🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Getu Official

Logo of telegram channel getu_official — Getu Official G
Logo of telegram channel getu_official — Getu Official
Channel address: @getu_official
Categories: Psychology
Language: English
Subscribers: 3.93K
Description from channel

WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
https://www.youtube.com/@Grace_Media24
✍️ @Getpostbot
✍ @Getu_Abera

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 7

2021-07-15 00:23:55 ➛ Balballi tokko yoo cufame haaraan kan biraa ni BANAMA!!!
➛ Wanti Hundinuu Gaarummaaf Ta'e!
➛ Siif Amayyuu Abdiin Jira!

@Getu_Official
@Getu_Official
482 viewsGetu Abera✟, 21:23
Open / Comment
2021-07-14 20:50:43
514 viewsGetu Abera✟, 17:50
Open / Comment
2021-07-14 20:37:45 #Ethiotelecom

⁃ Ethio-Telecom galii bara 2013 Qarshii biiliyoona 56.6 argachuu Isaa beeksise. Kana ilaalchisuun maamlitoota isaatiif tolaan Interneetii 1GB (1024MB) fi
Filex 303 kennuu beeksise.

⁃ Haaluma kanaan guyyaa 3f qofa kan turu ta'uus
himameera guyyaa 1tti 341MB fi filexi Immoo
daqiiqaa 17, 50MB fi 50 SMS fayyamuu dandeessu

⁃ Hub: Har'a halkan sa'aatii 6:00pm irraa jalqaba
hamma barii 12:00am tti guyyaa 3f haala kanaan itti fufa.

@Getu_Official
@Getu_Official
2.3K viewsGetu Abera✟, 17:37
Open / Comment
2021-07-14 20:09:30 Namni tokko Qulqullummaa dhaan Jiraachuuf Maal Gochuu Qaba?

- Qulqullummaan maali?
- Qulqullummaan kan akkamiiti?
- Maal irraa qulqullaa’u?

❏ Qulqullummaa gaafa jedhamu, jireenya gadhee ta’e jiraachuu irraa of baraaruun jireenya qajeelaa fi fayya qabeessa keessi keenya yeroo hundumaa itti gammadu jiraachuu dha. Namni kamiyyuu lafa kanarra lubbuudhaan hamma jiraatutti jireenyi isaa karaa gadhee ta’e irra akka deddeebi’u hin barbaadu. Maarree maaltu jal’inatti nama geessee walirratti ka’uu fidee namni dugda walitti garagalchee?

❏ Obbolee koo namni biyya lafaa buufatee itti tolee qulqullummaatti jiraachuu hin danda’u.

❏ Dubbiin dhugaan hundumaa walitti araarsuu danda’u sagalee Waaqayyoo dhaga’uu fi akka isaatti jiraachudha. Qulqullummaan namni hundi barbaadu inni dur ture, inni amma jiru, darbees bara baraan jiraatu isuma keessaa argama.
❏ Garaa Qulqullummaa namni qabu:
➬ Gammachuu qaba!
➬ Ni milkaa’a!
➬ Kabaja qaba!
➬ Jireenyi itti tola!

Waaqayyo biraa kabaja hin dhabin!


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
541 viewsGetu Abera✟, edited  17:09
Open / Comment
2021-07-14 09:28:48

771 viewsGetu Abera✟, 06:28
Open / Comment
2021-07-13 23:19:12 WELCOME
Kuni 'Hope Promotion' dha.

╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝

Kunoo wanti isin barbaaddan hundi qindaa'ee isin eegaa jira!
Beekumsa dabalataa
Odeeffannoo haaraa
Kitaabolee PDF fi
Ergaa Guyyaa
Argachuu dandeessu. Ammuma Join gochuun nutti dabalamaa!



