🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

Getu Official

Logo of telegram channel getu_official — Getu Official G
Logo of telegram channel getu_official — Getu Official
Channel address: @getu_official
Categories: Psychology
Language: English
Subscribers: 3.93K
Description from channel

WE ARE HERE
to love!
to serve!
to inspire!
to support!
to live truth!
https://www.youtube.com/@Grace_Media24
✍️ @Getpostbot
✍ @Getu_Abera

Ratings & Reviews

2.67

3 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

1


The latest Messages 14

2021-05-28 06:34:17 "Ani Garuu Eenyutti Akkan Amane Waanan Beekuf hin Yeella'u!"
— 2Xim. 1:12

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
288 viewsGetu Abera✟, 03:34
Open / Comment
2021-05-26 18:04:29 ATI ABDII QABDA!!!

➲ Mukti yoo murame iyyuu deebi'ee waan latuuf damee godhachuun isaas waan hin oolleef abdii qaba. Hiddi isaa lafa keessaa yoo dulloome
iyyuu gufuun isaa lafa keessatti yoo goge iyyuu foolii bishaaniitiin in lata. Akka biqiltuu haaraas damee in baasa.
— (Iyo.14:7-9)

➲ Ijoolleen waaqayyoo yeroo dadhabanitti hafuura
waaqayyoon ni haareffamu. Akkuma biqiltuu bishaanin jijjiiramu, namni waaqayyoon qabu immoo hafuura waaqayyoo fi abdii fi amantiin
jijjiirama. Wanta aduu jalatti hojjetamu hundumaa keessaa inni hamaan isa namoonni hundinuu dhuma tokkicha argatanii dha. Kanuma irratti
iyyuu garaan ilmaan namootaa hamminaan guutuu dha. Bara jiraatan hundumaattis
maraatummaan garaa isaanii keessa jira. Garuu warra jiraatan gidduu kan jiraatu abdii qaba. Leenca du'e irra saree jiru wayya.
— (Lakk. 9:3-4)

➲ Namni tokko qabeenya qabaatee garuu abdii hin qabu taanaan faayidaa hin qabu. Hundeen jireenya ilma namaa tokkoo abdii dha. Namni abdii
qabu rakkina jiru ilaala osoo hin taanee abdii fi mul'ata qabu ilaalee tarkaaffata.

➲ Egaa dhaqaa maqaa abbaatii fi ilmaatti kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhan saba hundumaa bartoota koo godhaa waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa. Kunoo ani immoo hamma dhuma baraatti
guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira isaaniin
jedhe.
— (Mat. 28:19-20)

➲ Inni abdii nuuf kenne gooftaan keenya amanamaa dha. Furiin koo jiraataa akka ta'e guyyaa booddeettis lafa irratti dhugaa baasuudhaaf akka inni ka'u ani beeka. Gogaan dhagna kootii ana irraa qunca'ee foonis dhagna koo irra hin jiru yoo ta'e
iyyuu ani waaqayyoon arguuf jira. Ani ofii kootii isa nan arga. Anumatu ija kootiin isa arga malee kan biraa miti ani garuu isa yaaduu irraa kan
ka'e nan gaggabe.
— (Iyob.19:25:27)

➲ Namni waaqayyoon abdiitti eeggatu hunduu ni fayya. Dhukkuba isaa ni dhaba. Gammachuu bara baraa ni argata. Qomoo Elaam keessaa shekaaniyaan ilmi yehii'el deebisee Izraadhaan "nuyi saba
biyyichaa keessaa intaloota ormaa fuudhuun keenya waaqayyo keenya duratti cubbuu hojjenneerra. Kana keessaa immoo Isaa'elootaaf
amma iyyuu abdiin jira.
— (Iz.10:2)

➲ Namni tokko cubbuu yoo hojjete iyyuu dhiiga Yesuus kiristoosin dhiqatee nama haaraa ni ta'a. Kun hunduu abdii wajjin deema. Namni abdii
qabu haala kam keessattiyyuu ni moo'a. Yeroo ati hafuura kee itti ergitu immoo isaan in
uumamu ati immoo irra lafaa in haaressita.
— (Far. 104:30)

➲ Ati si'achi abdii qabda ijoolleen kee gara biyya isaaniitti in deebi'u. Kana ana waaqayyotu dubbate.
— (Erm. 31:17)

AMEEN
ANI ABDIIN QABA!
ATIS ABDII QABDA!!!


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
245 viewsGetu Abera✟, 15:04
Open / Comment
2021-05-25 07:40:54 Chaanali keenya Join gochuun tajaajila kanneen armaan gaditti argachuu dandeessu!
Barnoota teeknolojii
Hacking tutorials
Hack facebook account
Hack Telegram account
Create Email account
Create Automated Telegram bot!

Akkasumas tajaajila Dabalataa mata dureewwan armaan gadii irratti yaadrimee isaa gadi fageenyaan ni argattu!

