Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 9

2021-04-16 09:33:51 Barattootaaf Dokmentii kana kan argannee #Moshe irraayyi linki gadii kanaan mirkaneeffachuu dandeessu.

http://www.moshe.gov.et/files/1618424833639.xlsx

Placementi keessan sirreeffadha beeksifni jedhu bayee waan jiruuf, osoo dokmentii kana irraa hamma tokko erga hubattanii booda yoo wanti sirreeffatan jiraate osoo sirreeffattanii.

Dokmenticha irratti Band jechuudhaan Unvesiitilee iddoo 6tti qooda.

Band 1 - Engineering and Technology fields
Band 2: Natural Science fields
Band 3: Health Science fields
Band 4: Agriclture fields
Band 5: Business and Economics fields
Band 6: Social sciences and humanities
1.5K viewsedited  06:33
Open / Comment
2021-04-16 00:17:34
Abdisa_bancha

Marsariitii #GramFree kana salphatti #kaffaltii( namaa kaffala jedhee namni hedduu dhaadhessu argeera, Ijoolleen keenya #telegram irratti wal jalaa fuudhanii maxxansutti jiru.

Namni heddus na gaafateera. Anis Faana dhayeera.

#Marsariitichi waan akka Lottery wayii namaa kafalutti hojjatameera. Garuu #Soba Eenyummeessaa yoo banattan adaduma isin waan garagaraa tuttuqxaniin #Doolara lakkoftuu wayii isinitti agarsiisuu male malee kafaltiin kafalamu wayiituu hin jiru.

#Sobdoota(Scammer) dha.
Irraa ofeegaa, Waliif dabarsaa.
1.4K views21:17
Open / Comment
2021-04-15 03:27:26
#Galatoomaa - Hiikkaan Google Saffisaa jira

AFaan Oromoo Jechootni/Gaaleewwan/Himootni Kuma 85 ol hiikkame
Tartiiba hiikkaa Google Afaan Oromoo yoo barbaaddan link asiin gadii irraa ilaalaa
https://www.afaan-oromoo.com/tartiiba-hiikkaa-gugilii-afaan-oromoo/
1.7K views00:27
Open / Comment
2021-04-08 12:17:48 Ministeerichi akka ibsetti Qabxii qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa ifa taheen, bara kana barattoonni 147,640 (88,153 dhiira 59,487 Dubara) dhaabbilee barnoota o’laanoo mootummatti ramadamanii jiru.

Haaluma kanaan: Qabxii darbiinsaa jedhame kan ifoome.

Saayinsii Uumamaa (Natural Science)
- Dhiiraaf - 380
- Dubaraaf- 368

Saayinsii Hawaasaa (Social Science)
- Dhiiraaf - 370
- Dubaraaf - 358
1.5K views09:17
Open / Comment
2021-04-02 00:28:16
#Qormaatamtoonni bu'aa keessan irratti komii qabdan, komii keessan Linki gadii kanaan gara biiroo barnootichaa ergachuu dandeessu.

https://docs.google.com/forms/d/e/1FAIpQLSd2taZnPEhGPldTwTIx87tnYfEhYPkCWHnm3eRWjRhnD-FtTg/viewform
458 views21:28
Open / Comment
2021-03-28 09:53:43
Exam result, placement result, feild choice, placement choice fi kan biroo bot kanaan.

Barattoota Qormaata fudhachuun bu'aa eeggattaa jirtaniif, Bot baayyee barbaachisaadha. Barattoota kaanifis.

Laakkofsa Aadmishiin keessan itti galchuun guyyaa bu'aan qormaatichaa gadi lakkifamerraa kaasee osoo websayit hin galle ilaallattuu dandeessu haala salphaadhaan.

Ammattis hanga bu'aan gadi lakkifamuu.

