Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 4

2021-10-20 08:26:34 Coding c++ offline
751 views05:26
Open / Comment
2021-10-20 08:26:17
━━━━━━━━━━
Apps Name: Coding c++ offline

#Appii gaarii barattoota coding C++ barataa jiran qarqaaru.

#Appii kanaan kompitee/laptop yoo hin qaaatiin ittiin program gootan run gochuuf isin qarqaara.

#Dabalataan programing irratti websaayitiin kun isin qarqaara.

http://Www.w3shools.com

#App Size: 57.3 MB

Appichi
763 views05:26
Open / Comment
2021-10-19 10:41:36
#Yeroo foormicha guuttan of eeggannoo guddaadhaan guutaa, formichi waa hedduu gaafata, keessattu iddoon suuraa isinii ergine kun murteessaadha.

#Guyyaan galmeesa hanga 12/2/2014 tti
1.3K viewsedited  07:41
Open / Comment
2021-10-19 10:09:38
#Update

#Barattoonnii Yunvarsiitii Naannoo Tigraay fi waldiyyaatti baraataa turan, kan rakkoo nageenyaatiif barumsa isaanii addaan kutan, akka Yuunivarsiitiwwan birootti ramadamanii barnoota isaanii itti fufan murtaa'e.

#Kanumarraa ka'uudhaan barattoonni barumsa isaanii hordofaa turan, ragaalee baranootaa barbaachisoo ta'an hunda qopheeffachuun, har'a irraa eegalee galmaa'uu dandeessu jedhameera.

Galmaa'uudhaaf, linkii gadii kana akka fayyadamtan. https://forms.gle/wYpZtTqpdQ417Bxx8

#Foormiilee barbaachisan akka guuttan.

Maddi: TikvahEt
1.4K views07:09
Open / Comment
2021-10-18 19:29:20
━━━━━━━━━━
Apps Name: NoRoot Firewall

• Appiin/Mosaajiin kuni data bilbila keessanii qusatuu keessatti gahee ol'aanaa taphata, aappilee biroo kan tajaajila akka kanaatiif oolan biroo dachaa hedduun caala. Appichi akkaataan inni data itti qusatu, erga takkaa buuffattanii install gootanii, open gochuun booda start cuqaastu, sana boodaa appii data akka fayyadamuuf hayyamtaniin ala kan biroo tokkos data isinirraa hin tuqu, akkuma isin appi biroo bantaniin hayyama isin gaafata, yoo barbaaddan ni hayyamtuuf ykn deny cuqaastu. Dhaabuuf stop cuqaastu.

Akkaata itti fayyadama isaa vidiyoon yoo barbaaddan link :



#App Size: 2.6 MB

Appichi
457 views16:29
Open / Comment
2021-10-16 07:35:55 All tools.apk (1)
672 views04:35
Open / Comment
2021-10-16 07:34:45
━━━━━━━━━━
Apps Name: All tools

• Appiin/Mosaajiin kuni akkaan faayidaan isaa hedduudha, yoo xiqqaate waan aappileen xixxiqqoon gosa hedduu naannoo 60+ ta'an dalagan, appima tokkicha kanaan, size muraasa qofaan argachuu dandeessu.

#App Size: 6.6 MB

Appichi
663 viewsedited  04:34
Open / Comment
2021-10-15 15:38:56
#Qormaanni kutaa 12ffaa, Onkololessa 29 irraa hanga sadaasa 2tti kennamuuf qophiin xumuureeramera jedhe, Ejansiin madaallii barnootaafi qorumsaa.

Ejensichi dhimma kana ilaalchisuun qaamolee dhimmi ilaallatu waliin marii’achaa kan jiru yoo ta’u, Daarektarri Olaanaa duraanii ejensichaa Doktar Dilaamoo Otoree barattoonni kuma 617 qormaata kana fudhachuuf qophaa’oo ta’uusaanii himaniiru.

Qormaatichi naannoolee akka Amaaraafi Affaar bakka rakkoon nageenyaa jirutti akka eeyyama barattootaafi maatiitiin akkasumas haala nageenya qabatamaa naannichaa ilaalcha keessa galchuun kan kennamu ta’a jedhaniiru.
1.1K viewsedited  12:38
Open / Comment
2021-10-15 07:51:37
⁣ Dursa isa kam vidiyoonis deeggarree isiniif haa dhiheessinu?

1- Bilbila data akka malee isin jalaa fixee isin rakkisuuf, appi furmaata gaarii tayan.

2- Appi tokkicha garuu, waan appiwwan 20 ol hojjetan isiniif hojjechuu danda'u.

3- Bot yeroo sagalee garagaraa telegram irraa buuffattan size isaa akkaan isinii xiqqeessu file geeddaruun.

4- Appii gaarii barattoota coding A++ barataa jiraniif qarqaaru.
1.2K views04:51
Open / Comment