Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 38

2021-03-12 17:37:46

260 views000, 14:37
Open / Comment
2021-03-12 00:53:31 Yeroof dubbii Lij iyaasu asirratti dhaabnee gareen yeroo san finfinnee dhunfatte aakaataa itti oromoota yajjuu angoo irraa itti fageesaniifi ega zawdituun angoo irra dhuftte booda waan isii mudatte haa laalluu.
Silaa Bara 1909 gaafa minilik dhukubsate irraa kaassee namnni angoo San dhunfachuu qabu taytuu butul ture.garuu gareen finfinnee dhunfattee jirtu wannii isaan akkaan ofirraa eegaa turan tokko oromoota walloo waan tureef ammaas minilikiif ilmoo waan hin dhaliniifi jachaa dubbiin tayituu butul achumatti Raawatte.bara 1909 irraa hamma 1916ti biyyattii keessa sababaa wal dorgomii angootiif jacha shorarkaa guddoo ture. bara 1916ti gareen finfinnee dhunfattee jirtu biya tasgabeesuufi haala mijeefachuuf jacha zawdituu angoo gubbaa baafte.angoo soba taate malee silaa akka heeratti namnni bakka minilik bu'uu qabu zawdituudha.ilmoon minilik dhugaan dhale zawdituu qofa.shawaragge fi
Asfaw wossen ni guddifate. Shawaragge jachuun hadha Liji yaasutti.haa tahu male minilikiifi haatii zawdituu Abechi yajju ittii fufaa
125 views000, 21:53
Open / Comment
2021-03-11 19:53:04 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
151 viewsRobI A, 16:53
Open / Comment
2021-03-11 12:55:19 Oduu Gammachiisaa

Kana dura chaanaalota muraasa miseensota 10k ol qaba gurguraaf dhiyeessuun keenya ni yaadatama. Ammas Garee bashannana irratti hojjataa ture kan miseensota 12k ol qabu namni bituu barbaada. @YidneMan_bot irraan nu qunnamaa.

@YidneMan_bot
118 views¥dnk Kachu, 09:55
Open / Comment
2021-03-10 21:55:06 Hin dhaabbadhu

Yaada dammaqsaa Afaan Oromoon dalagame kana hundumtuu daawwadha. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa.



25 views¥dnk Kachu, 18:55
Open / Comment
2021-03-09 10:48:48 #Filannoo2013

Paartileen jajjaboodha jedhaman kanneen akka Kongiresii Federaalawaa Oromoo fi Adda Bilisummaa Oromoo wantoonni adeemsa filannoorratti gufuu itti ta'an hedduun mudachaa jiraachuu himun filannoo keessa qollifataniiru.

* Paartileen filannoo keessaa ba'uun mootummaa hin yaaddessuu? Dhaabni biyya bulchu maal jedhe?

Itti dhiyaadhaa dubbisaa

http://www.gadaamagazine.com/Politics/details/228/Rakkoo-dheessanii-filannoo-keessaa-bauun-furmaata-miti-
61 viewsRobI A, 07:48
Open / Comment
2021-03-08 18:56:12 Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa.



61 views¥dnk Kachu, 15:56
Open / Comment
2021-03-07 22:06:20 Odeeffannoo dhugaa Afaan Oromoon argachuuf chanaalaa armaan gadii #cuqasuun itti dabalamaa.
136 viewsRobI A, 19:06
Open / Comment
2021-03-07 17:15:27 ancient history of oromo and oromia pinned «Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa.

14:15
Open / Comment
2021-03-07 17:15:24 Fiilmii Gababaa Afaan Oromoo ergaa jabduu qabdu tana ilaaluun wal biraan gahaa. Subscribe gochuun nu jajjabeessaa.



148 views¥dnk Kachu, 14:15
Open / Comment