Get Mystery Box with random crypto!

GAGGEESSUMMAA

Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA G
Logo of telegram channel gaggeessummaa — GAGGEESSUMMAA
Channel address: @gaggeessummaa
Categories: Telegram
Language: English
Subscribers: 28.90K
Description from channel

👉 Jireenya milkaa'aa jiraachuuf kaka'uumsa YAADAA fi DANDEETTII dhokataa ofiitti fayyadamuuf qophii ta'uu barbaachisa!
https://m.facebook.com/Gaggeessummaa?refid=46&ref
✍️ @Gaggeessummaa_bot

Ratings & Reviews

3.50

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

1

4 stars

0

3 stars

0

2 stars

1

1 stars

0


The latest Messages 54

2021-03-20 21:31:06 JIREENYA QAJEELTOO JIRAACHUUF:
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
❏ Gatii Barbaachisu Baasuu:-
Jireenya qajeeltoo jiraachuu ni jaalanna. Garuu mul'aticha bira gahuuf gatii baasuu baay'een keenya hin barbaannu. Wanti gatiidhaan argame baay'ee namatti tola. Kunuunsaniis qabatu.

❏ Dhiibbaa Uumuu:-
Jireenyi dhiibbaa uumuu gaafata. Dhiibbaa hin uumtu taanan dhalachuun kee maal fayyada.

❏ Dheekkamuu:-
Yeroo tokko tokko wantoonni hundi akka yaadame ta'uu dhiisuu danda'u. Hin dubbattu taanan warra hin jirre irraa maaliin adda taata?

❏ Hiriyaa Gaarii Qabaachuu:-
Namni karoora jireenya qajeeltoo jiraachuu qabu nama hundumaan fira miti. Warra isa waliin hin hiriirre waliin tarree hin taa'u.

❏ Humnaa ol yaaduu dhiisuu:-
Humnaa ol yaaduu fi dhiphachuun sammuun akka jeeqamu godha. Kunimmoo dandeettii waan haaraa uumuu ni hir'isa.

❏ Karoora jireenyaa qajeeltoo namni qabu kaayyoo isaatiif malee miira isaatiif hin bitamu.

Gαℓαтσσмαα!!!
Υєʀσσ Gααʀιι



Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
1.5K viewsGetu Abera✟, edited  18:31
Open / Comment
2021-03-20 21:30:20 ✧ Don't allow your mind to play tricks on you. Overthinking and worrying is one of the biggest causes of unnecessary pain.

✧ Let go and embrace the present moment.


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
1.4K viewsGetu Abera✟, 18:30
Open / Comment
2021-03-19 22:19:32 Dhuguma dubbachuuf barruun asirratti isiniif maxxansu dubbiftanii bu'aa irraa hin dhabdan!

███ Today Reader!
███ Tomorrow Leader!

Dhangaalee guyyuu isiniif dhiyaatutti bashannanaa irraa baradhaa!
➛ Iccitii Milkaa'inaa
➛ Xinxala Sammuu
➛ Jecha Beektotaa
➛ Bohaartii fi bashannana
➛ Maxxansa barsiisoo ta'anii fi hubannoo namaaf laatan ni argattu! Ittis gammaddu! STAY CONNECTED WITH US!!!


███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
306 viewsGetu Abera✟, 19:19
Open / Comment
2021-03-19 21:29:11 HOPE PROMOTION - 01
▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
Qajeelfama hope promotion dubbisuuf asitti bu'aa!

➦ Hundumtuu akka armaan gadiitti isiniif dhihaateera.

Qophiilee Bashannansiisoo
Odeeffannoo Haaraa
Oro Dinqisiisoo
Gorsaa fi Xinsammuu
Haalduree Milkaa'inaa
Kitaabilee bifa PDF
Beekumsa Waliigalaa
Classical fi muuziqaa faaruu


Dhugumatti itti bohaaraa irraa ni barattu. Hunduma Bakka tokkotti argachuuf join kan jedhutti bu'aa!



