Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 7

2021-05-26 07:44:39 #Bilbila networkii fi interneetii hojjachuu dideef furmaata.

Bilbilli tokko rakkoo netwoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service, Emergency call, Registration failed, Invalid SIM fi kkf.


Rakkoowwan akkanaa kun sababoota maaliin kka dhufaniifi furmaata isaa, Oromosumsung isin eera.

https://oromiasamsung.com/bilbila-networkii-fi-interneetii-hojjachuu-dideef-furmaata/
1.4K views04:44
Open / Comment
2021-05-26 07:43:58
Telebirr

Vidiyoo gabaabaa Akkaataa telebirr itti banattan agarsiisu.
1.2K views04:43
Open / Comment
2021-05-22 00:20:40
Barattoonni kutaa 12ffaa qorumsaaf qophaa'aa jirtan, hanga ammaatti guyyaan qormaata guyyaa kana jedhame waan ibsame hin dhageenye, odeffanno amanamaa akkuma arganneen isin beeksifna.

#Odeeyfannoowwan waytaawaa Dhimma barattootaatiin walqabatan isaan gadii kana irraas hordofuu dandeessu.

https://t.me/MinistryoSHE
https://t.me/tikvahethmagazine
https://t.me/TikvahUniversity
530 views21:20
Open / Comment
2021-05-22 00:20:14
Barattoonni haaraan hanga Caamsaa 30tti gara yuunvarsiitiiwwan ramadamanii akka galan ni taasifama jedhame

Barattoonni haaraan hanga Caamsaa/ግንቦት 30, 2013tti gara yuunvarsiitiiwwan ramadamanii akka galan ni taasifama, Waxabajjii/ሰኔ 1 barannoonni barattoota haaraa Universiitii galanii ni eegala, jechuun Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo beeksisee jira.

Akka gabaasa EBCtti ramaddii waliin walqabsiisee barattoota komii dhiyeessaan kuma 23 ol keessaa kumni 1 fi 891 kan ta’an gaafiin isaanii fudhatama argatee sirreeffamni ramaddii taasifamuu ibsaniiru.

#Barattoota sababa gahaa, rakkoo fayyaa cimaa fi rakkoolee ragaan mirkanaa'e kan qabaniif sirraa'e.

isaan akka sababaatti, fageenya maatii irraa, rakkoo diinagdee fi hawaasumma sababeeffatan akka hin ilaalaminnif ibsee jira, kanas wixxata(Caamsaa 16/) dhufu irra online galuun ilaalchuu danda'u jedhee jira. #MOSHE
715 views21:20
Open / Comment
2021-05-20 11:47:29 #Appi telebirr bufachuun account isaa banadhaa.

#Akkuma account haaraa appichaan banattaniin badhaasa qarshii 15fi MB 70 ni argattu.

Version: 1.0.216(216)
Updated: May 13, 2021
Size: 22.64MB

Android version: 4.4
________________________
Akkaataa itti banattan vidiyoo gabaabaas isinii qopheessinee jirra.

Linkii gadii irraa ilaalaa.





#vidiyoon gama chaanala Telegraminis ibsa waliin ni dhihaata.
1.5K viewsedited  08:47
Open / Comment
2021-05-19 11:47:29 Kutaan jalqabaa maalummaa #telebirr ibsa isaa. #dhimma kana gabaasni bbc Afaan-oromoo haala gaariidhaan ibsa. #linki gadii kana irraa waa'ee isa erga hubattanii, kutaa itti aanuun ammoo akkaataa Account #telebirr itti bannu ilaalla. 'Telebirr' - tajaajila…
697 viewsedited  08:47
Open / Comment
2021-05-18 11:25:44 Kutaan jalqabaa maalummaa #telebirr ibsa isaa.

#dhimma kana gabaasni
bbc Afaan-oromoo haala gaariidhaan ibsa.

#linki gadii kana irraa waa'ee isa erga hubattanii, kutaa itti aanuun ammoo akkaataa Account #telebirr itti bannu ilaalla.

'Telebirr' - tajaajila mobaayila harkaa qaban baankii xiqqaa taasisu. Jechuun ibsa bbciin Linkii gadii

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-57093782
825 views08:25
Open / Comment
2021-05-18 11:25:41
#Dhimma telebirr kana irratti hubannoo ni laanna jennee turre, Maatiin keenya hedduunis akka hubannoo sana barbaadn yaadaafi mallattoonis nuu ibsaa jiru.

#Kanuma irraa ka'uudhaan hamma tokko nutis waan hubanne isin hubachiisuuf qophiidha.

#Garuu kan beekuu qabdan wanti kuni haarawa, Telenis odeeffannoo haarawa jaljalaan kennaa jira malee hanga ammaatti odeeffannoon guutuun waan kennamee miti, ammatti accountii isaa banattanii waan irratti dabalamu jaljalaan hordofaa deemuun barbaachisaadha.

#nutis odeeffannoon haarofti yoo jiraate jalajalaan isiniin geenya.

#waa'ee isaas, kutaaleen qoqqonnee dhiheessina.

jalqabaa maalummaa #telebirr.

kutaa lammaffaan ammoo akkaataa Account #telebirr itti bannu ilaalla.

Kutaa 3ffaa keessatti wantoota #telebirr of keessa qabu, maal maal fa'a hammate kan jedhu ilaalla.

Kutaa xumuuraa fi 4ffaa irratti gaafilee barbaachisoo gama keessaniin ergamanii fi kan beekuu qabdan jenne yaannu isinii dhiheessina.
787 views08:25
Open / Comment
2021-05-17 11:25:47
#telebirr

Dhimma Telebirr kan Tibba kana Ethio telekom beeksisaa jiru, kana irraa xinnoo hubbannoo qabnu isinii laatuu barbaanne. Haa dhihaatuu
1.3K viewsedited  08:25
Open / Comment
2021-05-17 02:32:43
Anwaariif haa dirmannu !
***********************
Anwaar Huseen Abbaaduraa jedhama. Dhibee rakkoo oomishamuu dhabuu dhiigaa APLASTIC ANEMIA) jedhamu dhukkubsata. Dargaggoo waggaa 20ti. Yunivarsitii Samaraatti ramadamee sababa dhibee kanaa barumsarraa hafe. Kanaan dura deeggarsa namoota adda addaatiin yaalii argachaa tureera. Amma garuu gara biyya alaa bahee akka yaalamu boordii hospitaala xiqur ambassaatiin murta'eera. Maatiin isaa qarshii yaaliif isa barbaachisu miiliyoona 2.5 kan hin qabneefi humna isaaniiti olidha. Kanaafuu hundi keenyayyuu haga dandeenyeen birmanneefii jazaa isaa Rabbirraa haa eeggannu. Rabbiif jennee Haa birmannuuf! Lakkoofsa herreega armaan gadiitiin deeggarsa ha goonuuf.

Lakkoofsa herr. Baankii/

1. Baanki Daldala Itiyooppiyaa/የኢትዮጵያ ንግድ ባንክ 1000018555992/1000337570918

2. Hojii G/Oromiyaa /ኦሮሚያ ህ/ሥራ/ባንክ 1000077415096
1.5K views23:32
Open / Comment