─╔╗───╔╗╔═╦╗
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
██▓▒►JOIN ►▒▓██
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝

STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
32 viewsGetu Abera✟, 20:19
Open / Comment
2021-07-13 22:52:05 HOPE PROMOTION - 02
WELLCOME

Channel kanneen baay'ee barbaachisoo fi jireenya guyyuu keessatti isin gargaaran "OPEN" bakka jedhu tuquun JOIN godhaa itti fayyadamaa!
■ OPEN________________
■ OPEN________________
■ OPEN________________
■ OPEN________________
Barnoota babarbaachisoo waan argattaniif Dhugumatti Itti bohaaraa irraa barattu.

██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███
██▓▒░ JOIN░░▒▓███



Channel keessan tolaan nu waliin beeksifachuuf Hope Promotion or Getu Abera Qunnamaa!
61 viewsGetu Abera✟, 19:52
Open / Comment
2021-07-13 11:30:34 ➧ Ati sichi nama dhiibbaa guddaa uumuu danda’uu dha. Waa’ee keetiif Waaqayyo yaada gaarii akka qabuu fi waan hundumaa gochuu akka danda’u beekii adeemsa fuuldura keetii qajeelfachuu jalqabi!

➧ Dhiibbaan ati har’a jireenya kee irratti taasistu, jireenya kee milkeessuuf sochiin gootu baay’ee murteessa dha.
Jireenya kee
hattuu irraa,
sobduu irraa,
hammeessituu fi
fakkeessituu irraa eeggachuun siif ta’a.

➧ Karoorri Waaqayyo siif qabu, yaadni Waaqayyoo qofti akka siif ta’u hawwiidhaan barbaadi! Jeequmsa haalotaa fi mudannoo biyya lafaa irraa gara jireenya keetti darbatamu irraa of eeggadhu! Badhaasni siif qophaa’e guddaa dha.

➧ Qorumsa sitti dhufuu maluu fi hojii keessatti si mudatan obsaan dabarsuuf of qopheessi! Moo’ichi kan ijoollee Waaqayyooti.

Nagaan naaf ooli koodee koo!

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
2.2K viewsGetu Abera✟, edited  08:30
Open / Comment
2021-07-13 10:19:51 Yesus anaaf karaa dha.
Yesus anaaf mootii dha.
Yesus anaaf gooftaa dha.
Yesus anaaf dhugaa dha.
Yesus anaaf oolcha dha.
Yesus anaaf fayyisaa dha.
Yesus anaaf abbaa dha.
Yesus anaaf hunda caala.
Yesus anaaf barsiisa dha.
Yesus anaaf dinqii dha.
Yesus anaaf tiksee dha.
Yesus anaaf waan hundumaa dha.

@Getu_Official
@Getu_Official
588 viewsGetu Abera✟, edited  07:19
Open / Comment
2021-07-11 07:51:03 Yeroo Kee Gooftaa Waliin Dabarsi! Waaqayyo Waliin Tokkummaa Uumi!

“Maariyaam miilla gooftichaa jala teessee dubbii isaa dhaggeeffachaa turte.”
— Luq. 10:39


Waaqayyo abbaa keenya, yeroo keenya mi'aa kenninee isaa waliin akka dabarsinu barbaada. Nuti akka Maartaa isa waliin yeroo dabarsuuf ni rakkanna ta'a. Hojii gara biraatiin warra hidhameedha. Yoo ta'uu baate immoo akka Maariyaam miila isaa jala teenyee isaa waliin warra yeroo keenya dabarsinuu dha. (Luqaas. 10:38-42)
Nuti garuu akka Maariyaam Gooftaa waliin yeroo qabaachuu fi sagalee isaa dhaga'uuf isa waliin dabarsuu nurra jiraata. Yoos Gooftaan nutti gammada. Nutis hojii keenyatti warra milkaa'oo taana.
“Namni na dhaga'u, guyyuma guyyaatti karra kellaa koo dammaqee kan eegu, michichila balbala kootti hirkatee kan eeggatus haa gammadu!”
— Fak. 8:34

Guyyaa Gaarii!
Nagaan Oolaa!


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
969 viewsGetu Abera✟, 04:51
Open / Comment