⁃ New Technology
⁃ Computer Graphics
⁃ Arts and promotions
⁃ Hacking tutorials
⁃ Get Business Online
⁃ Education Websites

❏ Join Us & Stay Connected
14 viewsGetu Abera✟, 04:40
Open / Comment
2021-05-23 07:47:57 "Sabni koo warri dhuunfaa koo ta'an kun gad of deebisanii ana barbaaddatanii, karaa isaanii
isa hamaa irraa deebi'anii yoo na kadhatan, ani waaqa irraa isaaniif nan dhaga'a, cubbuu isaanii isaaniif nan dhiisa, biyya isaaniis nan fayyisa. Iji koo gara kadhata iddoo kanatti kadhatamuu in ilaala, gurri koos isa in dhaggeeffata."
— 2Sen. 7:14-15

Yaa waaqayyoo ati samii waaqa irraa na mil'adhu.
Gurri kee kadhata koo naaf haa dhaga'u. Ani si yakkeera, Maatiin koo si yakkaniiru, Xiqqaa fi guddaan si yakkeera, Beekaa fi wallaalaan si yakkeera, Sabni kee si yakkeera, Biyyi koo si yakkiteetti.

#Ati_nu_maari! Dubbii kee irraa kaannee. Gorsa kee dhaga'uu dadhabne. Laphee jabaanne. Ati nu yaadadhu!

NAGAAN BIYYA KEENYAAF HAA TA'U! Manneen barnootaaf nagaan haa ta'u. Hafuurri dhiiga dhangalaasuuf biyya kanatti ergame maqaa #dhiiga_hoolichaatiin
kaayyoon isaa karaatti haa hafu. Dacheen kun siin bilisa haa ba'u. Abbootii siyaasaatiif jaalalaa fi tokkummaa kenni! Biyyattii kana lafa kakuu isheetiin gahi!

Ameen
Amen
አሜን

sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
300 viewsGetu Abera✟, edited  04:47
Open / Comment
2021-05-22 01:26:01 HOPE PROMOTION
Manicha si'a tokko gadi tuquudhaan tajaajila argattan beektuu?
┏┓
┃┃╱╲ Click (join)
┃╱╱╲╲ Anaa Dhufu!!
╱╱ ╭╮╲╲ Ol Seenaa!!
▔▏┗┛▕▔


❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███

❏ Enjoy & Stay Connected!
15 viewsGetu Abera✟, 22:26
Open / Comment
2021-05-22 01:05:20 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███


❏ Enjoy & Stay Connected!
17 viewsGetu Abera✟, 22:05
Open / Comment
2021-05-20 13:29:57 Nuyi cubbamoota taanee utuu jirruu kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaalate argisiisa.
— Rom. 5:8

Inni lubbuu isaallee nuuf hin mararfanne. ┃
Ameen
Amen
አሜን


@Getu_Official
@Getu_Official
474 viewsGetu Abera✟, 10:29
Open / Comment
2021-05-18 23:17:52 What is next?? Next time is revival Acts. 2:17... Yoel. 2:28...

"Guyyaa gara dhumaatti waan dinqisiisaatu ta'a. Foon-qabeessa hundumaaf kennaa mul'ata arguutu kennamaaf. Dargaggoonni raajii in dubbatu; Guddaa fi xiqqaan mul'ata in argu, maanguddoonni abjuu in abju'atu."

─╔╗───╔╗╔═╦╗
─║║╔═╗╠╣║║║║
╔╣║║╬║║║║║║║
╚═╝╚═╝╚╝╚╩═╝


STAY CONNECTED WITH US!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
7 viewsGetu Abera✟, 20:17
Open / Comment
2021-05-18 22:03:14 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

❏️ Qophiilee Bashannansiisoo
❏️ Odeeffannoo Haaraa
❏️ Oro Dinqisiisoo
❏️ Gorsaa fi Xinsammuu
❏ Haalduree Milkaa'inaa
❏️ Kitaabilee bifa PDF
❏ Beekumsa Waliigalaa
❏ Classical fi muuziqaa faaruu
❏ Oro Comedy fi Fiilmii

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!


JOIN ALL CHANNEL HERE!
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███


❏ Enjoy & Stay Connected!
25 viewsGetu Abera✟, 19:03
Open / Comment
2021-05-16 10:01:02 Jabaan Waaqayyoon hin qabne jabina hin qabu! Ilma namaa cubbuun humna dhoowwee hunkuteesse kana keessatti jireenya isaa Waaqayyoof dabarsee kan hin kennine, isaafis kan hin abboomamne, jireenyi isaa saamamaa dha. Boqonnaa hin qabu. Aara galfiin mana Waaqayyootti argama. Yesuus fayyisaa ilmaan namootaati.

➨ "Nuyi cubbuu jalaa duunee qajeelinaaf akka jiraannuuf, inni ofii isaatii cubbuu keenya dhagna isaatiin baatee fannootti ol ba'e;
➨ Madaa'uu isaatiin isin in fayyifamtan."
— 1Phe. 2:24


sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ✧sʜᴀʀᴇ
@Getu_Official
@Getu_Official
ᴊᴏɪɴ
525 viewsGetu Abera✟, 07:01
Open / Comment