🔥 Burn Fat Fast. Discover How! 💪

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 14

2021-09-30 22:27:17 ancient history of oromo and oromia pinned «

19:27
Open / Comment
2021-09-30 19:23:54 #SIKKO_MANDO
Sikkoo Mando gootota Dhoombiri!

Sikkoo Mando, Leenjisoo Diigaa

Musxafaa Husee
Jaal Nadhii Gammadaa
jeneraal Waaqoo Guutuu
Jaal Guutamaa Hawaas
Haaji Aadam Saaddoo
Abdujabaar Husseen
Gammadaa Waariyoo
Mahammad Deeksisoo
Sifan Hassani
Jawaar Mahamma
Roobaa Buttaa
Waaqoo Borooroo
Daraaroo Guyyee
Addeessaa Gadaa
Aliyyii Cirrii
Adam Jiloo
Husseen Bunee
Ahmad Bunee
Waariyoo Luugoo
Abdurrahmaan Haroo Abdii ti
Huseen Harcummaa Boruu ti
Huseen Abdurrahmaan Jaldoo ti
Roobaa Hindukkoo ti
Taa’oo Iggee ti
Muussaa Dooyaa Jaarsoo ti
Huseen Waaqoo Dhaddee ti
Waaqoo Luugoo ti
Camarrii Guutuu ti
Aadam Jiloo ti
Muussaa Dooyaa ti
Ibraahim Qurii ti
Kadiir Wariyoo ti
Huseen Harcummaa ti
Abdullaahii Usmaan ti
Muussaa Sheekaa ti
Abdurrahmaan Haroo ti
Helgool Waaqoo ti
Abdallaa guutuu ti
Alii Jiloo ti
Yisaaq Suudee Goobanaa ti
Muhaamad Butaa Aagaatii ti
Alii Buttaa Aagaa ti.
Kun Martuu Kan Oromummaaf Warreegama ulfaataa kafalani malee warra Alagaa fi Diina wajiin gamtummaa uumee sabarratti boobba'ani miti. Sikkoo Mando Gootota Arsii Azuuleetti raajii hojjatani dha. Sikkoo Mando ijoollee Raayyaa fi Wolloo irraa hanga Booranaatti yaadduu fi Oromoo jaalattu!. Sikkoo Mando ijoollee Daawwee Sararii hanga Gidaamitti, Baha Oromiyaarraa hanga Lixaati, Kaabarraa hanga Kibbaatti, jaarraa hedduuf ummata Oromootiif wareegama kaffaluun seenaa boonsaa galmeessaa turanii fi ammallee galmeessaa jirani.
Ani ofirraa hin janne, Gootummaa warra kanaatu dhugaa qaba.
Seenaa warra kanaatu kana!.
*Abbaatu egataa waan ofii baran T.me/etbisahusen
638 views22916, 16:23
Open / Comment
2021-09-29 19:03:40 Ob..Alamaayoo:- Gara afaaniitiinis seenan hin barrefamne. Seenaan afaanii biyaalessaa kan ibsamu,Seemetikki,Kushitikii,Niiloo Saahaaratikifi Omootikidha.Sirnooti dabran sun afaanoota kana yoo ibsan, seenaan uummata guddaa (kush) ifa baha. Afaan Oromoo damee kush keessatti ramadama. Nubiyaa kaasee hanga Tanzaaniyaa Arushaati afaan babaldhatee dubatamudha. Barreessitooti sirna nafxanyaa kana sodaa waayee kush kaasuu hin barbaadan. Warri gita bittoota sirna nafxanyaa imaammta loogii baafatanii Oromoo offiraa dhoorguun sun ammas waan haafee hin fakaatu. Oromoon damee kushimmoo kan daangeffamu akka ji’oograafiitti 140 NL – 40LS ta’ee hanga naannoo Mombaasaa– Aruushadha.Akkasumas Tigrayirraa kaasee hanga walaka Keeniyaa Tanzaaniyaas dabalatee,qubatee kan jiraatu, afaan saba bala’aatti.
Afaan Oromoo, Afaan daldalaafi dipiloomaasiiti. Hanga Jaaraa 17ffa kaabaa hanga kibbaatti dubatama ture. Biyya Keeniyati TV fi Raadiyooniidhaan tamsaasi sagantaa Afaan Oromoo jira.Mombaasaa keessa Oromoo Meeruu laga Xaanaa, Oromoo gara bahaa, Oroomoo Marawwaa,Oroomoo gara Turkaanaa, Oromoo Hiddi loolaa,cufti Kuushoota bahaa jedhamu.
