Get Mystery Box with random crypto!

GAGGEESSUMMAA

Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA G
Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA
Channel address: @gaggeessummaa
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 28.90K
Description from channel

👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa!
https://m.facebook.com/Gaggeessummaa?refid=46&ref
✍️ @Gaggeessummaa_bot

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 52

2021-04-07 00:24:49 GALATOOMAA
Yeroo gabaabduu kana keessatti beekamtii EGEREE MEDIAf kennitaniif galatoomaa!

➠ Kana Dura Isin beeksifnee kan turre caalatti Subscriber 60,000 tti ol guddataa waan jiruuf kana sababeeffachuun dorgomtanii akka mo'attaniif qarshii 60,000 isiniif qopheessineerra.

➠ Kanaaf namootni dandeettii addaa qabdan ulaagaa wal dorgommii kanaa karaa channel keenyaa Armaan gadiitti isiniif keenyaan nu hordofaa!

➠ Page kanas like gochuu hin dagatinaa! Ammas jaalala nutti agarsiiftaniif galatoomaa!



██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███

STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
171 viewsGetu Abera✟, 21:24
Open / Comment
2021-04-07 00:20:48 HOPE PROMOTION - 01
WELCOME
MAAL BARBAADDU

Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera. Ammuma gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!

Qophiilee Bashannansiisoo
Odeeffannoo Haaraa
Oro Dinqisiisoo
Gorsaa fi Xinsammuu
Haalduree Milkaa'inaa
Kitaabilee bifa PDF
Beekumsa Waliigalaa
Classical fi muuziqaa faaruu

Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!



███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
193 viewsGetu Abera✟, 21:20
Open / Comment
2021-04-06 07:58:44 SIIF JEDHEEN OF DHIISE!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
■ Haadha tokkotu ilma ishee tokko qabdu waliin jiraatu turan, haati kun rakkina ulfaataa keessaatti mucaa ishee guddisti, gargaarsa
biraa homaa hin qabdu turte. Nyaata xiqqoo yeroo argatte mucaadhaaf laattee, yoo hafe kun boodaaf sii ta'a jettee keessi mucaanis ati hoo?
Jedhee yoo gaafatu 'siif jedheen of dhiise' jettiin.

■ Mucaa isheef waan argatteen uffatasaa yoo jijjiirtuuf ati hoo? jedhee gaafata 'siif jedheen of dhiise' jettee deebistiif.

■ Haaluma kanaan mucaa ishee mana barumsaa galchite, inni guddatee yaaduu eegale, jireenyi haadha isaa waan itti dhagahamuuf yaada tokko murteeffate, barnoota isaa dhiisee hojii humnaa eegale. Haati isaa maaliif yaa ilma koo
anoo barattee bakka gaarii ga'uu keen hawwa maaliif maal taate? Jetteen innis deebisee ati naaf jettee of kee dhiisteetta dabaree koo ''siif jedheen of dhiise'' jedheen.

■ Hojii humnaa hojjatuun haadha isaa jiraachisaa osoo jiruu haati isaa dhukkubsatte, mana yaalaa yeroo galchu yaala isheef qarshii baay'ee gaafatame, wanti inni argatu nyaata isaanirra darbee homaayyuu oolchuu hin danda'u.
Doktoraan haati koo asuma haa ciiftu ani waanin argadhu walitti qabee nan yaalchisa
jedhee haadha isaa mana yaalatti gatee ofiif hojii humnaa oliif gad fiigee hojjatee galgala yoo inni deebi'u isheen dadhabdeetti.

■ Dhufee gurra isheetti jedhee harmee koo! Siif jedheen of dhiiseem ati naaf jedhii dhiisikaa jedhee hirqinfatee boo'e, ol jedhee gara waaqaa
ilaale haati koo naaf jettee of dhiiste anis dabaree kootti isheef jedheen of dhiise atis naaf jedhii haadha koo naaf dhiisi jedhee kadhata. Gidduu kanatti doktorri tokko ol seenee yoo ilaalu mucaa ilaalee dhaabbachuu dadhabee:-
Hin boo'in baasii isaa danda'ee harmee kee siifan yaala ittiin jedheen harmeesaa du'a irraa
hambiseef.

➠ Ol jettee dhaabbachuu keef sababa fayyina ishee taate
➠ Haatii kee siif jettee ofii ishee dhiiste ati hoo dabaree kee haadha keef maal gootee?
➠ Haadha hundumaa umurii dheeraa nagaa guutuun hawwa.

Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
1.8K viewsGetu Abera✟, 04:58
Open / Comment
2021-04-05 12:11:08 Gosoota Nyaata Madaalamaa fi Faayidaalee Isaanii
Getu Abera

April, 2021

ᴀꜰᴀᴀɴ ᴏʀᴏᴍᴏᴏ ᴘᴅꜰ
Fuula-14║Hanga-1.0MB
sʜᴀʀᴇ sʜᴀʀᴇ sʜᴀʀᴇ
@Reading_pdf
@Reading_pdf
ᴊᴏɪɴ
1.9K viewsGetu Abera✟, 09:11
Open / Comment
2021-04-05 07:11:46 Dabalataan "Gosoota Nyaataa fi Faayidaalee isaanii" bifa PDF tiin yeroo dhihootti channel @Reading_PDF irratti isiniif gadhiisa.

Kanneen channel kana hin qabne join godhadhaa nu eegaa!
2.3K viewsGetu Abera✟, 04:11
Open / Comment
2021-04-04 20:52:11 NYAATA MADAALAMAA SOORACHUU
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➨ Nyaanni guyyuu soorannu akkaataa jireenya keenyaa irratti bakka olaanaa qaba.
Gosti nyaataa kamtu qaama keenyaaf faayidaa olaanaa qaba? Keessumaa iyyuu namoonni furdina barbaadanii ol furdachuu fi furdina isaanii hir’isuu barbaadan ogeessi fayyaa nyaata akkamii akka sooratan isaan gorsa?
Nyaata filannee sooranna moo akkuma argameen sooranna? Barruu gabaabduu kana dubbisuun qoqqoodamiinsa nyaataa fi faayidaalee isaan qaama keenyaaf kennan ni hubattu!

Akkaataa Nyaata Fayyummaaf Itti Soorachuu Qabnu
Tartiiba Karoora Soorataa:


➨ Nyaata gosa garaa garaa fayyadamuun nyaata madaalamaa nyaachuu.
➨ Nyaata mi’aaawaa, faatii fi ashaboo hammaan xiqqoo fudhachuu.
➨ Foon guyyaa dhaabbataan soorachuu.
➨ Kaarbohaaydreetii hanga walfakkaataa ta’e soorachuu

Faayidaalee Nyaata Madaalamaa Soorachuu

➛ Sammuun namaa dafee waan tokko akka hubatuu fi yaadatu gochuu
➛ Dukkana keessatti dandeettii waan tokko arguu.
➛ Rifeensa, qeensaa fi gogaa bareessuuf.
➛ Lafee jabeessuu fi hir’ina dhiigaa ittisuu, dhukkuba sukkaaraa ittisuu.
➛ Anniisaa fi humna namaaf kennuu.

Albuudotaa fi Madda Nyaataa

➨ Kaalsiyeem (calcium):
Aannan, baaduu, shalalaa,
⁃ Lafee jabeessuu, Dhiiga ittichuu, Seelii kottoonfachiisuu

➨ Kolini (choline)
Aannan, tiruu, killee, ocholonii
⁃ Seelii hojjechuuf gargaara.

➨ Kiroomiyem (chromium)
Birokoli, dinnicha, foon, qurxummii, nyaata dheedhii
⁃ Qabiyyee sukkaaraa dhiiga keessaa too’achuuf.

➨ Kopperi (copper)
Nuugii, ija midhaanii, qamadii fi midhaan dheedhii
⁃ Ayiranii qaama keessatti hojjechiisuuf gargaara.

➨ Filooriyidii (fluoride)
Bishaan of keessaa filoorayidi qabu, qurxummii galaanaa tokko tokko
⁃ Guddina lafee, jabina ilkaanii kenna.

➨ Ayiranii (iron)
Baaqelaa, cooma, burtukaana
Dhiiga diimaaf barbaachisa.

➨ Magniziyem (Magnesium)
Kuduraalee magariisa, dinnicha, qamadii
⁃ Sochii onnee, kottoonfachuu maashaaleetiif, jabina lafeetiif gargaara.

➨ Potasiyem (potassium)
Dinnicha, muuzii, baaduu, aannan, kuduraa fi fuduraalee
⁃ Dhiibbaa dhiigaa too’achuu, Cirracha kale akka hir’atu taasisa.

