Get Mystery Box with random crypto!

ancient history of oromoo and oromia

Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia A
Logo of telegram channel etbisahusen — ancient history of oromoo and oromia
Channel address: @etbisahusen
Categories: Telegram
Language: English
Country: Not set
Subscribers: 1.52K
Description from channel

YouTube kenya
https://youtu.be/eq2eWxR8t-w
Facebook kenya
https://www.facebook.com/ebisaahusen/

Ratings & Reviews

2.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

0

3 stars

1

2 stars

0

1 stars

1


The latest Messages 40

2021-02-27 00:18:21 Falaasamnii dhawaa oromoodhaa heera urjii kan warra griikootaa ni dursa.ammas gama tokkoon wal fakkaata.Astron
omos jachuun afaan griikiitiin astron jachuun Urjii jachu hoggaa tahu nomos jachuun heera. Heerri dhahaa oromo kan hundaa'e urjii fi ji'a irratti.kuniis ega oromoon qonna eegaltte booda falaasam dhufe.ayyaanaa kam keessa ykn yeroo tam keessa akka midhaan facaasuu qabdu beekuuf
Jacha.garuu ega saayinsii hawa qorachuu eegaltte yeroo dheeraadha.fkn :-dhahaa oromo keessatti waan hunda dura Ayyaanaa uummame jedha.
Achii booda ji'a uumame jedha. .nama dura mukaa fi bishaantu uumame jedha.gara saayinsiitiin yoo laalee lafa dura dhugaadha ji'a dursa jedha.
Umriin dachiidha akka saayinsiin jattutti Amata biliyoona 4-5 yeroo tahu kan ji'a Amata biliyoona 4-51.Ayyaantuun oromoodha ji'oota 12 keessaa ayyaanoota hedduu aayyaanan. Ammaas nama dura mukaa fi bishaantu uummame jedhu.isaaniis ji'a fulbanaa keessa uummaman ja'uu. Dachiin Abraasaa keessa uummamtte ja'uu. Aduun Adooleessa keessa,jiini Ammajjii keessa uummame ja'uu.
398 views000, 21:18
Open / Comment
2021-02-26 21:48:46
198 views¥dnk Kachu, 18:48
Open / Comment
2021-02-26 21:05:09 Odeeffannoo dhugaaf itti dabalamaa.
215 viewsRobI A, 18:05
Open / Comment
2021-02-25 22:11:14 #Beeksisaa

Odeeffannoo filannoo bara 2013 akkasumas Odeeffannoo hidhamtoota siyaasaa Oromoo wal qabaatan chanaalaa GADAA MAGAZINE itti makamaa hordofa.

JOIN
https://t.me/GadaaMagazine/
299 viewsRobI A, 19:11
Open / Comment
2021-02-25 19:04:54 Warreen Abjuu qabdan hundi daawwachuun Abjuu keessanitti deemsa fufaa. Subscribe gochuun aadaa keenya yaa ta'u.



201 views¥dnk Kachu, 16:04
Open / Comment
2021-02-13 21:05:58
killer
77 views000, 18:05
Open / Comment
2021-02-12 17:41:46
#jawar #hachalu #baqla #hamza #shamsadi #oromoo #freedom #freedom #freedom #freedom
158 views22916, 14:41
Open / Comment
2021-02-12 17:41:46
#oromoo shimalis mal jedha ani osoo shimalis ta'e likkii isa galchaa turee
142 views22916, 14:41
Open / Comment
2021-02-11 12:01:18
#MinisteeraBarnootaa

Ministeerri Barnoota Qormaanni Biyyooleessa kutaa 12ffaa Gurraandhala 29/2013 irraa jalqabee barattootaaf akka kennamu beeksise.

Bara kana qormaanni biyyaaleessa Kutaa 12ffaa karaa 'online ' kennaamuu hafuus ministeerichi beeksiseera.

Qormaata biyyaaleessaa kutaa 12 bara kanaa kennuuf ministeerrichi karaa teekinolojiitiin karoora qabatee akka ture himamaa ture.

Ta'uus sababa taabileetonni ittin qoramanni kennaamuuf yaadame yeroon hin dhaqqabneef ministeerichii waraqaadhaan qormaata kunnuuf akka jiru beeksiseera.

Ibsa Ministeerri Barnootaa har'a kenneen qormaatichi Guraandhala 29 irraa eegale hanga Bitootessa 2 bara 2013tti ni keennama.

Guraandhala 22 hanga 24tti waraqaan eenyummaa dijitaalaa ni raabsama. Ibsi qormaatichaa Guraandhala 26 bara 2013 kan kennamu ta'a. #SHARE

@GadaaMagazine
@GadaaMagazine
112 viewsRoba Amare, 09:01
Open / Comment
2021-02-10 10:58:45 Hin dhaabbadhu

Yaada dammaqsaa Afaan Oromoon dalagame kana hundumtuu daawwadha. Subscribe gochuun maatii keenya ta'aa.



127 views¥dnk Kachu, 07:58
Open / Comment