Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 10

2021-03-18 16:11:45
Jecha Darbii{Password]

Jechi darbii Furtuu waan hundaati, Yoo jecha darbii hin qabne.

#Eenyummeessaa (account) Facebook, Marsariitii adda addaa fi iddoo icciitii jiru kamiiyyuu jecha darbiitiin kan hidhameedha.

Jecha darbii keessan Akkamitti eeggachuu qabdu?

Hayyootni koompuutaraa akka jedhanitti jechi darbii kamiiyyuu ni caba ykn hatama.

Garuu Ogeessa dandeettii olaanaa qabu barbaada.


#oroict #itti fufa..
854 views13:11
Open / Comment
2021-03-15 07:54:08 Mattiwwan keenya barnoota asiin dura dabrsine baafata gadii kanniin tuquun fayyadamaa.

① ⃣barannoo 1ƒƒαα.
#Telegraamiin maali?

② ⃣barannoo 2ƒƒαα.
#telegrama gubbatti data qusachuuf

③ ⃣barannoo 3ƒƒαα.
#maalummaa bot fi akkaataa itti hojjetamu.

④ ⃣barannoo 4ƒƒαα.
#eeggumsa telegrama keessanii cimsachuuf

⑤ ⃣barannoo 5ƒƒαα.
#appi maallaq nama jalaa hatu irraa akkamitti of eegna.

⑥ ⃣barannoo 6ƒƒαα.
#botiidhaan akkamitti namaa waliin haasofna

⑦ ⃣barannoo 7ƒƒαα.
#waa'ee chaanaala telegraamaa

⑧ ⃣barannoo 8ƒƒαα.
#patternii dagatame banuuf

⑨ ⃣barannoo 9ƒƒαα.
#akkaataa youtube irraa videof sagalee buufannu telegraamaan.

①⁰ ⃣barannoo 10ƒƒαα.
# akkaataa appii telegraama irraan buufannu.

①¹ ⃣barannoo 11ƒƒαα.
Qooqaa barbaaddanitti jijjirachuuf.(translator)

①② ⃣barannoo 12ƒƒαα.
Akkaataa suura irraa barrefama qofa fudhannu.

①③ ⃣barannoo 13ƒƒαα.
better translate

①④ ⃣barannoo 14ƒƒαα.
regram bot

①⑤ ⃣barannoo 15ƒƒαα.
gmail bot

①⑥ ⃣barannoo 16ƒƒαα.
mp3 tools

①⑦ ⃣barannoo 17ƒƒαα.
any downlaod

①⑧ ⃣barannoo 18ƒƒαα.
telegraph

①⑨ ⃣barannoo 19ƒƒαα.
sticker

②∅ ⃣barannoo 20ƒƒαα.
Url to image
1.1K views04:54
Open / Comment
2021-03-13 19:10:38 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
1.1K views16:10
Open / Comment
2021-03-13 06:21:41 Oddeffannoo waayee komputeera- Kutaa 1ffaa – Gola Teekinoloojii

#https://www.biyaworld.com
8.6K views03:21
Open / Comment
2021-03-11 13:15:29
Qormaannii kutaa 12ffaa guutuu biyyaatti nagayaan xumuuramuu minsteerichi ibse.
---------------------

Qormaata bara 2012 guutuu biyyaa kana barattoota kuma 358 oltu fudhate jedhe minsteerichi.
998 views10:15
Open / Comment
2021-03-06 20:16:26 Maatii channala keenyaa fi barattoota qorumsa biyyoolessaa fudhachuudhaaf qophi irra jirtan hunda keessaniifuu carraa gaarii isinii hawwina.

Qormaata milkii, kan bu'aa gaarii itti galmeessitan isiniif haa tayu.


#Tasgabbii qabaadhaan dhaamsa keenya.
1.0K viewsedited  17:16
Open / Comment
2021-03-04 08:36:37 Barattootaaf: Foormii guutuuun duratti hubannoo tokko tokkoof isin fayyada.

#garuu kan bara kanaati miti hubannomaafi malee.
1.9K viewsedited  05:36
Open / Comment
2021-03-04 08:36:31
Barattootaaf: Maqaa, Gabaajee fi iddoo Yunivarsitilee.
9.4K views05:36
Open / Comment
2021-02-27 08:30:00 Barannoo 46 ƑƑΑΑ.
━━━━━━━━━━
➦Apps Name: Videopress

#Appi video waraabame tokko size isaa isinii hir'isuuf qarqaaru, osoo qulqullina isaa baay'ees hin hir'ifne.

#Akkaataan itti fayyadama appichaa salphaadha. Erga install gootanii booda vidiyoo hir'isuu barbaaddan filatuun start taasiftu.
━━━━━━━━━━
Updated: Oct 2, 2020

Size: 5.52MB


playstore
2.6K viewsedited  05:30
Open / Comment
2021-02-27 08:29:56 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
2.0K views05:29
Open / Comment