Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 8

2021-05-15 09:40:11 #Barannoo 9ffaa irratti Youtube gubbaa osoo hin dhaqin telegraamuma gubbaan vidiyoos ta'ee sagalee @utubebot kanaan akka buufachuu dandeenyu ilaalle turre, Garuu sababa copyright botichi hojjetaa hin jiru, isa fooyya'ee dhufe kanaan fayyadamaa
@utuberabot
, cut gochuufi subscribes dabalateera
84 viewsedited  06:40
Open / Comment
2021-05-11 15:53:58 #oroict irraa.

#Icciitii Bilbila keessanii kan namni hedduun hin beekne!

#Odeeffannoo muraasa armaan gadii kana ilaala.

#Namni yoo isiniif Bilbilu “Bilbilli kun tajaajila irra hin oolle” akka jedhu yoo barbaaddan: *21*900# ykn
Lakkoofsa tokkicha keessaa dhiisuun lakkoofsa keessanitti deebisaa hidhaa[divert] fkn *21*091234567#

#Guutummaa Ergaa bilbila keessanii bilbila biraarratti hidhuuf[divert] gochuuf: *21*0912345678# 0912345678 lakkofsa irratti divert gootaniidha.

#21# divert irraa balleessuuf

*#21# odeeffannoo divert ta’emoo hin taane jedhu argachuuf

#Bilbilli keessan yeroo Jaatanaawaa [Busy] ta’e qofa bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf: *67*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#67# irraa Haquuf

#Bilbilli keessan yoo isin kaasuu dhabdan qofa Bilbila biraatti hidhuuf [divert] gochuuf:

Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#61# irraa Haquuf

#Bilbilli keessan yoo isin Sarara Gahiinsaa [Network] ala jirtan qofa Bilbila biraatti hidhuuf[divert] gochuuf:

*62*Lakkoofsa itti hidhuu barbaaddan#

#62# irraa Haquuf

#Osoo isin nama biraa wajjiin haasawutti jirtan namni biraa yoo isinii bilbile, Akka sararatti isin eegu koompuutarri akka itti himu [Call Waiting] tajaajilamuuf:

*43# Kakaasuuf[to activate]

#43# Irraa Haquuf

*#43# akka irra jiruuf hin jirre ilaaluuf
11.0K views12:53
Open / Comment
2021-05-08 19:05:39 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
655 views16:05
Open / Comment
2021-05-05 09:00:50 #Odeeffannoo garagaraa fi guyyaa yaamiinsaa iddoo isin gahee, Marsariitii/website isaanii irraa argachuu dandeessu.

