Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 6

2021-07-13 14:49:54
#Qormaanni kutaa 12ffaadha, walakkaa Onkololleessaa keessa akka laatamu danda'u ibsame.

#Sababoota gagaraatiif Onkololeessa 15 bara 2014, keessa akka laatamuu danda'u Dr. Dilamoo Otore ibsan, sababoonni kunisa kan akka,

-Waqtiin ganna ta'uu, qormaatamtoonni heddumaachuu, dhimma barattoota Tigraay, Simannaa Universitiwwan fa'a ilaalcha keessa galchuuni jedhameera.
1.6K views11:49
Open / Comment
2021-07-06 23:31:37
Barannoo 48 ƑƑΑΑ.
━━━━━━━━━━
➦Bots Name: Date Convert ᗷᝪᎢ
Link : @DateConvertBot

➦ Bot kanaan haala salphaadhaan guyyaas ta'e, baatii dabalataan waggaas, akka lakkofsa biyyaa irraa gara farnjii(G.C) fi gara Hijriitti jijjirachuu dandeessu.

➦ Botichi fayyadamni isaa salphaadha, jalqaba start gochuudha guyyaa har'aa meeqa akka ta'e, akka biyyaatti, akka farnjiittii fi akka hijriitti isinii ibsa, buttun gara gadii tuquun kan isa kamii gara kamii akka geeddartan ni tuqxu, 1-2-1999 haala kanaan itti ergitu.

#Dabalataanis botichi akka age calculate gootan isin qarqaara.

Age calculator jechuun, shallaga umrii fakkeenyaaf.

Fakkeenyaaf namni umriin isaa, waggaa 21 fi baatii 8 guyyaa 24 ! tokko akka gadii kana ta'a.

Total age in the particular format :
-------------------------------------------
1├ 21 years
2├ 260 months
3├ 7938.75 days
4├ 190546 hours
5├ 11432784 minutes
6├ 685967052 seconds
7├ 685967052410 milliseconds
-------------------------------------------
980 viewsedited  20:31
Open / Comment
2021-07-03 06:19:50
Barannoo 47 ƑƑΑΑ.
━━━━━━━━━━
➦Bots Name: PDF Bot/@pdfbot

➦ Bot kanaan haala salphaa fi yeroo gabaabaan dokmantii pdf hojjechuu dandeessu.

➦ Botichi waan hedduu hammateedha, start gochuudhaan isa help jedhuun gargaaramu dandeessu.
419 views03:19
Open / Comment
2021-07-03 06:19:01 Mattiwwan keenya barnoota asiin dura dabrsine baafata gadii kanniin tuquun fayyadamaa.

① ⃣barannoo 1ƒƒαα.
#Telegraamiin maali?

② ⃣barannoo 2ƒƒαα.
#telegrama gubbatti data qusachuuf

③ ⃣barannoo 3ƒƒαα.
#maalummaa bot fi akkaataa itti hojjetamu.

④ ⃣barannoo 4ƒƒαα.
#eeggumsa telegrama keessanii cimsachuuf

⑤ ⃣barannoo 5ƒƒαα.
#appi maallaq nama jalaa hatu irraa akkamitti of eegna.

⑥ ⃣barannoo 6ƒƒαα.
#botiidhaan akkamitti namaa waliin haasofna

⑦ ⃣barannoo 7ƒƒαα.
#waa'ee chaanaala telegraamaa

⑧ ⃣barannoo 8ƒƒαα.
#patternii dagatame banuuf

⑨ ⃣barannoo 9ƒƒαα.
#akkaataa youtube irraa videof sagalee buufannu telegraamaan.

①⁰ ⃣barannoo 10ƒƒαα.
# akkaataa appii telegraama irraan buufannu.

①¹ ⃣barannoo 11ƒƒαα.
Qooqaa barbaaddanitti jijjirachuuf.(translator)

①② ⃣barannoo 12ƒƒαα.
Akkaataa suura irraa barrefama qofa fudhannu.