Keeniyaa kessatti TVn Afaan Oromoo magaalaa Naayiroobiirraa tamsa’u sirritti tajaajila keenna jira. Ituu Walloo, Humbaanaa, Marawwaa, Oromoo Raayyaa Walloof abban Bookkuu Marawwoota.Ijoolleen Raayyaa Maccaafi Tuulamadha.Isaan kunniin naanoo Atibaraa irraa kaasee hanga naannoo laga Abayyaa jiru. Oromoon Umuruus, hanga Sudaaniitti jiru.Kanaaf kaabaan bahaa Afrikaa kan Oroomootatti. Afriikaa kabaa bahaa keessa, hanga jahaan Jaawwitti, gosa jahatu jiru. Kunniin hundi kushidha. Adduunyaa irratti hunda dura kan qaroome Kushidha.
Garuu qaroomnnni Kush Gibtsootaan saamame.Kuni seenaa keessatti iccitii Gibtsootaa “Egyptian mystry” ta’ee beekama. Musseen mataansaa kush ture.Gibtsitti dhalate.Booda qaroomina Kush fudhatee Gibtsii keessaa uummata isaa dursee biyya isaa gara Israa’eelitti godaane. Iyyesuus Kiristoosis kanumara ka’uun amanta Kirstaanaa babalise. Innis bara dhalate haati isaa isa fudhattee gara Gibtsitti baqatte. Moototi Gibtsii Fari’oonoti kushootadha.Nabii Mohamadis dhaloota Kiristoos wagga 600 booda ka’ee,amantii Musliimumaa adunyaa Kushirratti babaldhise.
Miitoolooji Kushoota kessatti qarri Ijipshiyaan mistirii sagali. Qarrii sidaa warra qaalluu sagali.Bu’uurri waraanaa qarri sagali. Boorannii sagal waan ta’eef “saglan booranaa” jedhama. “Kudhan kan Waaqaati” jedhu. ..... ittii ittii fufaa
#ancient history of oromo
#like
#share T.me/etbisahusen
745 views22916, 16:03
Open / Comment
2021-09-29 19:03:40 Seenaa Oromoo Raayyaa
Part 1
Uummati Oromoo jaarraa tokko dura sirna gadaatiin ofiin of bulchaa ture. Minilik Oromiyaa erga weeraree qabate (gabroomfate) booda garuu sirni gadaa hafee,waanjoo gabrummaa sirna nafxanyaa jalatti bitamaa ture. Egaa baroota sana keessatti uummati Oromoo aadaafi,dudhaasaa akka irraanfatu godhameera. Seenaansaas aguugameefi daguungorsamee barreeffamuudhaan eenyummaasaa akka irraanfatuuf cunquursaan guddaa irratti raawwatamaa ture. Amma garuu sabi guddaa kun mirga argateen, hayyooti seenaa Oromoo qorattan, seenaa dhugaa uummata Oromoo iddoo dhoksamee qotanii baasuudhaan barreesuuratti argamu.
Hayyooti qorattooti seenaa Oromoo dhimma kanarratti ijibbaata guddaa guchuurratti argamu.Kitaaboti seenaa Oromoos barreeffamaa jiru.Kabajamoota dubbistoota keenyaa! maxxansa keenya kana keessatti waa’ee seenaa uummata Oromoo keessumaa yeroo ammaatti jiraachuunsaa irraanfatamaa kan jiru seenaa Oromoo Raayyaa akka nuu ibsaniif biiroo aadaafi tuuriizimii Oromiyaatti hayyuu qorataa seenaa Oromoo kan ta’an, obbo Alamaayyoo Haayilee wajjin gaaffiifi deebii goone, kanatti aansinee isin dubbisiisna. Jalqabarratti yeroo hojii isaanii wareeganii waan nu hasofsiisaniif obbo Alamaayyoo Haayilee baayi’ee isaan galateeffanna.
Siifsiin:- Seenaan maali?
Ob.Alamayehu :- Seenaan ibsituudha. Ibsituu eenyummaa uummata tokkooti. Yaadanoodhas. Uummatni akkamitti akka jirate , Aadaa ,nageenyaafi,dudhaansaa kan kessati ibsamudha.
Siifsiin:- Seenaan dhugaafi dhara, dabaafi sirri qabaa?
