Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 4

2022-05-28 02:07:27 Waldaalee fi dhaabbileen Islaamaa dhimma majlisa yeroo ammaa ilaalchisee ibsa baasan!

የኢትዮጵያ ኢስላማዊ ማህበራትና ድርጅቶች ወቅታዊ የመጅሊስን ጉዳይ አስለምልክቶ የአቋም መግለጫ አወጡ!
------
በቁጥር 28 የሆኑና በሀገራችን ኢትዮዽያ ያሉ ኢስላማዊ ማህበራትና ድርጅቶች የግንቦት 18,2014ቱ የሸራተኑን የወቅታዊ መጅሊስ ምስረታ አስመልክቶ የአቋም መግለጫ ሰጥተዋል!
----෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 1.8 MB
Daqiiqaa 7:48
෴෴෴෴෴෴෴෴෴

http://www.youtube.com/c/HudaMultimedia
329 viewsedited  23:07
Open / Comment
2022-05-26 18:18:33
Manni maree dhimmoota islaamummaa Itiyoophiyaa sanada dambii Ittiin bulmaata.mana marechaa erga mirkaneessee
booda har'a miidiyaaleef ibsa kenneera. Kanumaanis koree hoji raawwachiistuu 15 filachuu heroofi Ulamoota Fatwaa filateera.

Koreen Hoji Raawwachiistuu kunneenis
***
1.
Sh/Hajjii Ibraahiim(Oromiyaa)
2. Sh/Abdulkariim Badraddiin (Kibba)
3. Sh/Almardii. Abdullaahii (Banii Shangul)
4. Dr.Jeylaan Galataa (Oromiyaa)
5. Sh/Sa’iid Ahmed Musxafaa (Finfinnee)
6. Sh/Abdulaziiz (Soomaalee)
7. Sh/Nuuraddiin Daliil (Hayyuu)
8. Sh/Muhammad Ahmad Yaasin (Affaar)
9. Sh/Muhammad Siraaj (Finfinnee)
10. Sh/Muhammad Awwaloo (Amaaraa)
11. Sh/Ahmad Muhammad Alii(soomaalee)
12. Dr.Jamaal Muhammad (Hayyuu)
13. Sh/Amiin Ibroo (Dirre Dhawaa)
14. Sh/MuhammadAmiin Sayyid Ayyaash (Hararii)
15. Inj. Anuwaar Musxafaa (Hayyuu)

Koree Fatawaa keessatti
*

1. Muftii Haji Umar
2. Dr. Jeylaa
n Kadir
3. Sh/Muhammad Haamiddiin
4. Sh/Mannaa’ul Kariim

#Gali_Ababor
576 views15:18
Open / Comment
2022-05-26 14:38:46
Oduu Gammachiisaa
Sheik Hajjii Ibraahiim Perezidaantii majlisaa federaalaa tahuun
Sheikh Abdul kariim Badraddiin itti anaa Perezidaantii tahuun
baatii 3f guyyaa har'aa muudamaniiru.
Bara Hojii Gaarii Jennaan!
703 views11:38
Open / Comment
2022-05-21 23:40:14
Fazakkir / yaadachiisi [Qalbii]
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Bakki qalbii ilma namaa yoo bal'atte, bahaa fi dhiharra bal'oo, yoo rakkatte ammoo qaawwa lilmo irra rakkoo

Obboleessa islaamaatiif namni nagaya yaadu, gubbaan isaa nagaya taye, keessis nagaya taye, cufa namaa yookaa hunda namaa biratti ulfina, jaalala arkata, hoggaa jaalala asii argate Rabbi biraa jaalala argata

#Jaalalti namaa sansallanni isiidhaa Rabbi biraa dhufti, asirratti uumamuu hin danda’u Rabbi biraa gadi deemti, Rabbi hoggaa gabricha tokko jaalate Jibriilitti lallabba, Yaa jibriil Rabbiin nama kana ni jaalataa, jaaladhu atis jedha ajajaan, Jibriil hoggaa jaalate Malaa'ikatti gadi lallaba, Yaa Malaa'ikaa Rabbiin nama kana ni jaalataa isinis jaaladhaa jedhaan Malaa'ikaan ni jaalatti, sana booda jaalalti dachitti gadi namaa buuti

#Raabsiin jaalalaa gubbaa gadi deemti malee, jalaa ol hin deemtu, Rabbi biraa raabsamti

#hariiroo siif rabbi gidduu tolchi rabbii kee qabadhu, karaa bareedaa deemi obboleessa islaamaa kanaan milkaayuu dandeenya.
781 views20:40
Open / Comment
2022-05-19 05:39:42 Raayyaa Abbaamaccaa 35ffaa Lakk-1ffaa Waa`ee Gumii Dhimma Islaamaatiin wal qabatee.

෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 7.8 MB
Daqiiqaa 26:31
෴෴෴෴෴෴෴෴෴

Raayyaa Abbaa Maccaa Youtube


867 views02:39
Open / Comment
2022-05-19 05:39:30
Raayyaa Abbaa Maccaa Vol.35

#Ammallee Ni dhimmisa
#2022



864 views02:39
Open / Comment
2022-05-14 16:24:31
Dubbii hikmaa xiinxallaa barbaadu.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

Hayyuun islaamaa tokko akki jedhe.