➨ Seleniyem (Selenium)
Gogaa foonii, biqiloota tokko tokko biyyee seleniyem of keessaa qabu irratti biqilan, nuugii birazil
⁃ Seelii miidhama irraa hambisuuf gargaara. Hormoonii tayirooyidii jedhamu too’ata.

➨ Soodiyemi (sodium)
Nyaata soogidda itti dabaluun hojjetame kan akka nyaata restoranti
⁃ Dhangala’aa madaaluuf.

➨ Zinki (zinc)
Foon diimaa, midhaan dheedhii tokko tokko
⁃ Narvii, qaama ittisaa oomishuuf gargaara.

Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
2.8K viewsGetu Abera✟, 17:52
Open / Comment
2021-04-02 22:49:13 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota

Wangeela Kiristoos
Amantii
Faarfannaa Wangeelaa
Dinagdee
Hawaasummaa
Siyaasa
Fayyaa
Barnoota Walii galaa
Bashananaa fi Bohaartii
Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!


Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!



██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███


STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
750 viewsGetu Abera✟, 19:49
Open / Comment
2021-04-02 14:55:14 Hojii Aartii Keessatti Guddachuu ni feetuu? Yoos linki kanaa gadi jiru cuqaasuun(gadi tuquudhaan) nutti dabalamaa!

Faarsaa Waraabsifachuuf
Dokumentarii Garaagaraa
Fiilmii Waraabsifachuuf
Diraamaa Hojjechuuf
Baruumsa Taatummaa(Action) fi
Tajaajiloota Dabalataa argachuuf join taasisaa!


Hunduma Bakka tokkotti argachuuf ►JOIN► kan jedhutti bu'aa!



██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
██▓▒░►JOIN ►░▒▓██
1.3K viewsGetu Abera✟, 11:55
Open / Comment
2021-04-02 08:36:46 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐥𝐢𝐢 K𝐚𝐧𝐚 I𝐫𝐫𝐚𝐚 Dhimmoota

Wangeela Kiristoos
Amantii
Faarfannaa Wangeelaa
Dinagdee
Hawaasummaa
Siyaasa
Fayyaa
Barnoota Walii galaa
Bashananaa fi Bohaartii
Seeraa fi kan kana fakkaatan irratti hubannoo gahaa ni argattu!


Sagantaalee Keenyatti Baay'ee akka bashannantan abdii Qabna. Namoonni carraa kana hin argannee Ammuma ►JOIN ► gadi tuquudhaan nutti dabalamaa!



██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███
██▓▒░►JOIN ►░▒▓███


STAY CONNECTED WITH US!!!
❏ Itti bohaaraa irraa baradhaa!
❏ Hiriyyoota keessanis Affeeraa!
65 viewsGetu Abera✟, 05:36
Open / Comment
2021-04-01 17:09:16 SEENAA JOE BIDEN IRRAA MAAL BARANNA
▬▬
▬▬▬▬▬▬▬
➲ Ijoollummaa isaatti seeraan dubbachuu waan hin dandeenyeef namoota biratti fudhatama dhabe.

➲ Guyyaa lammaffaa Nelia (haadha manaa isaa duraa) waliin restaurant tokkotti wal qacaree gatii nyaataaf waan kanfalu dhabee, Nelian teessoo jalaan $20 itti laattetti.

➲ Raayyaa waraanaa keessatti qacaramuuf jedhee dhukkubni ‘Asthma’ isa rakkisee utuu hin qacaramin hafe.

➲ Bara 1988 Biden yaalii baqaqsanii yaaluu ujummoo dhiigaa kan sammuu (surgery for a brain aneurysm) taasise. Ji’a sadii booddees irra deebi’ee surgery ta'e.

➲ Haadha manaa fi mucaa isaa balaa konkolaataan dhabe. Kana hordofee rakkoo sammuu godhachuudhaan hanga ajjeechaaf of saaxiluutti deemee ture.

➲ Joe Biden Pirezidaantii (president-elect) United States 46ffaa ta'uuf filatameera.
Namoota wantoota baay’ee rakkisoo ta'een wal qabanii jiraniif dhaamsi isaa kanadha. Yaadadhaa “Yeroon baay’ee cimee nama rakkisu hanga dhumaatti hin jiraatu, namni cimaan garuu ni jiraata.”

Seenaan isaa baay'eedha yeroo biraa baldhinaan isiniif dhiyeessuu yaala.

Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι


sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ◈sʜᴀʀᴇ​
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
ᴊᴏɪɴ
1.2K viewsGetu Abera✟, 14:09
Open / Comment