Ob.Alemayehu: Eyyee qaba. Seenaan lammii ofiitiin barreeffamu dhugadha. Gariidhas. Akka carraa ta’ee uumattoota Afrikaa,Lattin Ameerikaa, Eeshiiyaa, Seenaan isaani kan barrefame, abootii humnaa, moototaafi namoota naanoo sana qoratanin barrefame. Ajeja mootota uummattoota sana gadi qabanii jirachisaa turaniin barreeffame. Hanga jaaraa 16ffaatti kan bareefame seenaa moototaa qofadha. Waayee gudinaa haawaasaa,waayee diinagdeesaa, hinibsan ture.Amantaadhanis walqabsiisanii kan ibsan yookin barressan(miitooloogii) baayedha.Montisski namni jedhamu Fransaayifi Awrooppatti jaaraa 18ffa miitooloojii seenattin barressuu jalqabe.Girikoonnis ta’e Chaayinoti kan barreesan amantidhan walqabsiisaniiti. Seenaan uumata Oromoos kan barreeffame gita bittoota sirnoota dabraniinidha. Seenaan Keenya dhalataa kenyaan hin barreeffamne.Kanaaf dudhaan keenya akka doofaa ta’etti busheessanii barreessan. Uummanni kun, siyaasaa kessatti akka hinhirmaane mataa gadii qabachisanii akka abbaa biyaa hintaane godhan.
Barreessitooti sirnoota durii seenaa Oromoo dabsanii soobuma sana dhugaa fakkeessanii,barressuudhaan daguungorsanii,akka dhugatti fudhatan.Oromooti Hindiraa dhufni,Madagasgaariraa dhufan jechuudhaan seenaa Oromoo daguungorsuu yaalu. Kan kana godhan gita bittootaata mootummoota Itoophiyaa dabran sana qofa osoo hintaane, Poortugaalootiifi, Awrooppaanooti kaaniifi waldaan Kiristaanaa Ortoodooksii Itiyoophiyaas, keessattuu waldaan Kiristaana Ortodooksii biyya Giriikki Marqooriyoos, badii seenaa uummata Oroomoof gahee guddaa qabu.
Siifsiin:- Barreessitooti sirna mootummaa Itoophiyaa durii Oromoon eessaa dhufe jedhan?
Ob.Alamayehu: – “Bishaan keessaa bahanii weeraraanii biyya amma irra jiran hunda qabatan…” jechudhaan Oromoon siyaasa kessatti akka hin hirmaane golga guddaa godhan. Seenaan isaan barreessanis arabsoodha. Miidhaginaafi safu saba Oromoo hinibsan. Nama Gaalaafi hoori faanaa deemaa olu “ sabaa Tikaati” jedhu. Akka waan bu’aa loonittin hin fayyadmnetti, Akka waan aannan hin dhugnetti, Akk waan dhadhaa hin jaallanetti.Horsiisee bulaa ta’uusaa hojii tuffatamaa godhanii barreessaniiru.Seenaan kanaan dura barreessitoota sirnoota nafxanyaan barreeffaman seenaa dhugaan Oromoo ibsu mitti.
Siifsiin:- Sabni tokko eenyumaan isaa kan madaalamu Afaanifi Aadaa isaattin, damee afur qaba.Seem,Kushifi Niiloo Saharadha. Oroomoon akka seenaatti isa kam kessatti,ramadamaa?
144 views22916, 16:03
Open / Comment
2021-09-28 21:59:24 Jaarraa 16ffaa keeyssa, gaafa oromoon Lola buttaa gageeyssaa turtte san iccitiin injiffannoo isaanni duuba jirttu  jaaramaya gosaa cimaadhaan of jaaruu isaanni akka tahe
Warri seenaa oromoo barreese warri akka Farncisco de Almeida, D'Abbadie fi warri akka Abba baharey ossoo hin hafiin ragaa bahanii jiran.sochii bara San godhaa turan keeyssatti gostii oromoo hundii bifa haarayaan Wal gurmeessu qofa ossoo hin tahiin gurmuu isaanni saniif malattoo maqaa gara garaa akka moggaasaniif argina.fakkeenyaaf gosa walloo haa fudhanu, gostii walloo bakka lamatti qoodamtti.
Isaaniis:-sadachaafi Afre dha.
Sadachii ilmaan sadii of jalaa qaba isaaniis:-
1- warra himannee 2- warra Iluu 3- warra baabbootti.
      Afre ilmaan Afur of jalaa qaba isaaniis:-
1- Laga Ambo 2-laga hidhaa 3- warra qaalluu
Warra waayyuutti.
  As gubbatti wanii hubbachuu qabnu sadacha jachuun maqaa gosaa ykn maqaa namatti mitti
"Sadacha" jachuun sadan ykn sadii jachuudha,
Maqaa gurmuutii. "Afre" jachuun Afran ykn Afur jachuudha.maqaa kana yeroo Lolaa qofa ittiin Wal waamu.fakkeenya biraa tokkoon isiniif dabala.fkn:- jaarraa 16ffaa keeyssa gostii macaa bifa kanaan gurmuun of jaarttee Lolaa turtte. Sadacha: Akaakoo,obo,subo.
