Get Mystery Box with random crypto!

Al-risala-tube

Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube A
Logo of telegram channel risalatube — Al-risala-tube
Channel address: @risalatube
Categories: Education
Language: English
Subscribers: 5.01K
Description from channel

..........╔╦╦═╦═╦═╗.....…

Al-risala-tube
•°•Gaarommina qalbii •°•
𖣔 As gubbatti inshaa'allaah 𖣔
🎙Da'awaalee fi ergaawwan
miidiyaalee Islaamaa argattu.
🌐Website: https://alrisalatube.blogspot.com
📩 @qilqil_bot

Ratings & Reviews

4.00

2 reviews

Reviews can be left only by registered users. All reviews are moderated by admins.

5 stars

0

4 stars

2

3 stars

0

2 stars

0

1 stars

0


The latest Messages 3

2022-06-12 17:22:37
Dhaamsa pirezdaantii Majlisa fedraalaa

# Shekh_Hajjii_Ibraahiim irraa nugahe:
sagantaa Qur'aanaatiif istaadiyeemiin nuuf hayyamameera alhamdulillaahi rabbil aalamiin.
kanaafuu warri sagantaa quraanaatiif iddoo faffagoo irraa dhuftan haga guyyaa boruutti finfinnuma turtanii sagantaa irratti akka hirmaattan isin hubachiifna.

Tattaaffii jaabaa majlisni ce'umsaa perezdaantii Hajji Ibraahim Tufaatiin hoogganamu taasiseen waldorgommiin Qur’aanaa idil-addunyaa biyya keenyatti qophaa'e guyyaa borii jechuunis Waxabajjii 6 Wiixata Istaadiyooma Finfinneetti gaggeefama. Qaamoliin sagantaan har'aaf qabamee ture akka gufatu taasasanis seeratti akka dhihaataniif hojjatamaa jira.

#harun_media
1.4K viewsedited  14:22
Open / Comment
2022-06-12 00:32:05
Waldorgommiin Qur’aanaa idil-addunyaa Dilbata borii Istaadiyooma Finfinneetti gaggeeffama jedhamee ture, sababoota tokko tokkoof bakki dorgommii istaadiyooma irraa gara hoteela ammaaf maqaan adda hin baafamneetti jijjiiramuu, qopheessitoonni sagantichaa ibsaniiru.
1.2K views21:32
Open / Comment
2022-06-09 17:48:35 Dorgommii Qur’aanaa adduunyaalessaa kan biyyoonni 56 ol irratti hirmaatan Dilbata dhufu Istaadiyooma magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuuf dorgomtoonniifi keessummoonni biyyoota garaa garaa irraa gara Finfinnee seenaa jiru.
1.6K views14:48
Open / Comment
2022-06-09 11:19:54
#Iklaasa_shaakaluu

Namni ibaada kamiyyuu hojjatu hojii hojjatetti boonu fi odeessu irraa of eeguf obsa shaakalu qaba. Ibaada hojatanitti boonuun hojii badaa ifatti hojjatan caalaa miidhaa kan fiduudha.

Ibaada hojjate san namootatti himuu fi odeessu irraa of eegu qaba, kuni ibaada isaa jalaa balleessu waan danda’uuf. Gabaabumatti yommuu ibaada hojjannu, hojiiwwan armaan gadii keessatti sabrii (obsa) qabaachu qabna:

1. Ibaadan keenya itti fufaa ta’uu
2. Ibaada hojjannu keessatti iklaasa qabaachu
3. Sunnaah Ergamaa Rabbii (SAW) hordofuu
4. Yommuu ibaada hojjannu sirnaan hojjachuu fi niyyaa keenya qulqulleessu
5. Erga ibaada xumurre booda wanta ibaada nu jalaa balleessan irraa of qusachuu. Kan akka dhaadachuu,of tuulu, of dinqisifachuu, na argaa, namootatti odeessu, tola irratti waan oollef namoota sanniin miidhu fi gadi xiqeessu fi kkf.
1.7K views08:19
Open / Comment
2022-06-08 02:34:18
#Hawaasa Muslimaa Indiyaa;

"Nu ajjeesuu dandeessu, garuu osoo nuti lubbuun jirru goonkumaa jaalaalle keenya Muhammad [s.a.w] tuffachuu hin yaalinaa."