-filannoo fiildii keessanii.
-filannoo Yuunversitii keessanii.

ilaalachuu dandeessu bot baayyee bareedaadha, hedduu galatoomaa #KutakoSupport

botichi kinooti #start godhaa
http://t.me/ethioexambotbot?start=r377096201
767 views06:53
Open / Comment
2021-03-27 18:57:10 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
742 views15:57
Open / Comment
2021-03-27 08:14:47 Dhaabbatni Guddichi Idil-Addunyaa Gugiliin Afaan Oromootiin hojii jalqabuuf Yaalii taasisuu eegale #oroict
1.2K views05:14
Open / Comment
2021-03-22 12:03:23
#Yeroo ammaa Eenyummeessaan heddu waan jiruuf akkamitti osoo hin irraanfanne fayyadamuu dandeenya?

#Fakeenyaaf ani Jecha darbii 32 qaba, 25 ni yaadadha, 7 irraanfadhee barbaadaan jira.

#Haala salphaa ittiin eenymmeessaa keenya hedduuf fayyadamuu dandeeny keessaa.

1) Maqaa walfakkaatuun jalqabuun, erga keessa achi seenne booda waan addaa itti dabaluu. fkn: osoo jecha
darbee page OROMO ICT kana ilaaltanii oromoict@face1216 dhaa.

#Jechi darbii Page biroo immoo
oromoict@faceL2L6 dha. ani kan yaadachuun na barbaachisu iddoo jalqabarratti 1(tokko) ture amma L
dhaan bakka bu’uu qofa.

2) Inni biraa Galmeeffatanii iddoo namni hin agarre kaawwachuudha. kun garuu hin gorfamu.

3) Keessattuu Jecha darbii email dagachuu hin qabnu, waan hedduuf nu gargaara waan ta’eef.


#galatoomaa #oroict.com
664 views09:03
Open / Comment
2021-03-20 07:48:34 #Haala salphatti akka isin jalaa eenyummeessaa keessan hin cabsine yoo barbaaddan #tartiiba armaan gadii hordofaa:

• Jecha Darbii yoo uumtanis ta’ee yoo jijjiirtan baay’ina isaa 8 gadi ta’uu hin qabu.

• Jecha darbii keessan namni biraa tasuma arguus ta’ee beekuu hin qabu. Keessattuu yeroo nama giddutti bantan yoo saffisaan barreessuu hin dandeessan ta’e, namootni akka isin irraa siqan gaafachuu qabdu. icciitii cimaa waan ta’eef.

• Jechi darbii makaa Qubee(A, b, c..), lakkoofsa(1,2,3…) fi mallattoolee addaa kanneen akka(!,@,#,$,%.^,.,&,*,fikkf) of keessaa qabaachuu qaba. fkn: Az0o!2324

• Jechi darbii isin fayyadamtan kan salphatti hin tilmaamane ta’uu qaba. Keessattuu ragaa odeeffannoo keessan ofkeessaa qabu osoo ofkeessaa qabaachuu
baatee filatamaadha.

• Jecha darbii keessan yoo jijjiirtan eenyummeessaa
keessan keessaa baatanii(ba’i ykn Logot) gootanii osoo
jecha darbii haaraan seenuun filatamaadha. keessattuu
Eenyummeessaa akka Facebook fa’a #LOGOUT ACTIVE Account jechuun iddoo hundaa akka cufamuuf
eenyummeessaa keessaniif sodaa qabdan waan
balleessuuf hedduu barbaachisaadha, fayyadamuun ni gorfama.

#Walumaagalatti: Jechi darbii murteessaafi icciitii abbaan
eenyummeessichaa qofti beekuu qabu waan ta’eef”:

#Jabaa ta’uu qaba.

#Namni biraa salphatti kan hin tilmaamne ta’uu qaba.

#Yoo xiqqaate baay’inni isaa dijiitii 8 ol ta’uu qaba.

#Ofii keessaniif salphatti kan yaadattan ta’uu qaba.

#Maqaa dhuunfaa ta’uu hin qabu Mallattoolee(!@#$%^…), Lakkoofsota(12345..) fi Qubeen
(abcd…) walitti makuudhaan banachuu qabdu. Fkn
Oromoict@pa$$word!


#oroict #itti fufa..
352 viewsedited  04:48
Open / Comment