Afre: horroo,Liban,Guduru,jidda.
  Fakkeenya biraa tokko haa fudhanu ammaas.
Anniyyaa ilmaan torba of jalaa qaba.torban kana gurmuu lamatti jaare.isaaniis:-
Sadacha:-baabboo, malkaa, danbi.
Afre(kudheele):- kooyyee,Anna, maccaa,bidu
    Maqaan gurmuu Kun yeroo ilmaan murawaa keeyssa dhufe hedduu babal'ata.inumaatu hamma ammaa namoonni tokko tokkoo yeroo
Maqaa gurmuutiin if waaman argina.fakkeenyaaf namni hedduun yeroo gosaa galaan himatutu mul'ata.garuu gostii galaan jedhamutu ituu keeyssa hin jirtu. haa tahu garuu gosa afurtu gaafa Lolaa San gurmuu galan jachuun of moggaase.isaaniis afran galaan jachuun waamamu.gostii afran galaan jachuun
Alga, baabboo, gadulaa,gaamoo,
      Garuu gostii afran galaan yeroo heera  tuman afran Mana baabboo jachuun angafa
Isaaniitiin Mana waamu.ona Adda adda qaban,
Garuu dhadacha ol Aanaa waliin qabu.gaafa Lolaa luba ykn qonddaala tokko filatu.fkn:-
Qonddaala afran galaan Asaboot Raaree akka fakkeenyatti fudhaa.
#ancient history of oromoo
#like
#share
T.me/etbisahusen
3.4K views22916, 18:59
Open / Comment
2021-09-28 21:57:44 Jaarraa 16ffaa keeyssa, gaafa oromoon Lola buttaa gageeyssaa turtte san iccitiin injiffannoo isaanni duuba jirttu  jaaramaya gosaa cimaadhaan of jaaruu isaanni akka tahe
Warri seenaa oromoo barreese warri akka Farncisco de Almeida, D'Abbadie fi warri akka Abba baharey ossoo hin hafiin ragaa bahanii jiran.sochii bara San godhaa turan keeyssatti gostii oromoo hundii bifa haarayaan Wal gurmeessu qofa ossoo hin tahiin gurmuu isaanni saniif malattoo maqaa gara garaa akka moggaasaniif argina.fakkeenyaaf gosa walloo haa fudhanu, gostii walloo bakka lamatti qoodamtti.
Isaaniis:-sadachaafi Afre dha.
Sadachii ilmaan sadii of jalaa qaba isaaniis:-
1- warra himannee 2- warra Iluu 3- warra baabbootti.
      Afre ilmaan Afur of jalaa qaba isaaniis:-
1- Laga Ambo 2-laga hidhaa 3- warra qaalluu
Warra waayyuutti.
  As gubbatti wanii hubbachuu qabnu sadacha jachuun maqaa gosaa ykn maqaa namatti mitti
"Sadacha" jachuun sadan ykn sadii jachuudha,
Maqaa gurmuutii. "Afre" jachuun Afran ykn Afur jachuudha.maqaa kana yeroo Lolaa qofa ittiin Wal waamu.fakkeenya biraa tokkoon isiniif dabala.fkn:- jaarraa 16ffaa keeyssa gostii macaa bifa kanaan gurmuun of jaarttee Lolaa turtte. Sadacha: Akaakoo,obo,subo.
Afre: horroo,Liban,Guduru,jidda.
  Fakkeenya biraa tokko haa fudhanu ammaas.
Anniyyaa ilmaan torba of jalaa qaba.torban kana gurmuu lamatti jaare.isaaniis:-
Sadacha:-baabboo, malkaa, danbi.
Afre(kudheele):- kooyyee,Anna, maccaa,bidu
    Maqaan gurmuu Kun yeroo ilmaan murawaa keeyssa dhufe hedduu babal'ata.inumaatu hamma ammaa namoonni tokko tokkoo yeroo
Maqaa gurmuutiin if waaman argina.fakkeenyaaf namni hedduun yeroo gosaa galaan himatutu mul'ata.garuu gostii galaan jedhamutu ituu keeyssa hin jirtu. haa tahu garuu gosa afurtu gaafa Lolaa San gurmuu galan jachuun of moggaase.isaaniis afran galaan jachuun waamamu.gostii afran galaan jachuun
Alga, baabboo, gadulaa,gaamoo,
      Garuu gostii afran galaan yeroo heera  tuman afran Mana baabboo jachuun angafa
Isaaniitiin Mana waamu.ona Adda adda qaban,
Garuu dhadacha ol Aanaa waliin qabu.gaafa Lolaa luba ykn qonddaala tokko filatu.fkn:-
Qonddaala afran galaan Asaboot Raaree akka fakkeenyatti fudhaa.