███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
418 viewsGetu Abera✟, 18:29
Open / Comment
2021-03-19 10:08:33 #Addunyaan_Garamitti_Deemaa_Jirtii?

1) Biyya Ugaandaa keessatti Macaafa Qulqulluu gubuun mul'achaa jira.

2) Ejjummaan Afrikaa Kibbaatti eeyyamameera; eenyuuyyuu kana booda sababii ejjaatiin nama tokko iyyuu mormuu hin qabu.

3) Biyyootni humna guddaa wajjiin hariiroo uumuu barbaadan hundinuu #hoomoosekshuwaalummaa (hariiroo wal qunnamtii saalaa kan saala wal fakkaataa) shaakaluu fi deeggaruu akka qaban Ameerikaan mirkaneessite.

4) Wal qunnamtii saalaa kan firoota dhiigaa gidduutti godhamu (incest) seera mirkaneessuu fi Jarman mallatteessitee jirti; akkaataa seera kanaattis obboleessaa fi obboleettiin, haati ilma ishee wajjiin, abbaan intala isaa wajjiin akka wal fuudhuu danda'an eeyyama.

5) Magaalaan Miyaamii wal qunnamtii saalaa kan badhee irraa labsaa jirti; kana jechuun namni wal qunnamtii saalaa barbaade kamiiyyuu waldaa amantiitti, daandii irratti, gabaatti, dirree kubbaa miilaatti fi kkf irratti rakkoo tokko malee raawwachuu akka danda'uuttiidha.

6) Kanaadaan wal qunnamtii saalaa kan bineensota wajjiinii (bestiality) eeyyamteetti. Ispeen immoo manneen barnootaa sadarkaa lammaffaa fi yuuniversiitiiwwan keessatti filmiin poornoogiraafiin akka daawwatamu eeyyamteetti.

7) Seera qabeessummaa daldala wal qunnamtii saalaa (commercial sex work or prostitution) kan daa'immanii. Maarki Luuker 'namni umriin isaa waggaa 10 gadii kamiiyyuu fedhii saalaa qaba waan ta'eef akka isaa wal qunnamtii saalaatiin hin guuttanneef eenyuuyyuu isaan dhorkuu hin danda'u' jedhee falmeera.

8) Dhuma irratti Ameerikaan waldaa seexanni itti sagadamu ifaan ifatti bantee jirti.

Yaa obboloota! Dhumni barichaa dhiyaatee jira. Ol butamuunis gahee jira.
Yesuus dafee dhufa! Maaraanaataa!

Kiristaanotni jeeqamaa jiru; seexanni lubbuu hedduu akka isaan araara Waaqayyoo hin arganne gochaa jira.

Yoo daqiiqaa tokko qabaatte ergaa kana share godhi!

Maaliifiidha mana nyaataafi dhugaatiitti dadammaqiinsaan oollee gaafa gara waldaa dhufnu kan mugnuuf?

Maaliif waa'ee Waaqayyoo haasa'uun kan nutti ulfaatee hamii olii gadi oofuun kan salphateef?

Maaliifiidha ergaa Waaqayyoo namaaf qooduu dadhabnee ergaa hin taane walitti kan erginuuf?

Ergaa kana namoota birootiif share ni goota moo hin barbaaddu?

Yesuus akkas "Yoo isin namoota fuulduratti ana gantan anis Abbaa koo fuulduratti isin gana" jedha!

Yoo Yesuusiin jaalatta ta'e ergaa kana hiriyoottaniif garee beektu hundumaatti share godhi!