①③ ⃣barannoo 13ƒƒαα.
better translate

①④ ⃣barannoo 14ƒƒαα.
regram bot

①⑤ ⃣barannoo 15ƒƒαα.
gmail bot

①⑥ ⃣barannoo 16ƒƒαα.
mp3 tools

①⑦ ⃣barannoo 17ƒƒαα.
any downlaod

①⑧ ⃣barannoo 18ƒƒαα.
telegraph

①⑨ ⃣barannoo 19ƒƒαα.
sticker

②∅ ⃣barannoo 20ƒƒαα.
Url to image
471 viewsedited  03:19
Open / Comment
2021-06-28 13:19:18
#WIFI Mana ykn Biiroo keessatti yoo galfattan Gatiin akka armaan gadiiti

1Mbps ➪ 499

2Mbps ➪ 699

3Mbps ➪ 899

4Mbps ➪ 1099

5Mbps ➪1249

6Mbps ➪1499

8Mbps ➪1900

10Mbps ➪2300

15Mbps ➪ 3320 ( Kanaa olis jiru)
Router Qar. 1350, Suuqotarratti Qarshii 2000 irraa eegalee jira

oroict.com Solutions
291 views10:19
Open / Comment
2021-06-09 22:54:12
#Qinqaanii(virus) torbaan darbe Feesbuukiin daddarbaa ture hardha #whatsApp dhaan ergamaa, #link isinitti ergamu Sana tasuma banuu hin barbaachisu.

Takka bantanii jennaan #odeeffannoo keessan guutuu[Jecha-darbii(password), Email, Credit Card, Laakkoofsa bilbilaa, ....] Hunda waan fudhatuuf ergaa walfakkaataa osoo isin hin beekne hiriyyoota keessan hundatti erga.

Namoota #creditcard qaban mallaqas saamuu danda'u. #OfEeggadhaa

abdisa_bancha
1.8K viewsedited  19:54
Open / Comment
2021-06-07 19:21:04
━━━━━━━━━━━━━━━━
#Karaa salphaa Telegram keessan gubbaan Schedule message/Ergaa ykn message sagantaadhaan nama dhuunfaattis ta'ee, chanala irratti waa post gochuuf nu qarqaaru.

Fakkeenyaaf Ergaa wahii daqiiqaa muraasa booda post gochuu yoo barbaaddan, tarii yeroo sanitti ammoo sababa gargaraatiin online yoo kan hin argamne tahe, Ammuma mijjeessitanii akka yeroo barbaadametti ergamu gochuu dandeessu.

Tartiibni isaa :

1- Jalqaba iddoo waa erguu heddan dhaquun, waan erguu heddan sana qindeeffadhaa.

2- Ergasii mallattoo ittiin ergan sana yeroo tokko sirritti gadi qabaa.

3- Schedule message isa jedhu tuquun, yeroo barbaaddanitti mijjeeffadhaa.

booda send message.
2.2K views16:21
Open / Comment
2021-06-05 19:02:11 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
898 views16:02
Open / Comment
2021-06-05 09:40:05
#Google

#Maqaan google amma ittin waamamu kan dogongora akka ta’e beektuu?

#Maqaan kun akka tasaa kan kennameefidhaa kunis kan ta’e namtichi Google uumee Googol jechuuf dogongoraan Google jedhe ergaa barreessee boodaadha.

waamamnii isaa kuni Immo herregaan lakkofasa duuba isaatiin zeeroowwan 100 qabu bakka bu’a.

#Gadaa_Click
1.6K viewsedited  06:40
Open / Comment
2021-06-05 09:39:59
Kabajamtoota Maatii chanala keenyaa.

#Akka duriitti barannoo keenya yeroo yeroon isin qaqqabsiisa akka hin jirre beekamaadha kuni ammoo kan ta'e sababa hanqina yeroo nu mudateefi, barnoota tokko irra waan jirruuf haalli akka duriitti nuu mijatuu dhabe.

#kanaaf namoonni oggummaa waa'e teknolojiidhaa qabdan hundi hulaan keenya banaadha nu qunnamaati chanala kana irratti oggummaa qabdaniin hawaasa keessan tajaajila yaada jedhu isinii dhiheesina. @barannoobot
1.5K views06:39
Open / Comment