#ancient history of oromoo
#like
#share
t.me/etbisahusen
168 views22916, edited  18:57
Open / Comment
2021-09-28 21:50:24
Caffee gadaa odaa bultum keessatti sadarkaa gadaa keessa takka maxxariidha.Daa’iman umriin isaani 0-8 keessa jiruun maxxarii jedhuun
157 views22916, 18:50
Open / Comment
2021-09-26 19:51:07
115 views000, 16:51
Open / Comment
2021-09-26 19:51:01 አፍረን ቀሎ እና የአቡበከር ሙሳ ገድል
------
ግን ዓሊ ቢራን   ኮትኩቶ ያሳደገው የጥበብ መምህሩ ልክ የዛሬ አርባ ዓመት ሞቶ ነበር፡፡ በዚህ ጽሑፍ የዚያን የጥበብ ገበሬ ስራዎች እንቃኛለን፡፡
------
ዓሊ ቢራ በአማርኛ አንድ ዘፈን ብቻ ነው የተጫወተው፡፡ ከዘፈኑ ስንኞች መካከል እንዲህ የሚል ይገኝበታል፡፡
ከድሬ ስመጣ ገና ትንሽ ነበርኩ
አሁን ከኢትዮ ስታር ባንድ እዩኝ ግንድግድ ነኝ፡፡
ዓሊ እንዲህ ያለው በ1970ዎቹ አጋማሽ ነው፡፡ ታዲያ ከድሬ የመጣው የያኔው ትንሽ ልጅ ዛሬ በብዙዎች ዘንድ የሚወደስ “ግድንግድ” ሆኗል፡፡ በሚሊዮን የሚቆጠሩ አድናቂዎችንም አፍርቷል፡፡ ይህ ተወዳጅ አርቲስት ከእውቅና ማማ ላይ ሊወጣ የቻለበት አስደናቂ ታሪክ አለው፡፡ ታሪኩንም ከስረ መሰረቱ ጀምረን እንመረምረዋለን፡፡
*
በኦሮሞ የኪነ-ጥበብ ታሪክ ውስጥ የመጀመሪያው የተደራጀ የሙዚቃ ቡድን “አፍረን ቀሎ” በመባል ይጠራል፡፡ የኦሮሞ ሙዚቃ የራሱን ዘውግ ፈጥሮ መስፋፋት የጀመረው ይህ ቡድን ህልውናውን ካበሰረበት ጊዜ ጀምሮ ነው፡፡ ቡድኑ ለስምንት ዓመታት ብቻ የቆየ ቢሆንም በኦሮሞ ኪነ-ጥበብ ላይ ያሳረፈው ተጽእኖ በጣም ከፍተኛ ነው፡፡ በዚያ ቡድን ውስጥ የተሰባሰቡት ወጣቶች የተገኙት ከመላው የሀረርጌ ክፍለ ሀገር ነው፡፡ ሁሉንም አንድ ላይ አገናኝታ ስለ ጥበብ እንዲፈላሰፉ ያደረገችው ግን ድሬ ዳዋ ናት፡፡
“አፍረን ቀሎ”ን የመሰረቱት ሶስት ወጣቶች ናቸው፡፡ ዘመኑም 1954 ነው፡፡ እነዚያ ወጣቶች በጊዜው በኦሮምኛ ቋንቋ የኪነ-ጥበብ ስራዎችን የሚያቀርብ ቡድን አለመኖሩ ስላንገበገባቸው “ለምን በቋንቋችን የሙዚቃና ቴአትር እድገት ላይ አተኩሮ የሚንቀሳቀስ ቡድን አናቋቁምም?” በማለት መነጋገር ጀመሩ፡፡ ሃሳቡን ለጥቂት ሳምንታት ካንሸራሸሩ በኋላም ቡድኑን መሰረቱ፡፡ ስያሜውንም በአራቱ የምስራቅ ሀረርጌ የኦሮሞ ጎሳዎች ስም “አፍረን ቀሎ” በማለት ጠሩት፡፡