Acronym and Website ፦

1.AASTU
http://www.aastu.edu.et/

2. ASTU
http://www.astu.edu.et/

3.Addis Ababa University (AAU)
http://www.aau.edu.et/

4. Adigrat University (AGU )
http://www.adu.edu.et/

5. Ambo University (AU)
http://www.ambou.academia.edu/

6. Arba Minch University (AMU )
http://www.amu.edu.et/

7.Arsi University ( ARU )
https://www.arsiun.edu.et/

8 ASOSSA UNIVERSITY(ASU)
http://www.asu.edu.et/

9.Axum University (AXU)
http://www.aku.edu.et/

10 Bahir Dar University ( BDU)
http://www.bdu.edu.et/

11. BONGA UNIVERSITY (BU)
http://www.bongau.edu.et/

12 BULE HORRA UNIVERSITY (BHU)
http://www.bhu.edu.et/

13 DEBARK UNIVERSITY (DKU)
http://www.dku.edu.et

14 Debrebirhan University (DBU-
http://www.dbu.edu.et/

15 Debremarkos University (DMU)
http://www.dmu.edu.et/

16 DEBRETABOR UNIVERSITY (DBTU)
http://www.dtu.edu.et/

17 DEMBI DOLO UNIVERSITY (DeDU)
http://www.dedu.edu.et

18 Dilla University( DU)
http://www.du.edu.et/

19 Dire Dawa University ( DDU )
http://www.ddu.edu.et/

20 Gambella University (GMU)
http://www.gmu.edu.et

21 Gondar University( GU)
http://www.uog.edu.et/en/

22 Haramaya University (HRU)
http://www.haramaya.edu.et/

23 Hawassa University (HWU)
http://www.hu.edu.et/hu/

24 INJIBARA UNIVERSITY( IU)
http://www.inu.edu.et/

25 Jigjiga University (JGU
https://www.jju.edu.et/)

26 Jimma University (JU)
https://www.ju.edu.et/

27 JINKA UNIVERSITY (JNU)
http://www.jnu.et/

28 Kebri Dehar University (KDU)
http://www.kdu.edu.et/

29 Kotebe Metropolitan University
( KMU)
http://www.kmu.edu.et/

30 Meda Welabu University (MWU)
http://www.mwu.edu.et/

31 Mekelle University( MU)
http://www.mu.edu.et/

32 MEKIDELA AMBA UNIVERSITY
( MAU )
http://www.mau.education/

33 METU UNIVERSITY (MEU)
http://www.meu.edu.et/

34 Mizan-Tepi University (MTU)
http://www.mtu.edu.et/

35 Oda Bultum (OBU)
http://www.odabultum.edu.et

36 RAYA UNIVERSITY( RU)
http://www.rayu.org/

37 Selale University (SLU)
http://www.seu.edu.et

38 Semera University( SU)
https://www.su.edu.et/

39 WACHAMO UNIVERSITY (WCU)
http://www.wachemouniversity.academia.edu/

40 Welketie UNIVERSITY (WKU)
http://www.wku.edu.et

41 WERABE UNIVERSITY ( WRU)
http://www.edu.et/

42 Wolayita Sodo University (WSU)
http://www.wsu.edu.et

43 Woldiya University (WDU)
http://www.fh2web.academia.edun

44 Wollega University( WU )
www.wollegauniversity.edu.et

45 Wollo University (WOU)
http://www.wollo.academia.edu
11.1K views06:00
Open / Comment
2021-05-03 12:39:34
Barattoonni haaraa ramadamtanii komii dhiyeeffachuu barbaaddan hara'a jechuunis Ebla/ሚያዚያ 25 hanga 28/2013 keessatti dhiheeffachuu dandeessu.

#*Komii dhiyeeffachuuf linkii gadii fayyadamaa.

Marsariitii፡ https://forms.gle/Jt9L7F2EDDC62YLQ7

Lakkofsa bilbilaa ፦
• +251911763794
• +251943543805
Email ፡ support@ethernet.edu.et

#Garuu yeroo filannoo jijjirattan.

#Yeroo lama erguun hin tayu.

#Qaamaan nama dhufes hin keessummessan.

#Yoo iddoo fooyya'aa isin gahe jira ta'e, osoo lakkiftanii komicha, ammaas eessa akka isin gahu hin beektamu sababa ta'eef.
978 views09:39
Open / Comment
2021-05-03 12:38:23
#Dubbiin placementii kun akkami mee, isintu filatemoo, isaatu isin filate?

Eessa isin gahe jechumaafi.

Mee asirraan @BarannooBot
902 views09:38
Open / Comment
2021-04-27 11:09:39
Iyya Birmannaa dhabe taane - #AfaanOromoGoogleTranslation

#Hiikkaa Gugilii Afaan Oromoo Hayyootni yoo hin hirmaatin hin xumuramu waan taheef kan #Qabeenya qabu qabeenyaan kan ogummaa qabu Dandeettiisaatiin kan jennuuf sababa gahaadhaan
Jechoota Kuma 88 ol gumaachine kan jennu yaaliif shaakala dabalateeti malee #hiikkaan qabatamaa hiikame kuma 17 qofa, inniyyuu walakkaan #Dogoggora..

Iyya tana Oromoon birmatu malee hojiin kun galma hin gahu, warri ganamaa galgala wacnullee hafuurri adda nu citee caldhisuuf jirra.

Waliif hiraa Afaan keessan cinaa dhaabbadhaa, akki nugargaaraa jennullee mee achuma haaturuutii...

Abdisa_bancha
1.2K views08:09
Open / Comment
2021-04-24 18:30:42 #chanaalonni gadii kunniin kan beeksisa waliin hojjennuudha, kan barbaaddan join godhaa.
1.1K views15:30
Open / Comment
2021-04-24 08:21:24 Yeroo amma Namni ogeessa kompiitaraa ta’e hojii qacaramuuf dandeeettiin barreessuu isaa akkam akka tahe ni gaafatama. ‘mee barreessi’ jedhamuunis Daqiiqaa 1 keessatti jechoota (word) meeqa akka barreessu ni qoratama. Atiis ogeessa kompiiataraa ta’uu karoora yoo qabaatte guyyaa hojii eegaluuf jettu, keessaafuu; online irratti qacarameen hojjadha jechuu hawwii yoo qabaatte qormaatni kun si fuul-dura jiraachuu yaadadhu.

https://telegra.ph/Keyboard-irratti-qophinaan-barreessuu-barachuuf-Marsaariitii-filatamoo-2-04-24
#Galatoomi_Abdulwasi
1.8K views05:21
Open / Comment
2021-04-16 12:05:06
Beeksisa #MoSHE

4:02 4.6 MB
1.1K viewsedited  09:05
Open / Comment