan walqooduu dhiifnee jireenya dhugaa waaqayyo nuuf kenne karaa dhugaadhaan jiraanna. Dubbii sagalee waaqayyoo teenyee dubbifanna.

❏ Addunyaan kuni kan nutti kennamteef, akka hooggannuufi malee akka isheedhaan hogganamnuuf miti! Akka irratti walqoqqoodnuu fi jibba facaafnuufis miti.

❏ Kaayyoo itti waamama isaanii dagatanii baay'een manca'aniiru. Warqeen addunyaa kana irraa walitti qabamee bituu kan hin dandeenye dhalli namaa baay'een kufeera. Kanneen jiranittis wanti baay'een itti bitaacha'eera. Jireenya fuuldura isaa dagatee baay'een haala har'a muldhatuun qabamee abdii kutatee maratee rafa. Dammaqi! Abdii dukkanaa'etti ifa baasuu kan danda'u Waaqni jira. Akka dukkanaa'uu hin dandeenyetti aduun bari'uuf jirti! Ammuma irraa jalqabii jijjiiramaaf of qopheessi!

Getu Abera
Hagayya 04, 2013


@Getu_Official
@Getu_Official
517 viewsGetu Abera✟, 11:24
Open / Comment
2021-08-08 11:17:24
.
@Getu_Official
@Getu_Official
492 viewsGetu Abera✟, 08:17
Open / Comment
2021-08-07 18:23:54 Guyyaa keessatti adeemsa miilaa salphaa gochuun fayyummaa keenyaaf faayidaalee qabu keessaa muraasni:

1. Fayyummaa Onnee
2. Carraa istirookin qabamuu hir'isuu
3. Hanga kolestrol too'achuu
4. Dhiphina balleessuu
5. Jabina lafeef kennuu
6. Ulfaatina hir'isuu


@Getu_Official
@Getu_Official
658 viewsGetu Abera✟, 15:23
Open / Comment
2021-08-07 18:23:42 Yaadni keessa kee inni akka salphaatti ilaaltu,
Osoo waraqaa qabsiistee, gatii isaa hin wallaaltu!
Yoo xiqqaate guyyaatti yaada sammuutti si dhufu katabii olkaa'i! Kobbee fi yaadannoo kee firoomfadhu!
- Dubbisi!
- Barreessi!

Don't stop

@Getu_Official
@Getu_Official
620 viewsGetu Abera✟, edited  15:23
Open / Comment
2021-08-06 23:12:18 HOPE PROMOTION
«WELCOME»

Channelee fedhii keessanii kan guyyuu sagantaalee fi qophii adda addaa isiniif dhiheessan kan fedhii keessanii hundumaa bakka tokkotti argachuuf link kana gadi tuquun «JOIN» taasisaa!

Free Promoter: Getu Abera yookiin Getpostbot Quunnamaa!
23 viewsGetu Abera✟, 20:12
Open / Comment
2021-08-06 22:29:32 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❍️ Qophiilee Bashannansiisoo
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Oro Dinqisiisoo
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Classical fi muuziqaa faaruu
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███

❏ Itti Gammadaa! bashannanaa!
❏ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

Free Promoter: Getu Abera yookiin Getpostbot Quunnamaa!
45 viewsGetu Abera✟, 19:29
Open / Comment
2021-08-05 19:41:35 JIRAATAADHA
  SURA SIMA
Amazing Gospel Song
Producer: WakjiraTube

@Getu_Official
@Getu_Official
193 viewsGetu Abera✟, edited  16:41
Open / Comment
2021-08-01 18:55:27 ❍ Namni laga baay'ee cehee dhufe waanuma xiqqoon qabamee duubatti deebi'uu hin danda'u. Rakkina baay'ee arganii keessa darbuun ciminaa fi dhiibbaa mudatu moo'uuf dandeettii kenna. Kanaafidha, "Qorumsi yommuu isinitti dhufu gammachuu guutuun fudhadhaa" kan jedhuuf.

“Yaa obboloota ko! Qoramsa garaa garaatiin ilaalamuun yommuu isinitti dhufu, gammachuu guutuutti fudhadhaa!”
— Yaq. 1:2

@Getu_Official
@Getu_Official
568 viewsGetu Abera✟, 15:55
Open / Comment
2021-08-01 18:55:27 ➱ Qabeenyi dacheen kuni qabdu namoota addunyaa kana irra jiran hundumaaf gahaa ture. Ofittummaa fi hammeenyi, abboomamuu diduun cubbuun daangaa hin qabne baay'atee sanyii dhala namaa akka hin taanee fi ta'uu hin malle godhe.

@Getu_Official
@Getu_Official
568 viewsGetu Abera✟, 15:55
Open / Comment
2021-08-01 18:55:27 ➧ Gammaduu kan qabdu waan siif ta'e qofa lakkaa'attee utuu hin taane, kan siif hin ta'in hafe illee akka siif ta'u amanuun fuula ifaadhaan jiraachuu danda'uu dha.

@Getu_Official
@Getu_Official
525 viewsGetu Abera✟, 15:55
Open / Comment