ሶስቱ ወጣቶች በመሰረቱት ቡድን ዙሪያ ችሎታ ያላቸውን ወጣቶች መለመሉ፡፡ በተበታተነ ሁኔታ የኪነ-ጥበብ ስራዎችን የሚሞካክሩ ወጣቶችንም መሳብ ጀመሩ፡፡ በሀርሞኒካና በጊታር እየዘፋፈኑ ሰርግና የጫጉላ ሽርሽር ሲያደምቁ የነበሩትንም አሰባሰቡ፡፡ በዚህም መሰረት ዓሊ ሸቦ፣ ማሕሙድ ቦኼ፣ ሸንተም ሹቢሳ እና ሃሚዶ መሐመድ የመሳሰሉትን የዘመኑን ውብ ዜመኞች በአንድነት አጣምረው “አጃዒበኛ” ስራዎችን ወደ ህዝብ ማድረስ ጀመሩ፡፡ ህዝቡም በከፍተኛ ወኔና ሞራል ተቀበላቸው፡፡ በተለይ በአረፋና በዒድ አል ፈጥር በዓል የሚያቀርቡት የድራማና የሙዚቃ ትርዒት ከፍተኛ ዝናና ከበሬታ አስገኘላቸው፡፡ የድሬዳዋ ባለሀብቶችም በልዩ ልዩ መልክ ይደጉሟቸው ጀመር፡፡ የሙዚቃ መሳሪያዎችን ከመግዛት ጀምሮ በሀረርጌ ከተሞች ውስጥ እየተዘዋወሩ ትርዒታቸውን የሚያሳዩበትን ሁኔታ እስከማመቻቸት የሚደርስ ድጋፍ አደረጉላቸው፡፡
“የአፍረን ቀሎ” ቡድን የተመሰረተው በሶስት ወጣቶች እንደሆነ ከላይ ገልጬአለሁ፡፡ ነገር ግን ከሶስቱ ወጣቶች መካከል የአንደኛው ሚና እጅግ በጣም ግዙፍ ነበር፡፡ ይህ ሰው የቡድኑ ሊቀመንበር ሆኖ ይሰራል፡፡ የቡድኑ አስተዋዋቂም ነው፡፡ የቡድኑ አባላት የሚያዜሟቸው ግጥሞችንም በብዛት የሚጽፈው እርሱ ነው፡፡ ድራማና አጫጭር ጭውውቶችንም ይደርሳል፡፡
የአፍረን ቀሎ ቡድን በህዝቡ ዘንድ የነበረው ተቀባይነት እየጨመረ ሲመጣ ይህ የቡድኑ ሊቀመንበር የነበረው ሰውዬ ከአንጋፋዎቹ ከያኒያን በተጨማሪ ታዳጊዎችንም እየመለመለ ወደ ቡድኑ መቀላቀል ጀመረ፡፡ በዚህም መሰረት ሂሜ ዩሱፍ እና ኢብራሂም ሀጂ ዓሊን የመሳሰሉ ዐጃኢበኛ ከያኒዎች የቡድኑ አባላት ሆኑ፡፡
ቡድኑን በኋላ ላይ ከተቀላቀሉት ታዳጊዎች መካከል በድምጹ ቅላጼ ለየት ያለ ሆኖ የተገኘው ዓሊ መሐመድ ሙሳ የሚባል ጠይም ኮበሌ ነው፡፡ በመሆኑም የቡድኑ ሊቀመንበር የነበረው ሰው “ፉአዲ ቀልቢ” የሚባል የዘመኑን ተወዳጅ የግብጻዊያን የዐረብኛ ዜማ “ቢራዻ በሪኤ” (በአማርኛ “መስከረም ጠባ”፣ “ጸደይ ሆነ” እንደማለት ነው) በሚል ርዕስ ወደ ኦሮምኛ ቀይሮት ጻፈውና ለታዳጊው ዓሊ ሙሐመድ ሙሳ ሰጠው፡፡ ታዳጊውም ከህዝብ ፊት በመውጣት እንዲህ ዘፈነው፡፡
Birraadhaa bari’ee ililliin urgoytee
Dilii maalin qaba Rabbii khiyya yaa Goytee?
ይህ የዘፈኑ አዝማች ነበር እንግዲህ፡፡ ታዳጊው ይህንን ሲዘፍን ዕድሜው ከአስራ አምስት ዓመት የበለጠ አልነበረም፡፡ የዘፈኑ አዝማች በአማርኛ ሲተረጎም እንዲህ ሊሆን ይችላል፡፡
መስከረም ጠብቷል የአበቦች መዓዛ ያውዳል
“ምን ጥፋት አለብኝ አምላኬ ሆይ! ለኔ ምን ይበጃል?