“Eenyu illee namoota duratti eenyu akkan ta'e dhugaa ba'ee yoo mul'ise, anis abbaa koo isa waaqa irra jiru duratti dhugaa nan ba'aaf*. Eenyu illee namoota duratti yoo na gane garuu, anis immoo abbaa koo isa waaqa irra jiru duratti isa nan gana” jedhe*. Maatewos 10:32-33


Join godhaa
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia
@EthiopianChristianMedia
1.3K viewsGetu Abera✟, 07:08
Open / Comment
2021-03-18 20:09:24 ABDII HIN KUTIN!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
➥ Ofitti hin gaddin! Abdii hin kutin! Wanta addaa karaa keetiin qofa raawwatamutu si harka jiraatii ka'ii ammuma hojii eegali!

Dhuguman siin jedha na amani wanti adda ta'e kan karaa keetiin qofa danda'amu jira. si jechuun suma malee namni biraa bakka si hin bu'u.

Hir'ina kee lakkaa'uu dhiisi! Cimina kee lakkaawwadhu! Daangaa ofiif keesse keessaa cabsii bahi! Ni dandeessa. Eeyyeen ni dandeessa.

Yaaltee dadhabdee? Ammas irra deebi'ii yaali!
Hir'ina kee sitti mul'atee abdii kuttee? Ati nama gahaa dha. Sammuu keetti himi! Karoorsii ammuma itti adeemi! Galma gahiinsi sitti dhihoodha.


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
2.2K viewsGetu Abera✟, 17:09
Open / Comment
2021-03-18 20:05:04 ■ Muka tokkittii irraa ija kibriitaa kumaatamatu tolfama. Kibriita ija tokkittiidhaan garuu bosona mukkeen miliyoona qabutu gubatee baduu danda'a.

■ Akkasuma dogoggorri yeroo tokko hojjettu waan gaarii waggaa hedduu hojjette balleessuu waan danda'uuf,
➬ Suuta jedhi!
➬ Tasgabbaa'ii itti yaadi!
➬ Ilaalcha gaarii qabaadhu!
➬ Hin dhiphatin!
➬ Waan hundumaafuu yeroon jira.


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
1.8K viewsGetu Abera✟, 17:05
Open / Comment
2021-03-18 19:53:27 "A leader takes people where they want to go. A great leader takes people where they don't necessarily want to go, but ought to be."
Rosalynn Carter

"A leader is one who knows the way, goes the way and shows the way."
John C. Maxwell

LEADER:
Technical
⁃ Abilities
⁃ Skills
Outer
⁃ Performance
⁃ Results
Adaptive
⁃ Competence
⁃ Influence
Inner
⁃ Character
⁃ Authenticity


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
1.6K viewsGetu Abera✟, 16:53
Open / Comment
2021-03-17 21:50:50 "Namni tokko dhimma dhuunfaa isaa dhiphoo keessaa ba'ee dhimma namoomaa isa bal'aa irratti hamma hojjetutti, jireenya jiraachuu hin eegalle!"
Maartiin Luuter Kiingi

"Dalagaadhuma kaleessaa, karaadhuma kaleessaa fi akkaataadhuma kaleessaan hojjechuun mul'ata osoo hin taane maraatummaadha."
Albert Inisteeyan

➨ Namni furmaataa rakkoo kudhan karaa tokko hiika utuu hin ta'in, rakkoo tokkoof karaa kudhaniin tooftaa barbaada.


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
2.3K viewsGetu Abera✟, 18:50
Open / Comment
2021-03-16 17:56:20 https://telegra.ph/Amaloota-addaa-Albert-Anistaayin-irraa-Maal-Barannaa-03-16

➥ Namoota sammuu qaroo bu'aa olaanoo argamsiisan keessaa, qaroomina sammuu guddaa kan qabuu fi amaloota addaa qabuun kan beekamu tokko Albart Anistaayiin dha.

➛ Amaloota nama kanaa baruun sammuu keenya akkamiin qaruu akka dandeenyu hubannaa nuuf kennaa laata?


Share◈Share◈Share
@Gaggeessummaa
@Gaggeessummaa
JOIN
3.4K viewsGetu Abera✟, 14:56
Open / Comment