Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 2

2021-12-25 18:46:36 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
357 views15:46
Open / Comment
2021-12-25 09:13:51 Sarara bilbila keenyaa namni biroon yoo bute maal gochuu qabna?
786 views06:13
Open / Comment
2021-12-23 19:00:39
#WIFI Mana ykn Biiroo keessatti yoo galfattan Gatiin akka armaan gadiiti

1Mbps ➪ 499

2Mbps ➪ 699

3Mbps ➪ 899

4Mbps ➪ 1099

5Mbps ➪1249

6Mbps ➪1499

8Mbps ➪1900

10Mbps ➪2300

15Mbps ➪ 3320 ( Kanaa olis jiru)
Router Qar. 1350, Suuqotarratti Qarshii 2000 irraa eegalee jira

oroict.com Solutions
1.1K views16:00
Open / Comment
2021-12-11 08:41:04 #Google Docs by Google

Version: 1.21.462.04.30

Size: 31.90MB

Updated: Dec 1, 2021

You must have SAI App to install .apks file. If you don't have SAI App Please download it from https://apkdl.net/sai
Or https://t.me/barataadhaaf/540
950 viewsedited  05:41
Open / Comment
2021-12-11 08:40:47
Barannoo 51 ƑƑΑΑ.
━━━━━━━━━━

#App_Name : Docs by Google

#Faaydaan Appii kanaa Dokmantii pdf bilbiluma keessaniin haala miidhagaadhaan akka hojjechuu dandeessan isin qarqaara. Appi isa kan biroo irraa adda waan taasisu hedduu qaba, sanirraa Templet gosa gargaraa filattanii akka pdf keesaan miidhagsitan isin fayyada.

#buufadha itti fayyadama, osoo playstore irraa buufattanii gorfam sababoota gargaraatiif yoo kan asumarraa buufachuu barbaaddan ta'es asumarraa ni argattu, "SAI App" isin barbaachisu mala, waa'ee SAI app linki kanarraa ni argattu.

https://t.me/barataadhaaf/540
━━━━━━━━━━
930 viewsedited  05:40
Open / Comment
2021-12-07 23:16:18 Appi Telegram isa haaraa update ta'eedha. Osoo playstore irraa buufattanii gorfama, garuu yoo kan isiniif hin mijanne taye buufadhaa.

Telegram by Telegram FZ-LLC
org.telegram.messenger

Version: 8.3.0(24933)

Updated: Nov 30, 2021

Size: 43.30MB

Android version: 5.1

Linkii playstore https://play.google.com/store/apps/details?id=org.telegram.messenger

#wantoota haaraa Telegrama qabatee dhufe ilaaluuf : https://telegram.org/blog/protected-content-delete-by-date-and-more
404 viewsedited  20:16
Open / Comment
2021-12-04 17:32:42
Telegram tibba kana, Appiwwan old version ta'an irratti akka dhihootti tajaajila kennuu dhaabu Appiwwan tokko tokko irratti beeksisaa jira, kanaaf akka Appi version haaraa buufattanii fayyadamtan.
578 viewsedited  14:32
Open / Comment
2021-11-27 08:12:58
#Whats_App irratti Suuraa tokko namaaf ergitanii, Namni ergitaniif sun suuricha yeroo tokko qofa akka ilaalu akkasumas gallery keessatti akka save hin taane gochuudhaan erguu ni dandeessu.

Akkaataan isaas.

1-Whatsapp banattu.
2-iddoo gallary suuraan ittiin ergamu cuqaastu.
3-Erga suuraa erguu barbaaddan filattanii, gara gadii lakkofsa 1 geengoo keessa jiru click gootu.
4-Xumuura irratti ok yoo click gootan ni ergama, haalaa suuraa olii kanaan dabra.

https://t.me/barataadhaaf/648

Namni ergameef yeroo tokko buusee ni ilaala sana booda lammataa itti deebi'ee ilaaluu hin dandayu.
288 viewsedited  05:12
Open / Comment
2021-11-27 00:09:25
#profile Akkaawuntii Facebook keessanii fi waan isin post gootan kamuu, namni hiriyyaa keessaniin alaa akka ilaaluu hin dandeenye gochuu ni dandeessu, profile keessan lock gochuudhaan.

#Akkaataa lock itti gootan.

1-Appi Facebook ni banattu.
2-profile keessan bira dhaqxu.
3-Tuqaalee sadi gara harka mirgaa jiran cuqaastu.
4-Lock profile.
5-Look your profile

Xumuura irratti "You locked your profile" achiin "Ok"

#suuraan olii irraas ni jira.
https://t.me/barataadhaaf/647?single

#Kana booda profaayilli keessan lock ta'ee jira.
504 views21:09
Open / Comment
2021-11-15 18:04:58
Afaanota Kompitaraa

Afaan saganteessaa kumaa olitti lakkaawwamutu jira - kaan kan hojii hundumaaf tajaajilan, kaan ammoo hojii addayaa qofaaf kan tajaajilan.

Afaan SaganteessaaTarree afaan saganteessaa : Yerooma afaan saganteessaa, Tarree afaan saganteessa akaakudhaan, Tarree dhaloota afaan saganteessaa, Tarree afaan saganteessaa, Afaan saganteessaa Ingiliffa irratti hin hundoofne

Afaan assembilii baayyinaan faayidaarra oole : ARM, MIPS, x86

Afaan saganteessaa ol-guddaa baayyinaan faayidaarra oole : Ada, BASIC, C, C++, C#, COBOL, Fortran, Jaavaa, Lisp, Pascal, Object Pascal

Afaan barruu baayyinaan faayidaarra oole : Bourne script, JaavaaSkiriiptii, Python, Ruubii, PHP, Perl


#wikipedia

Bal'inaan Afaan Oromootiin : https://om.m.wikipedia.org/wiki/Kompitara

More by English : https://www.mycplus.com/featured-articles/famous-programming-languages-authors-and-history/
1.5K viewsedited  15:04
Open / Comment