ህዝቡ ዘፈኑን ሲሰማ በከፍተኛ ጭብጨባ ነው የተቀበለው፡፡ “ቢስ…ቢስ…” እያለ ደጋግሞ እንዲዘፍን አደረገው፡፡ በሌሎች መድረኮችም ተመሳሳይ ሁኔታ ቀጠለ፡፡ በሰርግ ቤትም ሆነ በበዓላት ዝግጅት “ቢራዻ በሪኤ” እጅግ ተመራጭ ዜማ ሆነ፡፡ ህዝቡ እርሱ ያልተዘፈነበትን ዝግጅት ለመታደም እምቢ ማለት ጀመረ፡፡ “ቢራዻ በሪኤ” እያለ የሚደንሰው ወጣት የሌለበትንም ዝግጅት ከማየት አፈገፈገ፡፡ ምን ይሄ ብቻ? የድሬ ዳዋ ህዝብ በስልጣኑ የታዳጊውንም ስም “ከዓሊ መሐመድ ሙሳ” ወደ “ዓሊ ቢራ” ቀየረው፡፡ ከዚያን ጊዜ ጀምሮ “ዓሊ ቢራ” የታዳጊው መጠሪያ ሆነ፡፡
*
“ዓሊ ቢራ” የሚለው ስም የተከሰተው ከላይ በተገለጸው ሁናቴ ነው፡፡ ለዚያ ቀጫጫ ልጅ መታወቅ ከፍ ያለ አስተዋጽኦ ያደረገው የመጀመሪያ ዘፈኑን ጽፎ የሰጠው ደራሲ ነው፡፡ በቀጣዮቹ ዓመታትም ይኸው ደራሲ እጅግ ውብ የሆኑ ግጥሞችን እየጻፈ በዓሊ ቢራ በኩል ለህዝብ ጆሮ አድርሷል፡፡ ዝንተ-ዓለም የማይረሱ ሆነው ከኛ ጋር ያሉትን እንደ “ኮቱ ያ ቢፍቱ ቲያ”፣ “ጉያን ጉያዻ ኢኒኑ”፣ “ኮጳ ኮ ነዺፍቴ”፣ “ነጃለቴ ገመ ኬቲን”፣ “ነቲ ሂንጀባቲን ገራ”፣ “ሲንበርባዳ”፣ “ሲጃሌ ጃለላ ዴይማ”፣ “ወል አርጉ ዋ ሂንኦሉ”፣ “ያደ ኬቲን ሾረርካዌ”፣ “ያ ሂሬ ሂሪያ”፣ “ሂንያዲን ሂንያዲኒ”፣ “አማሌሌ” የመሳሰሉ ምርጥ ዜማዎችን የጻፈው እርሱ ነው፡፡
ያ ከዓሊ ቢራ ጀርባ የነበረው ታላቅ የጥበብ ሰው “አቡበከር ሙሳ” ይባላል፡፡ በኢትዮጵያም ሆነ በኦሮሞ ህዝብ የኪነ-ጥበብ ታሪክ ታላቅ ስፍራ የሚሰጠው ገጣሚ፣ ደራሲ፣ ጋዜጠኛ፣ ጸሓፌ-ተውኔትና የታሪክ ምሁር ነው፡፡ አቡበከር ሙሳ በ1935 በሀረርጌ ክፍለ ሀገር በኦቦራ (ወበራ) አውራጃ ከደደር ከተማ አቅራቢያ በምትገኘው “ሌሌ ገባ” በተሰኘች ትንሽዬ የገጠር መንደር ነው የተወለደው፡፡ በልጅነቱ እስላማዊውንና የዐረብኛ ቋንቋ ትምህርቶችን አጥንቷል፡፡ ከዚያም ለተሻለ ትምህርትና ለስራ ፍለጋ ሲል የገጠሩን ህይወት ትቶ ወደ ድሬ ዳዋ ከተማ ተሰደደ፡፡ እጅግ በጣም ፈጣን አዕምሮ የነበረው ታዳጊ በመሆኑ በድሬዳዋ ከተማ በሚገኝ አንድ መድረሳ በዐረብኛ ቋንቋ አስተማሪነት ተቀጠረ፡፡
እንግዲህ አቡበከር ሙሳ የመድረሳውን ስራ እየሰራ ነው ከሁለት ጓደኞቹ ጋር የ“አፍረን ቀሎ”ን ቡድን የመሰረተው፡፡ ይህ ሰው ለስምንት ዓመታት ቡድኑን በሊቀመንበርነት በመምራት በኦሮምኛ ኪነ-ጥበብ እድገት ላይ ከፍተኛ አሻራ ጥለው ያለፉ ስራዎችን ሰርቷል፡፡
(ይቀጥላል)
----
ማስታወሻ፡ ይህ ታሪክ “ኡመተ ፈናን ኡመተ ቀሽቲ ዲሬ ዳዋ” ከተሰኘው የኔ መጽሐፍ የተቀዳ ነው፡፡
122 views000, 16:51
Open / Comment
2021-09-26 19:26:34 የኦሮሞ ህዝብ የዘር ሐረግ ይሄን ነው እወቁት!