#Aduwwiin islaamaa yeroo hunda jibba Islaamummaa fi Nabiyyii keenya Muhammad [s.a.w] irraa qaban akkumayeroo calanqisisanitti, Qondaaltonni olaanoon paartii biyya Indiyaa bulchaa jiru lama dubbii jibbiinsaa waa’ee Nabii Mohaammad dubbachuun biyyoota musliimaa hedduu dheekkamsiise, haala kanaas balaaleffachuun tarkaanfilee garagaraas fudhachuutti argamu, Sa'udii Arabiyaanis ibsa jabaa dubbii aanga'ootni paartii BPJ Indiyaa kana balaaleffatu baasteetti.

#Fidaaka Abii wa ummi yaa rasuulallaah.
584 viewsedited  23:34
Open / Comment
2022-06-08 02:33:56
#Ijjannoo boonsaa

"We'll not change our religion because of 28-day World Cup " Qatar to LGBTQ groups

'Waancaa Adunyaa guyyoota 28tiif turu jennee, Amantii keenya hin jijjiirru" jechuudhaan Qatar garee qindeessitu FIFA tiif Alaabaan warra rainbow akka mirmirfamuu hin dandeenye beeksifte.

Alaabaan halluu gargaraa qabu rainbow warra isa hordofuu mallattoo taye, tapha kubbaa miilaa Adunyaa FIFA 2022 Qataritti qophaa'u irratti hin eyyamamu!
499 views23:33
Open / Comment
2022-06-08 01:49:04
Dorgommiin hifzii Qur’aanaa adduunyaalessaa yeroo jalqabaatiif Itiyoophiyaatti qophaa’e
~~~~
Dorgommiin hifzii Qur’aanaa adduunyaalessaan yeroo jalqabaatiif Itiyoophiyaatti qophaa'e. Dorgommii guddaa kana irratti biyyoota 56 ol irraa dorgomtoonni ni hirmaatu.

Kanuma sababeeffachuun keessummoonni saganticha irratti hirmaatan gara biyyattii seenaa jiru. Dorgommii hifzii Qur’aanaa fi Azaanaa akka idil-adduunyaatti gaggeeffamu kan barana Itiyoophiyaatti qophaa’eef Dorgimmichaafis qophiin barbaachisaan hunduu taasifamaa tureera.
649 views22:49
Open / Comment
2022-06-03 12:05:42 Faayiida Ayatul-Kursiyyin qabduu!

Shek Alii jimmaa
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 1.2 MB
Daqiiqaa 5:22
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
976 viewsedited  09:05
Open / Comment
2022-06-03 12:05:38
Faayiida Ayatul-Kursiyyin qabduu!

Shek Alii jimmaa
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
Hammi 7.7 MB
Daqiiqaa 5:22
෴෴෴෴෴෴෴෴෴
1.0K viewsedited  09:05
Open / Comment
2022-06-01 23:51:19
Hoggansa Majlisa Federaalaa haarayatti muudameef hiriirri deeggarsaa waamame.

Korri walii galaa mana marii dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa walga’ii Caamsaa 18,2014 Hoteela Sharaatoniitti geggeesseen, hoggantoota mana mariichaa duraanii sagalee caalmaan angoo irraa kaasuun hoggantoota ce’umsaa ji’oota 4’f turan muduun ni yaadatama.

Kanuma hordofuun Manneen marii dhimmoota Islaamummaaa naannoolee murtii korri walii galaa dabarse kun hatattamaan hojii irra akka olfamu gaafataa jiran.

Haaluma kanaan manni marii dhimmoota Islaamummaa Naannoo Oromiyaa jum’aa iftaanii ummanni Muslimaa, hoggansa jijjiiramaa haarawatti muudame kanaaf deeggarsa akka ibsatu waamicha taasisee jira.
1.4K views20:51
Open / Comment