Get Mystery Box with random crypto!

💻 Barannoo Tech 💻

Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻 B
Logo of telegram channel barataadhaaf — 💻 Barannoo Tech 💻
Channel address: @barataadhaaf
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.77K
Description from channel

ꨄ︎ beekuun gaariidha, waan beekan nama barsiisuun ammoo gaarummaadha.

Ratings & Reviews

2.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 11

2021-02-26 23:54:02 Ministeerri Barnootaa qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa milkiin akka xumuramuuf hunduu gahee isaa akka bahatu waamicha dhiyeesse.

Ministeerichi qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalchisee qaamolee garagaraa waliin marii taasiseera.

Marichaan Ministirri Barnootaa Dooktar Injiinar Geetaahuun Makuriyaa qormaatichi yeroo qabame keessatti akka xumuramuuf qaamoleen hundii gahee isaa bahachuu akka qaban ibsaniiru.

Daayreekatarri Olaanaan Ejansii madaallii fi qormaataa barnoota biyyaaleessaa Dooktar Dilaamoo Otaree gama isaaniin, qormaatichi yeroo jedhametti milkiin akka xumuramuf hojjechaa jiraachuu himaniiru.

Gurraandhala 21-26, 2013tti hojiin meshaaleen qormaata rabsuu akka raawwataman ibsuun, qormaatichi Gurraandhala 29, 2013 eegalee akka laatamu eeraniiru.

#Tikvah #moe
#GadaaMagazine
2.2K views20:54
Open / Comment
2021-02-22 09:14:17 Video Editor & Video Maker - InShot

Android version: 5.1
2.9K views06:14
Open / Comment
2021-02-22 09:13:18
━━━━━━━━━━
Apps Name: inshot

•Appiin kun bilbila keessan irratti vidiyo haala bareedaan watermark malee edit gochuuf isin gargaara.

Updated: Feb 2, 2021
Size: 49.97MB

#hubachiisa appi kana akka bilbila keessaniin wal simutti osoo playstore irraa buufattanii gaariidha. Appi sia yoo barbaachises fayyadamaa.

Link https://play.google.com/store/apps/details?id=com.camerasideas.instashot
2.8K viewsedited  06:13
Open / Comment
2021-02-19 23:03:06 Gosota networki Mobaayili telekoomi.

Telekoom jechuun maal jechuudha ?

Gosoota neetworkii telekoomi
1G, 2G, 3G, 4GLTE fi 5G.

#galatoomaa. https://www.biyaworld.com


#Isaan olii kunniin maali?
3.0K views20:03
Open / Comment
2021-02-16 14:57:04
━━━━━━━━━━
Apps Name: Split APKs Installer (SAI)

•Appiiwwan tokko tokko erga buufattanii booda install ta'u yoo didan isa kana fayyadamaa appi hundaaf hojjechuu baatus tokko tokkof ni hojjeta yaalaa.

#App Version: 4.4(59)
Updated: Feb 1, 2021
Size: 4.85MB

• Fixed in issue where system suggested SAI when opening any type of file
• Added Sui support for Shizuku Installer

• Support for opening .apk files via SAI

• APKM support (only for the unencrypted .apkm files)

•Android version: 5.1
3.1K viewsedited  11:57
Open / Comment
2021-02-16 08:10:38 Dursa kam isinii dhiheessinu?

1- Appii haala bareedaan video edit gochuuf qarqaaru, "watermark" malee.

2- Appi waan screen gubbaatti hojjettan isinii waraabuuf qarqaaru.

3- Appi video waraabame tokko size isaa isinii hir'isuuf qarqaaru, osoo qulqullina isaa baay'ees hin hir'ifne.

4- appii bot hojjechuuf isin qarqaaru.⁣

5- yaada bot irraan isin qaqqaban akka chanal gubbatti ofumaan ol yaa'an gochuu bot fayyadamuun.⁣

➥ A [91]
➥ B [16]
➥ C [28]
➥ D [10]
➥ E [13]

Voters: 158
2.9K views05:10
Open / Comment
2021-02-04 10:51:08 Galmee | Barnoota Tekinoolojii, Fakkeenyummaa(Enterprenuership), Hojii Uummachuufi Caarraalee jiran: @oroict_solutions
----
https://oroict.com/galmee-leenjii-enterprenuership-digital-marketing-jobs-creation-online/

Leenjii Yeroo Gabaabaa - Garee oroict.com Solutions dhaan
------
#Ibsa Guutuu Leenjii Gareen oroict.com Solutions Barnoota Tekinoolojii irratti odeeffannoo barbaachisaa kunooti,

dubbisaa waliif dabarsaa:
http://bit.ly/3oIZZjn
4.8K viewsedited  07:51
Open / Comment
2021-02-01 08:51:50
Dhufa Jecha Kompitaraa.

Jecha "kompitara" jedhu kan jalqaba fayyadame barreessaa biyya Ingilaandi Richard Braithwait kitaaba isaa “The yong mans gleanings” jedhu keessatti ture.

Jechi kun kitaabicha keessatti nama shallaga hojjatu kan ibsu ture, hiikaan jecha kompitara jedhus akkaata kanaan hanga jaarraa 20ffaa walakeessatti itti fufe.

Dhuma jaarraa 19ffaatii kaasee garuu, hiikan jecha kompitaraa gara maashinii shallaga hojjatu kan jedhu kanatti jijjiiramaa deeme.


Maddi | Wikipedia

https://t.me/barataadhaaf
4.9K views05:51
Open / Comment
2021-01-30 08:24:49 Suusii mobaayili fi jireenya nama yeroo amma.

Qorannoo bara 2011 gaggefame.

Dhibee dugdaafii mormaa, Dhipachuu,namatti bitaachahuu, Irriba madalamaa hin taane, Dhibbaa hawasumma irrattii qabu fi Dhibbaa waligalaa inni qabu.


#biyaworld ~> Barannoo Tech
4.2K viewsedited  05:24
Open / Comment