🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Getu Official

Logo of telegram channel getu_official — Getu Official G
Logo of telegram channel getu_official — Getu Official
Channel address: @getu_official
Categories: Psychology
Language: English
Subscribers: 3.93K
Description from channel

WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
https://www.youtube.com/@Grace_Media24
✍️ @Getpostbot
✍ @Getu_Abera

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 3

2022-08-21 22:58:25
Join Godhaa


https://t.me/solabedasaa
https://t.me/solabedasaa
https://t.me/solabedasaa
460 viewsSOLA , 19:58
Open / Comment
2022-08-21 07:03:46 madda:
https://www.premierchristianity.com/opinion/neymar-was-offered-500000-to-shut-up-about-jesus-what-would-be-your-price/5492.article
-----
.
Jireenyi kee Dhiiga Hoolichaan ha Eebbifamuun kadhanna kooti
KIRISTOOS NI LALLABAMA
--------------
SINJAALLADHA
@Solabedasaa
Nejo, Oromia
Join Godhaa


https://t.me/solabedasaa
https://t.me/solabedasaa
https://t.me/solabedasaa
500 viewsSOLA , 04:03
Open / Comment
2021-09-15 08:06:40
Baga Bara Haaraa Nagaan Geessan!!!


Channel isin fayyadan baay'een HOPE PROMOTION dhaan akka armaan gadiitti isiniif dhihaataniiru:

Maal barbaaddu? Channel barbaaddan irratti ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❍️ Qophiilee Bashannansiisoo
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███

❏ Itti Gammadaa! bashannanaa!
❏ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

Gαℓαтσσмαα!!!
127 viewsGetu Abera✟, 05:06
Open / Comment
2021-09-10 23:37:27 Elelanajobs

Baga Bara Haaraa 2 14 Nagaadhaan Geessan Jechuudhaan Bara haaraa kanatti Milkaa'ina keessan cinaa dhaabbachuudhaaf qophii xumurree jirra. Beeksisa Hojiilee adda addaa dhaabbata garaagaraa irraa bahan isin biraan geenya! Maarree ammuma join taasisuun maatii keenya akka taataniif affeerraa keenya kabajaa isiniif dhiheessina!


─╔╗───╔╗╔═╦╗
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
█▓▒►JOIN ►▒▓█
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝
146 viewsGetu Abera✟, 20:37
Open / Comment
2021-09-04 00:05:19 HOPE PROMOTION - 02
WELLCOME

Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
■ OPEN________________
■ OPEN________________
■ OPEN________________
■ OPEN________________
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.

██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███

❏ Enjoy & Stay Connected with us!
❏ Thank you!
❏ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!
18 viewsGetu Abera✟, 21:05
Open / Comment
2021-08-31 21:35:53 GAA'ELA║MARRIAGE

┏━━━━━━━━━┓
Barnoota Gaa'elaa Karaa Qindaa'aa ta'een Barachuu ni Barbaaddaa?
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
Waa'ee warra waljaalatanii Macaafni Qulqulluun Maal Jedha?
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
Gaa'elli inni sirriin Uumaan kenne kan akkamiiti?
┗━━━━━━━━━┛

┏━━━━━━━━━┓
Abbaan manaa fi haati manaa gaa'ela keessatti jaalalaan akkamitti waldanda'anii turu?
┗━━━━━━━━━┛

Manuma keessan teessanii barnoota kana bilisaan barachuu dandeessu!
Maarree link armaan gadii tuquun nutti dabalamaa!
#Share\_taasisuun\_walgargaaraa!
51 viewsGetu Abera✟, 18:35
Open / Comment
2021-08-31 21:19:22 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❍️ Qophiilee Bashannansiisoo
❍️ Odeeffannoo Haaraa
❍️ Oro Dinqisiisoo
❍️ Gorsaa fi Xinsammuu
❍ Haalduree Milkaa'inaa
❍️ Kitaabilee bifa PDF
❍ Beekumsa Waliigalaa
❍ Classical fi muuziqaa faaruu
❍ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███

❏ Itti Gammadaa! bashannanaa!
❏ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!

❏ Gαℓαтσσмαα!!!
62 viewsGetu Abera✟, 18:19
Open / Comment
2021-08-27 08:59:21 ----------------◆◆◆----------------
Jireenyatti gammadaa ta'uuf hojiin addaa tokkollee hin barbaachisu. Rakkina, hiyyummaa, miidhama keessatti akkasumas gadi bu'uu fi olka'uu jireenyaa keessatti Waaqayyo wajjin jiraannan #gammadaa taata.
----------------◆◆◆----------------

@Getu_Official
@Getu_Official
107 viewsGetu Abera✟, edited  05:59
Open / Comment
2021-08-27 08:58:35 ----------------◆◆◆----------------
በህይወትህ ደስተኛ ለመሆን ምንም አይነት የተለየ ቀመር አያስፈልገውም፤ በመከራም ፣ በድህነትም ፣ በህመምም እናም በተለያዩ የህይወት ውጣውረድ ውስጥ በጌታ ከሆንክ #ደስተኛ ትሆናለህ።
----------------◆◆◆----------------

@Getu_Official
@Getu_Official
105 viewsGetu Abera✟, edited  05:58
Open / Comment
2021-08-26 11:50:16 ✧ Namni dogoggora namaa barbaadaa oolu ofii isaa argee of sirreessuuf yeroo hin qabaatu! Kun baay'ee keenya irratti mul'ata quba namatti qabu malee akka quba of hin qabne taasisee jira!
Nama arguu irra of arguutu qaroomina ta'a.

✧ Namni of arge qaawwa namaa lakkaa'uu dhiisee ol deebi'ee qaawwa jireenya isaa cufata. Namni akkam? jechuu irra ani akkam? Maalin fakkaadhaa? jedhanii dursa of ilaaluu wayya.

✧ Caaffata qulqullaa'aa keessatti Fariisonni fakkeenya namoota of hin argineeti. Fariisonni barsiisota amantaa warra seera beekna, seera eegna, seeran qulqulloofna jedhanii dha. Fariisonni yeroo hunda xiyyeeffannoon isaanii ala isaanii irratti!

✧ Waa'ee keessa namummaa isaaniif dhimma tokko hin qaban. Karaa alaa baay'ee bareedu, uffata gad dhedheeraa uffatu, yeroo eeganii dhiqatu; garuu keessa isaanitti hammeenya yaadu, namaaf jaalala hin qaban, cubbamaa dhagaa dhaan ajjeessuu barbaadu.

✧ Waaqayyoo laphee oftuulummaan keessa guute baay'ee jibba; kanaaf Fariisota nuti qulqulluudha, ofumaan qulqulloofna, seera eegnee qulqulloofna jedhan irra ejjituu cubbuu ishee beektee miilla Yesus jalatti kuftee dhiifama isa gaafattetu araaraa fi dhiifama argatee deeme.

✧ Of arguu dadhabuu fi oftuulummaan dhibee isa hamaa dha.

✧ Egaa jireenyi, nama arguun dura of arganii Waaqayyotti dadhabinaa fi eenyummaa ofii agarsisu dha. Nama of argetti Waaqayyo ni araarama.

✧ Waaqayyo jalqabatti nama of argee fuula isaatti gad of deebisu barbaada!
Akka of arginu waaqayyoo nu haa gargaru, ija keenya haa banu!


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
70 viewsGetu Abera✟, 08:50
Open / Comment