Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 3

2021-11-13 18:01:27 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
2.0K views15:01
Open / Comment
2021-11-13 18:00:30
Barannoo 50 ƑƑΑΑ.
━━━━━━━━━━
➦Bots Name: Amharic ᗷᝪᎢ

Link : @Amharic_roBot

#Faayidaan bot kanaa, yeroo tokko tokko, Afaan Amharikiin waa barreessuu barbaaddanii yoo kan isin rakkisu ta'e bot kun furmaata.

➦ Akkaaataan itti hojjetu erga /start gootanii booda, jecha Amharik sana qubeedhuma Afaan Oromootiin barreessitanii itti ergitu, botichi qubee Amharikitti isinii geeddara.

Fkn : "Selam now" jettani yoo ergitan "ሰላም ኖው" jedhee deebisa.

#Tarii isin fayyaduu danda'a, beekuun gaaruma.
2.0K viewsedited  15:00
Open / Comment
2021-11-10 15:05:12
#Hiikkaa jechoota gabaajee yeroo hedduu fayyadamnuu muraasa.

*The most important words & technology_abbreviatios *

1.*PAN* - permanent account number.

2. *PDF* - portable document format.

3. *SIM* - Subscriber Identity Module.

4. *ATM* - Automated Teller machine.

5. *Wi-Fi* - Wireless fidelity.

6. *GOOGLE* - Global Organization Of Oriented Group Language Of Earth.

7. *YAHOO* - Yet Another Hierarchical Officious Oracle.

8. *WINDOW* - Wide Interactive Network
Development for Office work Solution.

9. *COMPUTER* - Common Oriented Machine.
10. *SMS* Short Message Service

http://www.abbreviations.com irra galtanii hiikkaawwan gabaajee barbaaddanii argachuu dandeessu.
7.6K viewsedited  12:05
Open / Comment
2021-11-10 03:15:58
Dhuguma qormaanni kennamaa jiru haaluma kanaan itti fufa taanaan baayye gaddisiisaadha.

Inni social media hordofu gaafis ta'e deebii argachaa, inni kuun hoo maal haa tayu?

Qormaanni bor laatamu fkn chem & hist, gaafiileen fi deebiin yoo chanala fi group irra naannawu argaa jirra, sanuu pdfidhan qindaayee, dhuguma taanaan, minsteerri barnoota waan kana argaa maaluma jedha laata?


Akkuma duraa, homaanuu, eessattu fi yoomis hin hatamne jedhuu heda moo laata?
130 viewsedited  00:15
Open / Comment
2021-11-08 17:19:07
#Abbaa_qarshii_tokkoo

#Ethio_Telecom Tajaajila haaraa tokko ifoomse.

#Tajaajilli kunis Qarshii tokkoon kuufama sagalee, message fi datas bittanii fayyadamuuf kan isin dandeessisuudha.

#Qarshii tokkoon Mb 20 ykn.
#Qarshii tokkoon Message 50 yookaanis.
#Qarshii tokkoon daqiiqaa 4 isin haasofsiisuu dandaya.

•Tajaajilicha argachuuf *999# irraa argattu.

#Yaadachiisa kuufamni bitattan Sa'aa tokko qofaaf tura.
500 viewsedited  14:19
Open / Comment
2021-11-08 16:22:23 Telegram yoo isinii hojjetaa hin jiraatin vpn ykn proxy gadii kan fayyadamaa connect godhaa.

https://t.me/proxy?server=russia-dd.proxy.digitalresistance.dog&port=443&secret=ddd41d8cd98f00b204e9800998ecf8427e


#waa'ee proxy ammoo barannoo 37ffa gara olii irra ni jira.
779 viewsedited  13:22
Open / Comment
2021-11-07 22:04:12
Barattoota keenya kutaa 12ffaa qorumsa bara kanaa fudhatan hundaafuu carraa gaarii isiniif hawwin, milkaayaa irra aanaa. Rabbi isin haa qarqaaru!
866 viewsedited  19:04
Open / Comment
2021-11-06 13:08:54
#Ethio_Telecom #Beep_call

#Hafteen herreega keessanii xiqqaatee, bilbiluun ammoo dirqama isinitti ta'e rakkattanii beektuu?

#Amma rakkoon akka sanaa furamee jira, kallattimaan nama barbaadanitti bilbiluu qofatu isinirraa eeggama, beep call ta'e nama bilbilameef bira qaqqaba, Akka miskoolitti.
1.5K views10:08
Open / Comment
2021-10-29 06:43:23
Dhaabbatni Tekinoolojii Guddicha Idil-Addunyaa Feesbuukiin Jijjiirama Maqaafi Muldhataa Taasisuudhaan gara #Meta yoo jijjiiru, App Ummanni Fayyadamu ammoo #Facebook jedhamee itti fufa jedhameera
1.4K views03:43
Open / Comment
2021-10-20 08:28:00
Barannoo 49 ƑƑΑΑ.
━━━━━━━━━━
➦Bots Name: Convert To Voice

Link : @m2vbot

#Bot yeroo sagalee garagaraa telegram irraa buuffattan size isaa akkaan isinii xiqqeessu file geeddaruun.

#setting botichaatin file jijjiruu ni dandeessu, kan barbaaddanitti
809 views05:28
Open / Comment