"Dadhabbiin karaa rabbii keessatti dadhabde ni dabarti, ajriin isiidha ammoo siif ol kaayamti.

Mi'aan yeroo dilii dalgduu ni kutti, adabbiin isiis oluma kaayamti.

#Rabbii wajjiin tahi, waan biraa hin yaadin.

Dukkana halkanii keessa harka kee isatti ol qabii, Yaa Rabbi kiyya jedhiin! Duniyaan zikrii tee malee hin toltu, Aakhiraanis Afwii keetiin malee, jannannis si arkuun malee hin bareeddu!"

#Hoggaa wanni ati jireenya koo keessatti gammachuu naaf laata jettee yaaddu si jalaa bade, dhugoomsi wanni rabbiin sirraa balleesseef akka sababa dilii sitti hin taaneefi.

Irra namaaf dabri, dhiifama namaaf godhi, Namaafis laaffisis!

Dhimma Uumamatoota rabbuma isaan uumeef dhiisi! Nutiifi isaanis asirraa deemuuf jirra.

Dalagaa keeyriidhaa, Hangam xiqqaattus hin tuffatinii toltuu hojjadhu; toltuu keysaa tan Jannata si galchita hin beytuu!"

﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
Yeroon keysan Zikrii Rabbiitiin haa bareddu!!
905 views13:24
Open / Comment
2022-05-13 18:38:18
#innaa lillaah wa innaa ileeyhi raaji'uun.

Pirezidaantiin Imaaretii Arabaa Khalifa Bin Zayed Al Nahyan du'aan addunyaa kana irraa godaanuu Miidiyaaleen biyyattii fi Muslim world league gabaasan.

Rabbi Rahmata haa godhuuf!
615 views15:38
Open / Comment
2022-05-09 11:44:51
Fazakkir / yaadachiisi
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Waa'ee Ni'imaa/Qananii fayyaa Hadiisaan

ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ " ﷺ"
Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan.

‏« ﻣﻦ ﺃﺻﺒﺢ ﻣﻨﻜﻢ ﺁﻣﻨﺎ ﻓﻲ ﺳﺮﺑﻪ ﻣﻌﺎﻓﻰ ﻓﻲ ﺟﺴﺪﻩ ﻋﻨﺪﻩ ﻗﻮﺕ ﻳﻮﻣﻪ ﻓﻜﺄﻧﻤﺎ ﺣﻴﺰﺕ ﻟﻪ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ "

"isinirraa namni bariisifate maatii isaa keessatti nagayan, kan qaamni isaa fayyaa, Kan nyaata guyyaa sanii qabu bariisifate akka waan duniyaan hundi walitti isaa qabamteeti".
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

ﻧﻌﻤﺘﺎﻥ ﻣﻐﺒﻮﻥ ﻓﻴﻬﻤﺎ ﻛﺜﻴﺮ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﺎﺱ: ﺍﻟﺼﺤﺔ، ﻭﺍﻟﻔﺮﺍﻍ

#Ni'imaa ykn qanannii lama hedduun ilma namaa irraa dagame, Yeroo fi fayyaadhaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
‏( ﺍﻏْﺘَﻨِﻢْ ﺧَﻤْﺴًﺎ ﻗﺒﻞَ ﺧَﻤْﺲٍ : ﺷَﺒﺎﺑَﻚَ ﻗﺒﻞَ
ﻫِﺮَﻣِﻚَ، ﻭﺻِﺤَّﺘَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺳَﻘَﻤِﻚَ، ﻭﻏِﻨﺎﻙَ ﻗﺒﻞَ ﻓَﻘْﺮِﻙَ، ﻭﻓَﺮَﺍﻏَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺷُﻐْﻠِﻚَ، ﻭﺣَﻴﺎﺗَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﻣَﻮْﺗِﻚَ

Waa shan waa shan dura saamadhu.

~Dargaggummaa kee dullummaan duratti.

~Fayyaa kee dhukkubasatuun duratti.

~Durummaa kee hiyyumaan duratti.

~Yeroo boqqoonaa kee shaagalamuun duratti.

~Jiruu kee du'a dura saamadhu jedhan.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
965 views08:44
Open / Comment
2022-05-07 08:07:00
Dalagaa toltuu dalaydu hunda suuraa kaastee galmee isaa qabachuuf dirqama hin qabdu.

Dalagaa kanaaf rabbiin malaa'ikaa galmeessitu ramadee waan jiruuf hedduu if hin rakkin.

" Kabajaa fi qalbii warra waa kenninuuf saniif haa dhimmamnu !
"
# وَإِنَّ عَلَيۡكُمۡ لَحَٰفِظِينَ * كِرَامًا كَٰتِبِينَ *

يَعۡلَمُونَ مَا تَفۡعَلُون
Sura Al-infitar
1.2K views05:07
Open / Comment