_______________________
ኦሮሞ ሁለት ልጅ ወለደ
1- ቦረና
2- በሬንቱ
ቦረና አስራ ሁለት ልጅ 12 ወለደ
እነሱም
1-ወለጋ
2-ጨላባ
3-ጎሬ
4-ጎፋ
5-ሲዳሞ
6-አሪ
7-ደጭ
8-ጋሪ
9-ጉረ
10-ጊሪር
11-ናይሮቢ እና
12-ጉጂ
በሬንቱ አምስት 5 ልጆች ወለደ
1. ጡሙጋ
2-ሙራዋ
3-ከረዩ
4-ሁንበና
5- ቀልሎ
ጡሙጋ ሶስት ልጆች ወለደ
1-አርሲ
2-አሶሳ
3-ሐዋሳ
ሙራዋ አንድ 1 ወለደ
እሱም:- ኢቱ ይባላል
ኢቱ አስር 10 ወለደ እነሱም:-
1-ዋቴ
2-ጋሞ
3-ባዬ
4-ገላን
5-አዳዮ
6-ባቦ
7-ዋሬ
8-አልጋ
9-ጋዱላ
10-ኤሌሌ
የበሬንቱ ከረዩ አስራ ሁለት 12 ልጆች ወለደ
1-ዱለቻ
2-አቢቹ
3-ጎንቢቹ
4-ሰዩ
5-ኦቦ
6-ኦበሪ
7-ጂሌ
8-ቡላላ
9-ሙጭ
10-ገላሌ
11-ሰላሌ
12-ወሎ
ሁንበና አንድ 1 ወለደ
እሱም:- አኒያ ይባላል
አኒያ ሰባት 7 ወለደ
1-መልካ
2-ባቦ
3-ዲንቢ
4-ባዱ (ቢዱ)
5-ሙጪ
6-ናናአ
7-ኩጴጴ
ቀሎ አራት 4 ወለደ
1-አላ
2-ደጋ
3-ኦቦራ
4-ባቢሌ
አላ አስራ ሁለት 12 ልጆች ወለደ
1-አበዪ
2-ኑኑ
3-ካኩ
4-ቡቡ
5-ዲረሙ
6- አባጶ
7-ጎሎ
8-ኤሪ
9-ኡተዩ
10- ገላን
11-ሜታ
12- አሮጂ
ደጋ ሶስት 3 ወለደ
1-ኖሌ
2-ጃርሶ
3-ሑሜ
ኦበራ  3 ወለደ
1-አኪቹ
2-ቢልል
3-ዶራኒ
ባቢሌ  3 ወለደ
1-ገንቱብ
2-ሐዊያ
3-ሐዋሲሌ
አርሲ 2 ወለደ
1-ሲኮ
2-መንዶ
ሲኮ 5 ወለደ
1-ቡላላ
2-ውጫሌ
3-ዎጂ
4-ጃዊ
5-ኢላኒ
መንዶ  7 ወለደ
1-ራዪቱ (ራኢዶ)
2-ሐዋጡ
3-ከራራ
4-ከረዩ
5-ሜታ
6-አሮጂ
7-ጋርጄዳ
የኦበራ ልጅ አኪቹ ሁለት ልጅ ወለደ
1-ጳዪ
2-ቢሊዳ
ጳዪ 3 ወለደ
1-ዱኮ
2-ኮዬ
3-አለ ታያ
ቢሊዳን 3 ወለደ
1-ጎዳአና
2-ቡሳ
3-አላ
የቦረናው ጉጂ 3 ወለደ
1-ሆኩ
2-ኡራጋ
3-መቲ (ማቲ)
ሆኩ 7 ወለደ
1-ገላልቻ
2-ኦቦራ
3-ሚቺሌ
4-ሄራ
5-ቡንጲቱ
6-ኪኖ
7-ባላ
ኡራጋ ስድስት 6 ልጅ ወለደ
1-ጎሎ
2-ሐላኦ
3-አገንቱ
4-ደራርቱ
5-ሳርቦርቱ
6-ዋጂቱ
ማቲ ሶስት ልጅ 3 ወለደ
1-ሂርቃንቱ
2-ሊንሶሌ
3-ሁንዴ
እንግዲህ ይህን ይመስላል ለጠቅላይ እውቀት ነው ።
115 views22916, 16:26
Open / Comment